AAYYOOMediumClinic

Tajaajiloota Muraasa(አንኳር አግልግሎታችን)
Dhaqna Qabaa-Qubeelaa Addaatiin Daqiiqaa 5 Qofaa (Hindhiiqu-Hin Madaahu)
ግርዛት በስፔሻል ቀለበት በ5 ደቂቃ( አይቆስልም አይደማም)
Qusannoo Maatii Kan ji'aa 3,waggaa 3,4,5, Fii 12
የቤተሰብ ምጣኔ የ3ወር, የ3,4,5, እና 12 አመት
OXAJIINIIN (O2)KEENYA YEROO HUNDA GUTUUDHA, referaaliifis Waliin Ergina
ለተጨነቀች ነብስ ኦክሰጂናችን ሁሌ ሙሉ ነው!, በሪፌራል ስንልክም አብሯቹ ይንቀሳቀሳል
Yaalii Dhibee Keessaa Kan Namguddaaf Da

a'immanii Guutuu
የትኛውም የህፃነትና የአዋቂዎች የውስጥ ደዌ በሽታ ሙሉ ህክምና
Laboratooriin Keenya Guutuudha Sa'a 24f
ለ24 ሠዓት ሙሉ የላቦራቶሪ አገልግሎት
Dhangala'iinsa Dhiigaa Karaa Gadaamessaaf Lubbuuf Ni Dhaqqabna
በማህፀን ለዴም መፍሰስ አደጋ በፍጥነት ህይወቲን እናተርፋለን
Dhibee Nafasaalaa Ogeessa Kanumaan Leenji'een Ni Yaalla
የአባለዘር በሽታን በዚሁ መስክ በሰለጠነ በለሙያ እናክማለን
Qorannoo HIV, DHIBEE Tiruu fii Dhibee Nafsaalaa
Daqiiqaa 30 keessatti ,Ragaa Qorannoos Nikennina
የኤአይቢ:የጉበት , የአባለዘር በሽታ ለጥንዶችም ምርመራና መረጃ እንሰጣለን
Wifi _Humna Guddaa Qabna!!

24/09/2023

Ajaa'iba!!

24/09/2023

AAYYOO Odeeffanoo Dhugaadhaaf
,አዮ ለእውነተኛ መረጃ

Tayfooyidiin Gara Tayifesii YKNTayifesiin Gara Tayifooyidiitt Jijjiirrama jechuun Soba Soba caaludha!!
Namoonni dhibamanii Yaalaman Maatii Isaanii Hunda Qorachiisanii yaalsisan, Madda Nyaataaf Dhugaatii Isaanii Haala kanaa duraa irraa Qulqullinaan Qabatan Malee Carraan Daabi’inii Qabamuu Ballaadha!!

ታይፎይድ ወደ ታይፌስ ወይም ታይፌስ ወደ ታይፎይድ ይቀየራል የምለዉ አባባል ከዉሸት የምበልጥ ዉሸት ነዉ!!
በበሽታዉ ተይዞ የታከሙ ሰዎች ቤተሰቦቻቸዉን አስመርምረዉ ከለሳከሙ እና የምግብ፤ የመጠጥ፤ እንድሁም የግል ንፅህናቸዉን ምንጫቸዉን ከመጀመሪያዉ በጠበቀ ሁኔታ ከልያዙ በበሽታዉ በተደጋጋም የመያዛቸዉ ዕድል ከፍ ያለ ነዉ፡፡
DAA’IMMAN QUBEELAAN DHAQNA (Hin-Dhiigu!! Hin-Madaahu!!)
0911353143/0921344795

የህጻን ግርዛት በቀለበት (አይቆስልም አይደማም)
0911353143/0921344795
ኦክሰጂን
ግርዛት-በቀለበት

27/08/2022
AAYYOO ODEEFFANNOO DHUGAADHAAFአዮን ለእውነተኛ መረጃü Taayfooyidiin  Gara Taayfessiitti yknTaayfesiin GaraTaayfooyidiitti Jijjii...
25/06/2022

AAYYOO ODEEFFANNOO DHUGAADHAAF
አዮን ለእውነተኛ መረጃ
ü Taayfooyidiin Gara Taayfessiitti yknTaayfesiin GaraTaayfooyidiitti Jijjiirama Jechuun Soba Soba Caalu yoo ta’u Namoonni Dhibamanii Yaalaman Maatin isaanii Hundi Qoratamanii, kan Dhibichi irratti argame Yaalamanii, Maddi Nyaataaf Dhugaatii fii KKF Haala Kanan Duraa irraa Qulqqullinaan Qabamu Malee Carraan Dhibicha Kanaan Deebi’anii Qabamuu Bal’aadha!!
ታይፎይድ ወደ ታይፌስ ወይም ታይፌስ ወደ ታይፎይድ ይቀየራል ማላት በጣም ከባድ ውሸት ስሆን ታማሚው ከታከመ በኋላ ቤተሰቦችና ቅርበት ያላቸው ሰዎች ተመርምሮ ባሽታው “
የለበትን በማከም አንድሁም የምግብና የመጠጥን ንፅህና መጀመሪያ ከነበረው በበለጠ ከልተጠበቀ በበሽታው በተደጋጋሚ የመያዝ ዕድል ከፍ ያለ ነው!
ü Qoricha Dhibee Harsassee(Tonsilitis) “Benzanthine Penicillin” Waraannachuun Dhibee Onnee Namatti Fida Jedhamee Uummata Keesstti Hasa’amu Soba Yoo Ta’u; Sirumaa Qoricha Kana Waraannachuu Dhabuutu Dhibee Onneef ,Kaleef akkasumas Kanbirootiif Nama saaxila!!
ለጉሮሮ ህመም( Tonsilitis) “Benzanthine Penicillin” መድሃንትን መወጋት የልብ ችግሪን ያመጣል ተብሎ ህብረተሰብ ውስጥ የምወራው ትክክል ያይደለና እዳውም መድሃንቱን አለመወጋት ለልብ፣ ለኩላልትና ለሌሎች ችግሮች እነደምያጋልጥ ይገንዘቡ!!
ü Daa’imni Yoo Qaama Gubaa( Layidaa) Qabaatte Loomiif Daaraadhaan waliin makanii mataa Muuduun dhibeef yeroo kennuu fii ittuu akka itti cimuuf carraa kennuu irraa kan hafe Bu’aa Qabatamaa Mirkanaahe Hinqabu!!
ህፃን ባተኮሰ ቁጥር አመድና በሎሚ ቀላቅለን እርግብግብት (ጭንቅላት) ላይ መቀባት ህመሙ እንድባባስበት ለሽታው ግዜ ከመስጠት ውጪ ምንም የተረጋገጠ ፋይዳ የለውም!!

27/04/2022

Address

`Alem Gena
A5

Telephone

+251921344795

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when AAYYOOMediumClinic posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to AAYYOOMediumClinic:

Share