Beeksisa Hojii

  • Home
  • Beeksisa Hojii

Beeksisa Hojii Dhalootaaf karaa haa taanu! Atis ga'ee kee ba'i.

  Accepted post kana bira hin darbiin online irra jirta mitii? Habtamu Mulatu  follow gochuun na tumsaa me challenge dha...
22/03/2026

Accepted post kana bira hin darbiin online irra jirta mitii? Habtamu Mulatu follow gochuun na tumsaa me challenge dha yoo photon Habtamu Mulatu dha.

22/03/2026
21/03/2026

Oduu gurratti toltu kana,
Garuu Ethiopia keessatti ni kaffalaa laata kan jedhu malee bakkoota biraatti ammayyuu kaffalaa jira.

✅Feesbuukiin dhiibbaa uumtotaaf kafaltii ji'aan akka kafalu beeksise .

✅Meettan namoota dhiibbaa uuman TikTok fi YouTube irraa gara Facebookitti sossobuuf kaffaltii ji'a ji'aan nan kafala jedheera.

✅Meta sagantaa haaraa “Creator Fast Track” jedhamu kan uumtoota viidiyoo beekamoo ta’an waltajjiiwwan miidiyaa hawaasaa dorgoman biroo irraa gara Feesbuukii fiduuf akka jiru ifoomseera. Dhaabbatichi namoota dhiibbaa uumuu danda'aniif kaffaltii ji'a ji'aan kan kaffalu viidiyoo isaanii Feesbuukii irratti deebisee maxxansuu qofaan akka ta'e beeksiseera.

Bal'ina kaffaltii
Uumtoonni filataman baay'ina hordoftoota isaanii irratti hundaa'uun kaffaltii armaan gadii ni kaffalamaaf:
Hordoftoota kuma 100 Ji'atti doolaara 1,000. Hordoftoota 1m ol ji'atti doolaara 3,000.
Maallaqa kanaan alattis Feesbuukiin viidiyoo isaaniif jajjabina(boost) ni kenna.

✅Sagantaan kun yeroo ammaa ulaagaalee ciccimoo kan qabu yoo ta’u, kanneen ijoo ta’an:
✍️Jiraattota US ykn Kanaadaa fi umuriin isaanii waggaa 18 ol ta’e.
Yoo xiqqaate hordoftoota 20,000 Instagram, TikTok ykn YouTube irratti qabaachuu qabu.
✍️Fuula Facebook yoo xiqqaate guyyoota 30f active ta'ee fi ji'oota 6 darban keessatti "Reels" tokkollee hin maxxansine qabaachuu.
Guyyoota 60 darban keessatti yoo xiqqaate viidiyoon view 30,000 yoo qabaate.

✅Tarkaanfiin kun kan fudhatame erga Meta bara 2025tti doolaara biiliyoona 3 akka ga’uuf maallaqa uumamtootaaf kaffalu dhibbeentaa 35n dabaluu isaa beeksisee booda.Meta dhiibbaa siyaasaa fi balaa seeraa TikTok US keessatti mul’atu ilaalcha keessa galchuun dhiibbaa itti ta'uun filannoo biraa akka barbaadan jajjabeessaa jira.

Nuti feesbuukaroonni carraa kana barbaanna. Jabaadhaa follower nuuf baay'isaa.
Nuti akkuma tiktokarootaa guyyaan nuuf dhufeera.

20/03/2026

Kolleejjiiwwan Barsiisotaa Oromiyaa hundi (13) Yuunivarsiitii Naannoo Oromiyaatti akka makaman murtaa'e.

Beeksisa QaacarriiAbbaan Taaytaa Saayinsii fi Teeknooloojii Mootummaa Naannoo Oromiyaa gitoota hojii Adda addaa irratti ...
14/03/2026

Beeksisa Qaacarrii
Abbaan Taaytaa Saayinsii fi Teeknooloojii Mootummaa Naannoo Oromiyaa gitoota hojii Adda addaa irratti beeksisa qaacarrii baasanii waan jiraniif warroonni fedhii qabdan dorgoomuu dandeessu.
Waliif Dabarsaa
Warri isin ilaallatu fi ulaagaa guuttan galmaa’u dandeessu.
fuula page kana https://www.facebook.com/habtamumulatu.mulatu.1 cuqaasuun hordofaa!

Telegram group ??https://t.me/+GwlQaNeoumkzZWY0

Telegram channel https://t.me/+CwXjiEQnpgwwMTc0 👈 join gochuun hordofaa

Guyyaa 03/07/2018Beeksisa Qacarrii KPT Giddaa Ayyaanaa  bu'uura qajeelfamaan Gitoota Banaa qabu irratti akka qaxaratuu e...
13/03/2026

Guyyaa 03/07/2018
Beeksisa Qacarrii
KPT Giddaa Ayyaanaa bu'uura qajeelfamaan Gitoota Banaa qabu irratti akka qaxaratuu eyyama lakk.BCHUO/4/297/A10 Gaafa guyyaa 2/6/2018 argateen qaxarachuu barbaada. Kanaafuu namoonni ulaagaa guuttan gaafa guyyaa 3/07/2018 hanga 17/07/2018tti guyyoota hojii 10 keessatti sa'a hojii mootummaatti kutaa Bul.Qab Humna Namaa KPTGiddaa Ayyaanaa lakk.04 tti qaamaan argamuun galmaa'uu ni dandeessu.
Nagaa wajjiin.
Warri isin ilaallatu fi ulaagaa guuttan galmaa’u dandeessu.
fuula page kana https://www.facebook.com/habtamumulatu.mulatu.1 cuqaasuun hordofaa!

Telegram group ??https://t.me/+GwlQaNeoumkzZWY0

Telegram channel https://t.me/+CwXjiEQnpgwwMTc0 👈 join gochuun hordofaa

Address

Buraayyuu

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Beeksisa Hojii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Beeksisa Hojii:

  • Want your practice to be the top-listed Clinic?

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram