Fayyaan Faaya

  • Home
  • Fayyaan Faaya

Fayyaan Faaya It is the science of health

08/04/2025

From USAID to ETHIO AID

Send a message to learn more

04/04/2025

የባንክ SMS ስንጠብቅ ለምን የኢትዮቴሌ SMS ይበዛብናል ?

02/04/2025

Sooramaa fi gibira mindaa irraa citu % meeqa?

Qajeelfamaa fi ergaa nyaataa [Ethiopian Food based Dietary guidelines,2022] ergaawwan ijoo 11 qabu Ergaa ijoo 1: Yoo xiq...
16/03/2025

Qajeelfamaa fi ergaa nyaataa [Ethiopian Food based Dietary guidelines,2022] ergaawwan ijoo 11 qabu
Ergaa ijoo 1: Yoo xiqqaate keessaa filachuudhaan nyaata kee adda addaa godhi
Namni tokko nyaata hunda keessatti garee nyaataa yoo xiqqaate 4 fi guyyaa hunda garee nyaataa 6 soorachuu qaba

Qajeelfama Nyaata Irratti Bu’uureffame Itoophiyaa keessatti gareewwan nyaataa 6 tu jiru: Isaanis
1. Midhaan fi hidda ykn jirma
2. Nyaata dheedhii
3. sanyii zayitaa kan akka nuugii, talbaa..
4. Nyaata aannanii, foon, qurxummii fi hanqaaquu
5. Kuduraalee fi muduraalee
6. Cooma fi zayita

Itti fufa.......

18/12/2024

What is Ogram task????

Kana immoo hanga  waggaa meeqaa eegnuree?!?
02/09/2023

Kana immoo hanga waggaa meeqaa eegnuree?!?

Waa'ee ka'umsa mindaa fi gibira hojjettoota irraa hir'isuu MM Abiy maal jedhan?
===============
Dhimmi ka’umsa miinda hojjettootaa (minimum wage) akka qoratamu Ministirri Muummee Abiy Ahimad aangawoota mootummaaf kallattii kaa’an.
Ministirri Muummee Abiy Ahimed bakka buutota hojjettoota Itophiyaa waliin yeroo wal arganii mari'achuu Pirezidantiin Konfedereeshinii Waldaalee Hojjettoota Itoophiyaa Obbo Kaasahuun Foolloo BBC’tti himaniiru.
Maaltu jedhame?
⬇️⬇️
https://bbc.in/45zye2T

29/08/2023

Kan na dhibu mindaan koo amma xaafii 50Kg qofa bitu danda'a!!!!
Akkamitti tasgabbaa'ee hojii hojjedhuree ani???

19/08/2023

Rakkoon hojjataa mootummaa haa dhagahamu!!!!!!!

23/08/2022
23/08/2022
09/08/2022
16/06/2022

Yalbelanw...

Address


Telephone

+251910488784

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Fayyaan Faaya posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

  • Want your practice to be the top-listed Clinic?

Share