Asli traditional medicine

Asli traditional medicine Dhibeen kamuu yeroo nama qabeef xiqqaa miti

20/12/2024

Asli Traditional Medicine Service PLC
Du'aatotaa fii hayyoottan keenyan yeroo daawwatamu itti dhiyaadhaa share godhuun walii qoodaa

26/09/2024
12/09/2024

Mana yaala Aadaa Aslii magaalaa Adaamaa ganda gooroo buufata fayyaa biiftuu fuuldura
Dhibee kamiifuu koottaa nuun mari'adhaan dhaamsa keenya.
Lkk. Bil. 0920911817

Mana yaala Aadaa yoroo ammaa bifa ammayyaawaa hawwataa ta'een hawaasa tajaajiluu irratti sochii guddaa irra jiru        ...
25/08/2024

Mana yaala Aadaa yoroo ammaa bifa ammayyaawaa hawwataa ta'een hawaasa tajaajiluu irratti sochii guddaa irra jiru
Teessoon:
Magaalaa Adaamaa ganda gooroo buufata fayyaa biiftuu fuulduratti argama

Yaanni keenya dhkkubsadhaa osoo hin taane yoo dhukkubsattan koottaa jenne
21/03/2024

Yaanni keenya dhkkubsadhaa osoo hin taane yoo dhukkubsattan koottaa jenne

02/03/2024

KANA BEEKTU LAATA!
Nyaata akkuma nyaanneen shaayi ykn buna dhuguun gaarii miti, sababni isaas kemikaalli shaayi ykn buna keessatti argamu xuuxamuu ayiranii ijaarsa seelii dhiiga diimaaf barbaachisu irratti miidhaa waan geessisuuf kuni immo hir'ina dhigaaf nuu saaxila

Address

Ganda Haaraa
Adama

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Asli traditional medicine posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Asli traditional medicine:

Share