23/01/2026
Kintaarotiin Maalirraa Dhiiga?
˝ ˝ ˝ ˝ ˝ ˝ ˝ ˝ ˝ ˝ ˝ ˝ ˝ ˝ ˝ ˝ ˝ ˝ ˝ ˝
Kintaarotiin (hemorrhoids) ujummoolee dhiigaa naannoo mar'umaan guddaa (re**um) fi teessumaa (a**s) keessatti argaman yoo dhiita’an kan uumamu yoo ta’u, sababoota armaan gadiitiin dhiiguu danda’a:
1.Dhibbaa Cimaa (Straining): Yeroo sagaraa (bobbaa) dhibbaan uumamu ujummoolee dhiigaa kintaarotii san kukkutuun dhiiga fiduu danda'a.
2. Garaan Goguu (Constipation): Gogiinsa garaa irraa Bobbaan gogaan yeroo gadi bahu iita kintaarotii irra rigaa darbuun madaa uumee akka dhiigu taasisa.
3. Kintaarotii Keessoo (Internal Hemorrhoids): Gosti kun baay'ee dhiiguu danda'a. Yeroo baay'ee dhukkubbii hin qabu garuu dhiiga diimaa qulqulluu sagaraa irratti ykn waraqaa man-fincaanii irratti mul'atu fida.
4. Kintaarotiin Alaa Yoo Madaa'e: Kintaarotiin alaa (external) yoo dhiitaye ykn dhiigni keessatti kufame (thrombosed) dhohe, dhiiga fiduu danda'a.
5. Muraa Sibiila Qara Qabuun: Kintaarotii sibiila qara qabuun ykn kintaarotii alaa muruuf yaaluun dhiiga baayyee fiduu danda’a; kun haalaan balaa qaba.
Dhukkuba Kintaarotii Garaa Keessaa(internal hemorrhoids ...— 🔹Onnee irratti naasuu tasaa uumuu, miiraa aarii namatti baayyisuu fi mataa keessa gubuu. 🔹Qaamni yarachuu/huqqachuu,
🔹 Dugdi dhukkubuu
🔹 Garaa(bobbaa) gogsuu
🔹Mataa keessa gubuu
🔹Qaamni daaraa dhaluu
🔹Teessuma keessa hooqsisuu
🔹Luka keessa Hadoochuu
Kintaarotiin Osoo nama Hin Qabin Akkamitti Ofirraa Ittisuun Danda'ama?
Bishaan Gahaa Dhuguu: Guyyatti bishaan hamma barbaachisu dhuguun bobbaa akka laaffatu godha.
Nyaata Faayibarii (Fiber) Qabu Nyaachuu: Kuduraa fi muduraa baayyisanii nyaachuun gogiinsa garaa ittisa.
Teessuma Baayyisuu Dhiisuu: Yeroo dheeraaf iddoo tokko taa'uun kintaarotii namatti jabeessa; sochii qaamaa gochuun barbaachisaadha.
Mana Yaalaa Deemuu: Dhiigni sagaraa waliin bahu yeroo tokko tokko rakkoo mar'immaanii ta'uu waan danda'uuf, ogeessa fayyaa bira deemanii qoratamuun murteessaadha.
Wiirtuun Yaala Aadaa Kuush: Kintaarotii Garaa Keessaa Fi Kintaarotii Alaafis Furmaata Sirrii Qabna. Koottaa Yaalamaa Torbee Tokkotti Bilisa Taatanii Galtu. Qaamni Keessan Usuu Hin Madaayin, Dhukkubbiin Usuu Isinitti Hin Dhagayamin Kintaarotii Ofirraa Hobbaafattu.
Wiirtuu Yaala Aadaa Kuush
Teessoon 🟢 𝗪𝗶𝗶𝗿𝘁𝘂𝘂 𝗬𝗮𝗮𝗹𝗮 𝗔𝗱𝗮𝗮 𝗞𝘂𝘂𝘀𝗵 🌿 akka armaan gadiiti:
Magaalaa Shashamane, Karaa Bahiinsa Baalee, Naannoo “30” jedhamuun beekamu, Gamoo H/Kuyyuu Ayinoo Irratti Nu Argattu.
Tajaajilli guyyoota hunda, sa’aatii 24 ni kennama.
0928795750
0909316243
https://t.me/drhamzajemal