
02/09/2025
Imimmaan haadha lubbuu mucaa ishee baraaruu hin danda’u
dhiigni kee malee.
Dhiigaa Arjoomaa, lubbuu baraaraa!
የእናት እንባ የልጇን ህይወት ሊያድን አይችልም ነገር ግን ደምህ ይችላል።
ደም ይለግሱ ፣ ሕይወት ያድኑ!
A mother’s tears cannot save her child’s life
except your blood.
Donate blood, save lives!
Hagayya 27, 2017
Bulchiinsaa Magaalaa Maayaatti Hojjaatootni Leenjii Mataa Duree “ Gara Biyya Fakkeenya Badhaadhinaa Taateetti” jedhuun Magaalaa Maayaatti Leenji'aa Jiran dhiiga arjoomaniiru.