Fayyaa Sammuu/Mental Wellness

Fayyaa Sammuu/Mental Wellness No health without mental health.

18/05/2025

Mootummaan aantummaa Uummataa yoo qabaate gaaffii hogeeyyii fayyaa deebisuun tajaajila adda cite deebisuudha qaba.

17/05/2025

Possible causes of mental illnesses

Tuni Itooppiyaadha እቺ እትዮጵያ ናት🚫Hakiimni harki daabbof hiixate yakkoomun poolisaan too'atame.🚫እጁን ለዳቦ የዘረጋው ሀኪም በፖሊስ ተያዘ:...
12/05/2025

Tuni Itooppiyaadha እቺ እትዮጵያ ናት
🚫Hakiimni harki daabbof hiixate yakkoomun poolisaan too'atame.

🚫እጁን ለዳቦ የዘረጋው ሀኪም በፖሊስ ተያዘ::

  to be able to feed ourselves and our families!  accessable health insurance.  fair job opportunities with fair salary ...
06/04/2025

to be able to feed ourselves and our families!
accessable health insurance.
fair job opportunities with fair salary
a safe environment and protection from violence.
safe housing to live in.
affordable transportation.
to afford proper clothing.
access to quality education for our children.
dignity, respect, and equal rights.

We’re not asking for luxury — we’re simply asking for our basic human needs.

Urgent Requests from Ethiopian Healthcare ProfessionalsTo: Federal Ministry of Health, EthiopiaWe, healthcare profession...
06/04/2025

Urgent Requests from Ethiopian Healthcare Professionals

To: Federal Ministry of Health, Ethiopia

We, healthcare professionals across the country, are deeply concerned about the worsening conditions we face despite our years of education, dedication, and sacrifices. The challenges include low salaries, lack of job security, and inadequate benefits, pushing many into despair and even emigration. We demand immediate action on the following:

1. Fair Salary Adjustments – Implement a time-based salary increase.

2. Housing & Transportation Support – Improve and provide allowances at all levels.

3. Overtime Compensation – Ensure timely and proper payment for extra work.

4. Health Insurance Inclusion – Establish a system for professionals to benefit.

5. Safe Work Environment – Guarantee peaceful and secure working conditions.

6. Job & Housing Support – Facilitate employment opportunities and affordable housing options.

7. International Exam Centers – Set up USMLE, NCLEX, and other test centers locally.

We urge the Ministry to recognize the urgency of these issues and take immediate action.



30/09/2023

HAALAWWAN DHUKKUBA SAMMUU FIDUUF CIMSUU DANDA'AN.
1. Araada garaagaraa( Alcohol, chat, cigarette, cannabis, Co***ne, ma*****na and etc)
2. Hiddaan / sanyiin (genetic)
3. Dhabinsa(Actual/ potential loss)
4. Waldhabinsa fira dhihoo fkn abbaan warraaf haadha warraa (divorce and others relatives conflict)
5. Miidhama qaamaa ykn yaadaa (physical and mental abuse)
6. Buruquu sammuu( brain injury)
7. Haala rakkisaa keessa jiraachuu( stressful life events)
8. Hawaasa keessa jiraatan irraa deeggarsa eeggamu dhabuu( loss of expected support from community)
Dhibeen sammuu akkuma dhibee biroo yaalamee ni fayya
Tajaajila kenninsa fayyaa sammuu yoo feetan karaa website keenyaa nu dubbisuu dandeessu.

Fayyaa sammuu malee fayyummaan hin jiru.
Fayyaa sammuu qabaadhaa.

psychiatry professional.

28/09/2023

FAYYAAN SAMMUU FAAYA

06/08/2023

Dhibee sodaa hawaasummaa
(Social phobia)
=============

Yeroo jaalallee ykn hiriyaa haaraa arguuf beellamaniit, haasaa ummataaf gochuu fikkf deemanit sodaa / dhiphuu haga ta'e qabaachuun waanuma jiruudha.
Baay'een namaa kanuma to'achuun waanta isaanirraa eegamu raawwatu, garuu namootni lakkoofsi isaanii xiqqoo hin taane sababa sodaa hawaasummaa kanaatiin, guyyaadhaa gara guyyaatti dhiphachuu irra darbee hojiin idilee isaanii raawwachuun rakkoo itti ta'aa jira.

MALLATTOOLEE DHIBEE KANAA
1).Bakka itti namootni 'na madaalu', wantin godhu hojjedhu na madaalchisa jedhan yaadanitti dhiphuu keessa galuu. Fkn bakka namootni baayyeen keessatti argamaniitti soorachuu sodaachuu,kan akka hoteelaa,kaaffee...bakka kanatti 'kan kolfaan of godha 'jedhanii yaadan sodaatu
2. Namootan gaddisiisa ykn mufachiisa jedhanii sodaachuu keessa ba'anii hiriyaa dhabuu lafa hawaasummaa baqachuu baay'isu
3. Keessummaa ykn namoota haaraa wajjin quunnamtii gochuu sodaachuun bal'inaan irraa mul'ata
4 .'Akkan sodaadhe namni narratti bara, qaamnikoo gaafa hollatu,dafqi gaafa natti dhufu' jedhanii dhiphachuu.kun keessumattu kanneen sodaa waltajjii qaban irratti bal'inaan mul'ata.
5. Utuu bakka hojii irraa eegamu hin dhaqin manuma taa'anii waa'ee isaa yaaduun sodaachuu .Akkas jechuun waa'ee hojii hawaasummaa yaaduun illee dhiphuu ykn yaaddoo isaanitti naqa jechuudha.
6. Sababa kanaan haasaa ummata gidduutti, mana nyaataa dhaqanii nyaachuu,bakka gaa'elaa,waldaa,keessummaa,walitti dhufeenya jaalalaa baqachuun amala isaaniiti
7. Erga akkumasaatti gochaa armaan oliittti hirmaatan waantoota dogoggora hojjetan yaaduun taa'anii of ceepha'u.kanan irranfadhe, sanan hin goone,kanan hin goone....
8. Bakka hawaasummaa kanatti dabalataan rukuttaan onnee dabaluu, hoqqisiisaa fi garaakaasaa, hargansuu dadhabuun illee irraa ni mul'ata.

MAALTU DHIBEE KANA FIDAA
¶.Dhibeen kun maatii keessa jiraachuu
¶.Maatii baay'ee to'annaa bay'isanii fi haasaa ijoollee dhowwan keessatti guddachuu fi kkf
Source

21/07/2023

syndrome
Dhibeen maali ? Yaala hoo ni qabaa?
Dhibeen koroo gosa dhukkuba sammuutidha, Amaloonni isaas. Qaamni saalaa gara keessootti liqimfame jedhanii shakkuudha. Saba kanaanis dhiphina hin malle keessa buhaanii hirriiba dhabuufii hojiiratti dhiibban uumamuu dandaha

Akkuma dhukkuboota sammuu biroo Qoricha waan qabuuf yaalamee fayyuun ni dandahama.

11/07/2023

Suicide/self-murder/of ajjeesuu

Namni maalif of ajjeesa ? ( why do people commit su***de?)

1. Dhukkuba sammuu yoo qabaatan fi kkf ( due to mental disorders especially if they do have depression)
2. Adda ba'insa cimaa( breakup or loss of significant others)
3. Daa'ima ykn hiriyaa dhi'oo dhabuu(loss of a child or close friend)
4. Qabeenyatti miidhamuu(financial distress)
5. Kufaatiwwan walitti fufinsaan dhufan qaanessoo(persistent feeling of failure or shame)
6. Dhukkuboota ciccimoo ykn ajjeesoo ta'an( serious medical condition or terminal illness)
7. Rakkoo seeraa (legal trouble)
8. Waldiddaa ykn sanyummaa buqqaatii ykn godaansa fidu ( discrimination, racism or other challenges related to being immigrant or minority)

Facing more than one type of distress can sometimes increase su***de risk.

Namoota of ajjeesuf jedhan irratti mallattoo akkamiitu argama( warning signs of su***de) torbee dhufu isiniif maxxansina

03/01/2023

Gargaarsa Jalqabaa Xiin-sammuu
================================
Gargaarsi jalqabaa xiinsammuu namoota dhiphina cimaaf saaxilamaniif gargaarsa namummaa, deggersaa fi qabatamaa ta’e kennuudha.

Gargaarsi jalqabaa saayikoloojii akkamitti kennama?

👉🏻 Kunuunsaa fi deeggarsa kan nama hin jeeqne, qabatamaa ta'e kennuu.
👉🏻 Fedhii fi yaaddoo naama saana madaaluu.
👉🏻Dhaggeeffachuu, garuu namoota akka dubbataniif dhiibbaa gochuu hin qabnu.
👉🏻 Namoota jajjabeessuu fi tasgabbiin akka itti dhagahamu gargaaruu.
👉🏻Namoonni odeeffannoo, tajaajilaa fi deeggarsa hawaasummaa waliin akka wal qunnaman gargaaruu.
👉🏻 Namoota miidhaa dabalataa irraa eeguu.

Gargaarsi jalqabaa saayikoloojii maali?

☑️ Waan ogeessota qofti hojjechuu danda'an miti.
☑️ Gorsa ogummaa qofa miti.
☑️ Namaa saana waan ta'e

የሳይኮሎጂካል የመጀመሪያ እርዳታ l Gargaarsa Jalqabaa Xiin-sammuu
====================================================
አማርኛ | Afaan Oromo.

ሳይኮሎጂካል የመጀመሪያ እርዳታ ማለት፣ በቅርብ ጊዜ ለከባድ ጭንቀት ተጋላጭ ለሆኑ ሰዎች ሰብአዊ፣ ደጋፊ እና ተግባራዊ እርዳታ መስጠት ነው።

ሳይኮሎጂካል የመጀመሪያ እርዳታ እንዴት ይሰጣል?

👉🏻የማይረብሽ, ተግባራዊ እንክብካቤ እና ድጋፍ መስጠት.
👉🏻ፍላጎቶችን እና ስጋቶችን መገምገም.
👉🏻ማዳመጥ, ነገር ግን ሰዎች እንዲናገሩ ግፊት ማድረግ የለብንም.
👉🏻ሰዎችን ማጽናናት እና መረጋጋት እንዲሰማቸው መርዳት.
👉🏻ሰዎች ከመረጃ፣ አገልግሎቶች እና ማህበራዊ ድጋፎች ጋር እንዲገናኙ መርዳት.
👉🏻ሰዎችን ከተጨማሪ ጉዳት መጠበቅ.

ሳይኮሎጂካል የመጀመሪያ እርዳታ ምን አይደለም?

☑️ባለሙያዎች ብቻ ሊያደርጉት የሚችሉት ነገር አይደለም.
☑️የባለሙያ ምክር ብቻ አይደለም.
☑️ሰዎች የሆነውን ነገር እንዲመረምሩ ወይም ጊዜንና ክስተቶችን እንዲያስቀምጡ መጠየቅ አይደለም.
☑️ምንም እንኳን ሳይኮሎጂካል የመጀመሪያ እርዳታ የሰዎችን ታሪኮች ለማዳመጥ መገኘትን የሚያካትት ቢሆንም፣ ሰዎች በአንድ ክስተት ላይ ስሜታቸውን ወይም ምላሻቸውን እንዲነግሩዎት ግፊት ማድረግ አይደለም.

የስነ ልቦና የመጀመሪያ እርዳታ ለማን እና መቼ?
ለማን❓
👉🏻ለአዋቂዎችና ለህፃናት ሊሰጥ ይችላል.
👉🏻በቅርቡ ለከባድ አስጨናቂ ክስተት የተጋለጡ በጣም የተጨነቁ ሰው.
መቼ❓
👉🏻በጣም ከተጨነቁ ሰዎች ጋር ለመጀመሪያ ጊዜ ሲገናኙ፣ ብዙውን ጊዜ አንድ ክስተት ከተከሰተ በኋላ ወይም አንዳንድ ጊዜ ከጥቂት ቀናት ወይም ሳምንታት በኋላ.
👉🏻እርዳታን በማይፈልጉት ላይ አያስገድዱ፣ ነገር ግን እራሳችሁን የሚገኙ እና ድጋፍ ለሚፈልጉ በቀላሉ ተደራሽ ያድርጉ.

Address

Addis Ababa

Telephone

+251930555315

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Fayyaa Sammuu/Mental Wellness posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Fayyaa Sammuu/Mental Wellness:

Share