Qeerroo dirre dhawaa

  • Home
  • Qeerroo dirre dhawaa

Qeerroo dirre dhawaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Qeerroo dirre dhawaa, .

Oppareeshiniin oppareeshinii caaltu oppareeshini WBO tii WBON gaachana ummata oromooti
10/04/2022

Oppareeshiniin oppareeshinii caaltu oppareeshini WBO tii
WBON gaachana ummata oromooti

  Oolmaa dhaddacha 19 /07/2014 guyya har’aa Qeerroowwaan Gaafa   Garee Satanaw Magaalaa   keessaatti kassanin walqabatee...
28/03/2022


Oolmaa dhaddacha 19 /07/2014 guyya har’aa Qeerroowwaan Gaafa Garee Satanaw Magaalaa keessaatti kassanin walqabatee Qeerroo hidhamaani turee kessa galmee Fu'ad ibrahim faa jala jiranin Na-7 himataman ragaa sobaatiin guyyaa har'a murtii adabbii hidhaa fi mallaqaan adabee jira. Himatamtoonni kunis:
1, Fu'aad ibraahim waggaa 4 fi ji'a 4 fi qr 500
2, Burqaa ibrahim waggaa 4 fi ji'a 4 fi qr 500
3, Roba muktaar waggaa 4 fi ji'a 4 fi qr 500
4, mahammad Abrahaam waggaa 4 fi ji'a 4 fi qr 500
5, Najiib Abdi waggaa 4 fi ji'a 4 fi qr 500
6, Ariif Anawaar waggaa 4 fi ji'a 4 fi qr 500
7, Hekal Hayle waggaa 1 fi qr 500

Hidhaan falaa mitii ilmaan oromo hidhuun barcumarra nama khaafti malee naman tursiiftu

University dirree dhawaa keessati haali du,aa taariku soori waan haalan nama yaadesu fii nama aja,ibsiisu yaroo tahu Du,...
28/01/2022

University dirree dhawaa keessati haali du,aa taariku soori waan haalan nama yaadesu fii nama aja,ibsiisu yaroo tahu
Du,aa taariku soori ilaallachun barattooni University ilmaan oromo laganna nyaata godhuun gaafi dhiiga taariku soori gaafachu saani madden nuuf gabaasaniru

Haaluma walfakkatun ilmaan nafxanyaa magaala dirree dhawaa ganda naanawa University galan barataa oromo tokko akka malee miidha irrati gaggeesani
Dirmachuu isaaf yaroo ilmaan oromoo dhufanitti dhukaasa itti banuun gargar facaasani jiru

Haali barattoota University dirree dhawaa
Namayyuu yaadesu nurra eeggama keesafu ijoollee oromo dirree dhawaa quba qabaadha

ODUU GADDAA Dargaggoo Taariku barataa medicine waggaa tokkofaa U.N dirree dhawaa ti kan baratu dhalataa wallagaa lixaa k...
27/01/2022

ODUU GADDAA

Dargaggoo Taariku barataa medicine waggaa tokkofaa U.N dirree dhawaa ti kan baratu dhalataa wallagaa lixaa kan tehe guyyaa harra toora se,aa 8 .oo tahuuti reefki isaa du,ee argamuun akkasuma maal akka ajjeese qorannaf akka gara finfinneti geefame barattooni U.N dirree dhawaa nuuf gabaasani jiru

Haatahu malee akka gurri booda odeesa jiruuti dargaggoon kun kan behee hafe khalee ganama tahuu fii haali inni itti du,ee argamee haala nama hin amansiifne tahuu dubbatamaa jira

Waahundafu du,aa barataa Taariku guutu isaa qoranne waliif kan ibsinu taha

YAA GADDA GARAA KEENYA GUBAA JIRU   MAAF YAA BIYYEE NURRAA HIN DHAABANNE TAKKA Yaa abbaa koo yaa gara kuteesa koo yaa ga...
19/01/2022

YAA GADDA GARAA KEENYA GUBAA JIRU
MAAF YAA BIYYEE NURRAA HIN DHAABANNE TAKKA

Yaa abbaa koo yaa gara kuteesa koo yaa gara laaffesa koo yaa abbaa tokkummaa yaa kan ofii dhiise namaaf rakkatu yaa khan ofii beelahe nama beela baasu ani wa,ee kee waanin je,ee himuun dhabee yaa Nuuho goobana lubbuun kee haa jannatu rabbin raahmata isaatin sihaabadhaasu addunyaarati rakkattee akhiraa sihaa boqaxhiisu addunyaaratti gubattee aakhiraa sihaa qananiisu yaa gameesa koo yaa abbaa qabsoo oromoo arran akkan nama gameesa dhabe argee jachaa jirraa yaa Nuuho goobana barayyuu nu ilmaan kee si yaadanna

Biiti Ethiopia je,amtu tun hanga olaantumma oromo fii mirga ilmaan oromo hanga hin mirkaneesiniti biyyaa taate jiraachu ...
17/01/2022

Biiti Ethiopia je,amtu tun hanga olaantumma oromo fii mirga ilmaan oromo hanga hin mirkaneesiniti biyyaa taate jiraachu hin dandeesu
HIIKI NI HIIKTA

Hidhaan hoggantoota keenya hidhaa nuhundaati hoggantoota keenya nuuf hiika hidhaa fii reebichi furmaata hin taatu

Free them oole

MEE WAAN OFII HAA BEEYNU Arra mee waraani bilisummaa oromo maal tehee maal godhuuf maal barbaada maal dhabeeti ýoo janne...
17/01/2022

MEE WAAN OFII HAA BEEYNU

Arra mee waraani bilisummaa oromo maal tehee maal godhuuf maal barbaada maal dhabeeti ýoo janne deebin waanuma argini taha

Arra waraana bilisummaa oromo hawaasa oromo biratti jibbisisuuf shirri baayyen hojjatamuuf jira hojjatamees jira garuu WBO jachuun kan dhimma mataa isaara of dhaabe dhimma saba isaa dursu lubbuu isaa kannee lubbuu saba isaa tiksu humna isaa baase kan saba isaa qusatu mee yoonin maal je,een isaan ibsa jachaatu xiqqaata eega galatooma WBO koo jachuuni

Tanaaf sabni oromo hundi shiraa fii olola diina lakkisee gaachana isa Waliin hiriire gara bilisummaati haa ceenu jatti qeerroo fìi qaarreen dirree dhawaa

HIN TAHUU DHIISI   OROMUMMAN KEENYA DHIIGAF LAFEE TEENYA 👉Dhimma biiro barnoota oromia ilaalchisun gochi oromumma dhabam...
15/01/2022

HIN TAHUU DHIISI
OROMUMMAN KEENYA DHIIGAF LAFEE TEENYA

👉Dhimma biiro barnoota oromia ilaalchisun gochi oromumma dhabamsiisuf godhamaa jiru hawaasni magaala dirree dhawaa ni balaaleffata

👉Loogi yookhan mallatoo biiro waajjira barnoota irra turte dhabamsiisuf wanni hojjatamaa jiruu akka qubee afaan oromo fii mallatoo oromummaa dhabamsiisu taate waan ifa jiruudha khanaaf ummani oromo eenyumma khee eeguf aarsa barbaachisa tehe kaffaluun waan nurrati dirqama teheef bakkayuu sagalee takkan khaane eenyumma keenya haa tikfannu

✊Qeerroo oromoo maraaf ✊

Sagaleen Qeerroo magaala dirre dhawaa maaf dhokhatti Murtii dabaa akkasuma beelama seeran alaa kan ilmaan oromo magaala ...
14/01/2022

Sagaleen Qeerroo magaala dirre dhawaa maaf dhokhatti

Murtii dabaa akkasuma beelama seeran alaa kan ilmaan oromo magaala dirree dhawaa irrati gageefama jiru ummani oromo magaala dirree dhawaa quba qabaadha
Badii takkan maleeti qeerroon magaala dirre dhawaa waggaa 3 irra hanga Wagga 1 tii warren murtiin irrati murtooyte fii murtiin maleeti mana hidhaa shira kaabine ilmaan maqaa oromotin ofyaamaniin irrati gaggefama jiru hawaasni magaala dirree dhawaa ni balaalefata

Qeerroo magaala dirree dhawaa
Hiiki ni Hiikta

Hiiki ni hiikta Gootota oromo Qeerroo oromo Hunda ilmaan oromo Kan argamuu fii kan hin argammne hunda hidhaara hiiki ni ...
13/01/2022

Hiiki ni hiikta

Gootota oromo
Qeerroo oromo

Hunda ilmaan oromo Kan argamuu fii kan hin argammne hunda hidhaara hiiki ni hiikta

Oromo dammaqinaan qe,ee tee eegi

Jirra jirtuu qaqaali ilmaan oromo Pege keenya kan Qeerroo dirre dhawaa jattu waan naduraa ugguraniif pege kanaan akka nu...
13/01/2022

Jirra jirtuu qaqaali ilmaan oromo

Pege keenya kan Qeerroo dirre dhawaa jattu waan naduraa ugguraniif pege kanaan akka nu hordoftan
Pege kana Add godhaa shere godhaa walbiraan gehaa

Hayyoota keenya waliin fuuldurrri keenya ifaa

Address


Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Qeerroo dirre dhawaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

  • Address
  • Alerts
  • Claim ownership or report listing
  • Want your practice to be the top-listed Clinic?

Share