Tesfu Page

Tesfu Page ❤️‍🩹🥰

09/05/2025
09/05/2025
“Yoo dubartii Jaalalaan maraatte na agarsiifte, animmoo nama hin duune sin agarsiisa”Weellisaa Asgee Dandeshootu je’e. D...
08/05/2025

“Yoo dubartii Jaalalaan maraatte na agarsiifte, animmoo nama hin duune sin agarsiisa”
Weellisaa Asgee Dandeshootu je’e.

Dubartiin jaalalaan hin maaraattu ja’a Willisaan kun. Sababa isaa yeroo ibsu immoo "Dubartiin nama hin jaalattu, kan jaalattu dandeettii dhiiraa, Qarshii, dhaabbata ykn eegumsa (protection) inni godhuuf qofa. Kun immoo jaalala hin ja’amu jechuudhaan ibsa. Itti dabaluunis ''Mee dubartii qabeenya qabdu tan jaalalaan qabamte argitanii beeytanii? Hin beektan.” Ja’a

Sababni isaas dubartiin qabeenya qabdu jaalalaaf iddoo hin qabdu. ishiin kan dhiira barbaadduuf tarii ilmoo argachuu qofaaf taha.
Gama biraatiin garuu ilmi dhiiraa ulaagaa dubartii ittiin filatu hedduu hin qabu. Wanni inni hin feene tokko kan dubartii Kabajaa isaa tuyxu tqofa” jechuudhaan weellisaan kun barreessee fuula fb isarratti maxxanse.

Isin hoo kanaan waliif galtan moo? 🤷‍♂️
Yaada keessan ✍️👇

Love
07/05/2025

Love

Jaalala😍
07/05/2025

Jaalala😍

  secret of your success is determined by your daily agenda.  day
11/02/2025

secret of your success is determined by your daily agenda.
day

09/02/2025
Today's Best photoSuuraa jaalatamaa guyyaa kana.Galatoomaa.Isiin jaalatamtoota❤️‍🩹
20/08/2024

Today's Best photo
Suuraa jaalatamaa guyyaa kana.
Galatoomaa.
Isiin jaalatamtoota❤️‍🩹

Address

Addis Ababa

Telephone

+251914248665

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tesfu Page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Tesfu Page:

Share

Category