Bara miidhagina page

Bara miidhagina page public

05/09/2025
30/08/2025
26/08/2025
30/07/2025
    Addunyaaf Muuxannoo Qoodaa Jirra!= = = = = = = =Biyyi keenya Addunyaaf fakkeenya gaarii ta'aa jirti. Yaa'ii sirna ny...
28/07/2025


Addunyaaf Muuxannoo Qoodaa Jirra!
= = = = = = = =
Biyyi keenya Addunyaaf fakkeenya gaarii ta'aa jirti. Yaa'ii sirna nyaata mootummoota gamtoomanii adeemsifamaa jiru kan wal ta'iinsa Itoophiyaa fi Xaaliyaan qopheessan booda hirmaatonni yaa'ii kana irratti argaman duula ashaaraa magariisaa irratti hirmaataniru.

Biyyi keenya Itoophiyaan hayyuu addunyaaf muuxannoo qoodu Abbaa malaa qabdi. Haala qilleensaa yeroo ammaa kana addunyaaf yaaddo ta'eef falli waaraa biqiltuu dhaabu qofa akka ta'e kan hubate Abbichuun yeroo ammaa kana aadaa uummanni Itoophiyaa ittiin madaala uumamaa eegu fi rakkoo faalama qilleensaan dhufu damdamachuun danda'amu biqiltuu dhaabuu akka ta'e hirmaattota yaa'ii kanarratti hirmaataniif fageenyarra taa'ani ilaalaan maraaf waan fakkeenya ta'u hojjate jira.

Biyyi keenya Itoophiyaan wabii midhaan nyaataan of danda'uu cinaatti sagantaa duula ashaaraa magariisaa akka meeshaa waraana cimaa hiyyumma dhabamsiisutti fayyadama jirti Bara miidhagina page

23/06/2025

ልዩ የ7 ቀናት የጉብኝት ፓኬጅ ወደ 👇
✈️ሲሼልስ
✈️ኢንዶኔዥያ(ቫሊ)
✈️ኳታር
# # # # # # # # #
በተጨማሪም የተለያዩ ሀገራት
👉የኤምባሲ ቀጠሮ ማስያዝ እና ፎርም መሙላት
👉የአውሮፕላን ትኬት
👉የሆቴል ቦታ መስያዝ
👉Invitation Letter እናስመጣለን
👉የቪዛ ማማከር አገልግሎት እንሰጣለን

ለበለጠ መረጃ ስልክ
09 79 22 3333
09 78 22 3333

Address

Dubai

Telephone

+251989361888

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Bara miidhagina page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram

Category