Jaal Murtii

Jaal Murtii Nutoo hin gatantarru; Abdiin nu qabnu suma!

πŸͺ΄πŒπ’π₯𝐀𝐚𝐚'𝐚𝐧𝐧𝐒 𝐜𝐚𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐨𝐬𝐨𝐨 𝐑𝐒𝐧 𝐭𝐚𝐚𝐧𝐞 𝐚𝐀𝐀𝐚𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐲𝐚𝐚𝐝𝐚𝐚 𝐟𝐒 𝐜𝐒𝐦𝐒𝐧𝐚 𝐀𝐞𝐞𝐭𝐒𝐒𝐭𝐒.πŸ₯°
15/04/2026

πŸͺ΄πŒπ’π₯𝐀𝐚𝐚'𝐚𝐧𝐧𝐒 𝐜𝐚𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐨𝐬𝐨𝐨 𝐑𝐒𝐧 𝐭𝐚𝐚𝐧𝐞 𝐚𝐀𝐀𝐚𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐲𝐚𝐚𝐝𝐚𝐚 𝐟𝐒 𝐜𝐒𝐦𝐒𝐧𝐚 𝐀𝐞𝐞𝐭𝐒𝐒𝐭𝐒.πŸ₯°

Ejjennaa badanii lafa hin komatanii.ta'umsaa badanii teessuma hin komatnii.qabsoof ba'ani  jireenya hin filatanii
12/04/2026

Ejjennaa badanii lafa hin komatanii.ta'umsaa badanii teessuma hin komatnii.qabsoof ba'ani jireenya hin filatanii

sammuun akkuma maddaa bilisummaa ta, ee maddaa gabrummaatis,gabrummaa  guddaan addunyaa kan irratti baay'ee nama jibisii...
10/04/2026

sammuun akkuma maddaa bilisummaa ta, ee maddaa gabrummaatis,gabrummaa guddaan addunyaa kan irratti baay'ee nama jibisiisuu nama akka ofiif sagaduudhaa!!!kan jechuun immoo waarrii kaleessa hayilee sillaseef sagadee duraa sammuutu sagadee, kanfuu !!!!gabrummaa sammuu jeechuun nama akka ofiif sagaduudhaa ✍️ jaal bobbaas Lammii πŸ’ͺπŸ’ͺ

Qiyaafannoon war-aana bilisummaa oromoo yeroo kamiyyuu sirna mootummaa gabroomfataa irratti.gartuun mootummaa fakkaattu,...
08/04/2026

Qiyaafannoon war-aana bilisummaa oromoo yeroo kamiyyuu sirna mootummaa gabroomfataa irratti.
gartuun mootummaa fakkaattu,kan mootummaa hin taane, ol' adeema kichuutti kuttu, yeroo dhiyootti ofiisheeti incitti.nutis isaan akkana dhabama taasisuuf qophiidha.

Kayyoo ABO-WBO galmaan ni geenya heraafi Seera ABO-WBON hijiitti ni hikna xurree Jaallan dhigaaf lafeen tataraarte galma...
03/04/2026

Kayyoo ABO-WBO galmaan ni geenya heraafi
Seera ABO-WBON hijiitti ni hikna xurree
Jaallan dhigaaf lafeen tataraarte galmaan
Ni geenya ayyallalattuf gantuuf gurra hin laannu
Beelaf dheebuuf hin jilbeefannu
Rakkoo qabsoon qabduu qabsoon irraa ni annaa
Jijirama hundee fiduuf ni qabsoofna
OROMIYAAn biyya
INJIFANNOON UMMATA
OROMOOTIF

Namnni kaayyoo qabu ejjennoo kutannoo fi hubannoo qabu daandiin milkaa'ina isaati yoomiyyuu taanan banaadha.alkaan garri...
30/03/2026

Namnni kaayyoo qabu ejjennoo kutannoo fi hubannoo qabu daandiin milkaa'ina isaati yoomiyyuu taanan banaadha.alkaan garri qabadha

Warri Israa'elii fi USA mooraa waraanaa Iraan akkasumas waajjiraalee mootummaa Iraan misaa'elaan gaafa barbadeessan,Warr...
28/03/2026

Warri Israa'elii fi USA mooraa waraanaa Iraan akkasumas waajjiraalee mootummaa Iraan misaa'elaan gaafa barbadeessan,Warri Iraanis akkuma kana mooraa waraanaa Israa'elii fi USA kan biyyoota addunyaarra jiran barbadeessaa jiru.Kun amaluma waraanaati.
Kolkolleen miseensota pp fi faarsee bulaan Waajjira bulchiinsaa keessa taa'anii dabaa fi cubbuu Oromoorraatti hojjetan gaafa gubatu qabeenya uummataa jettee maqaa uummataan iyyiti.

Waajjira Bulchiinsa aanaa Cobiiti.

EID MUBARAK! πŸ₯°
19/03/2026

EID MUBARAK! πŸ₯°

πŸ”₯Warraaqsa sabaa geggeessuf gaafa murteessitu warra warraaqsa geggeessaa jiru argiteef dhageessef qofa geggeessuf dubluq...
16/03/2026

πŸ”₯Warraaqsa sabaa geggeessuf gaafa murteessitu warra warraaqsa geggeessaa jiru argiteef dhageessef qofa geggeessuf dubluq jettee seenta yoo ta'e haalota warraaqsichaa fi bu'aa ba'ii warraaqsaa quba hin qabdu yoo ta'e haalotatu warraaqsicha keessaa si baasa. Taphaan ala si tolcha, gatii si dhabsiisa!

~Warraaqsi sabaa kan feetu wacaa fi wacabbara osoo hin taane, obsaaf murannoo feeti, sansakkaaf naamusa feeti, beelaf dheebuu dandamachuu feeti, madaa'uf wareegamuu dandamachuu feeti. Naamusa akka galaanaa taliila danbali'u feeti.
~Warraaqsa warri eegale hundis goolabuu hin danda'an. Sababni isaa daandin warraaqsaa daddabaa fi shesheellatoo waan ta'aniif kaan harcaasaa kaan dabalachaa milkii goonfata.

~Obsaaf murannoon Hidhaanno warraaqxotaati.

Address

Kuala Lumpur

Telephone

+967734640380

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jaal Murtii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share