LUBBU MCH & MEDICAL CENTER

LUBBU MCH & MEDICAL CENTER LUBBU MCH & MEDICAL CENTER is a multi-speciality tertiary level, comprehensive health care service!

Happy New Year from LUBBU MCH & MEDICAL CENTER! 🎉As we step into 2018, we extend our heartfelt gratitude to our communit...
10/09/2025

Happy New Year from LUBBU MCH & MEDICAL CENTER! 🎉

As we step into 2018, we extend our heartfelt gratitude to our community for trusting us with your health and wellbeing. Your support inspires us to serve with compassion, excellence, and commitment every day.

This New Year, we renew our promise to provide quality care, healing, and hope for every family we serve. May 2018 bring you and your loved ones good health, peace, and happiness.

With warm regards,
Shimelis L Jidhaa
CEO, LUBBU MCH & MEDICAL CENTER

✨ Exciting News Alert | Oduu Aaga!🌟              🚀 Taking Off with Ethiopian Airlines!LUBBU MCH Hospital is proud to kic...
10/07/2025

✨ Exciting News Alert | Oduu Aaga!🌟

🚀 Taking Off with Ethiopian Airlines!
LUBBU MCH Hospital is proud to kick off the new fiscal year with a major milestone — we've signed a new medical service agreement with ETHIOPIAN AIRLINES! ✈️🤝

At LUBBU MCH Hospital, we're combining cutting-edge technology with top-tier specialists and subspecialists to deliver the CARE YOU DESERVE in a safe, clean and pleasant environment. ✈️🩺
https://lubuspecializedcenter.com/

PART-IHow Do We Stay Healthy?ጤነኛ መሆን የምንችለው እንዴት ነው ?Akkamitti Fayya-buleessa Taanaa?To stay healthy: 1. Eat right, 2. E...
05/07/2025

PART-I
How Do We Stay Healthy?
ጤነኛ መሆን የምንችለው እንዴት ነው ?
Akkamitti Fayya-buleessa Taanaa?

To stay healthy:
1. Eat right,
2. Exercise regularly,
3. Manage your weight,
4. Get enough Sleep,
5. Avoid harmful habits &
6. Get Regular Health Checkups

ጤናማ ለመሆን፡-
1. በትክክል ይመገቡ፣
2. አዘውትረው የአካል ብቃት እንቅስቃሴ ያድርጉ፣
3. ክብደትዎን ይቆጣጠሩ፣
4. በቂ እንቅልፍ ያግኙ ፣
5. ጎጂ ልማዶችን ያስወግዱ እና
6. መደበኛ የጤና ምርመራ ያድርጉ

Fayyaa buleecha ta'uuf:
1. Nyaata sirrii nyaachuu,
2. Sochii qaamaa yeroo hunda gochuu,
3. Ulfaatina qaama keenyaa to’achuu,
4. Hirriba gahaa rafuu,
5. Amala miidhaa geessisu irraa
ofeeguu fi
6. Sakatta’iinsa qorannoon fayyaa
dhabbataa godhachuu dhaanii!

Dhibee Mpox (Maariyyee Jaldeessaa)MALLATTOOWWAN ●Dhagna gubaa, mataa dhukkubbii, dhukkubbii dugdaa, dhukkubbii qoonqoo, ...
11/06/2025

Dhibee Mpox (Maariyyee Jaldeessaa)

MALLATTOOWWAN
●Dhagna gubaa, mataa dhukkubbii, dhukkubbii dugdaa, dhukkubbii qoonqoo, dadhabbii.
●Xannachootni mormarra jiran dhiita'uu.
●Waan akka dhiitaa xixiqqoo (shifoo) qamaa irra faca'uu (kan suura irra jiru sana).

DADDARBIINSA
●Waltuttuqqaa nama vaayireesii kaanaan qabame waliin [walqunnaamtii saalaa dabalatee]
●Waltuttuqqaa meeshaalee fi uffataa waliin fayyadamuun.
●Waltuttuqqaa bineensota ykn baayladoota vaayirasii kanaan qababaman waliin.
●Darbee darbee haxxiffuu fi qufaa (keessumaa namni sun sombi isaa dhibee kanaan hubameera yoo ta'e)

ITTISA
●Talaallii isaa fudhachuu
●Walii tuttuqaa irraa ofeeggachuu
●Harka keenya yeroo mara bishaanii fi saamunaadhaan dhiqachuu emuu dhabuu

YAALA
●Dhukkubi kun irra jireessaan torban lama keessatti kan fayyudha. Kanaaf namootni hedduun yaala hin barbaadan.
●Qorichi kallattiidhaan vaayirasii kanaaf kennamee fayyisu hin argamne.
●Haa ta'u malee yaalli xaxaa (complications) dhukkuba kana waliin walqabatee dhufuuf kennamu hedduu barbaachisaadha.

XAXAAWWAN (Complications)
●Madaa ijaa (yoo hin yaalamne haga ija balleessuutti waan ga'uuf)
●Infection dabalataan madaa Mpox'n uumame kanarratti uumamu.
●Qaama keessaa dhangala'aan xuuxamuu (dehydration (Keessumaa daa'imman olbaasaa fi teessisaa qaban)
●Infection sombaa (pneumonia)
●Infection sammuu (encephalitis)

Fayyaan Faaya
Dr. Gurmeessaa (Ispeeshaalistii dhibee keessaa)

የዝንጀሮ ፈንጣጣ (MonkeyPox) በሽታ የሚከሰተው ሞንኪፖክስ በተባለ ቫይረስ አማካኝነት ሲሆን፣ ይህም ጉዳቱ ዝቅተኛ ከሆነው የፈንጣጣ ቫይረስ ቡድን ውስጥ የሚመደብ ነው።የበሽታው ምልክቶች...
10/06/2025

የዝንጀሮ ፈንጣጣ (MonkeyPox)
በሽታ የሚከሰተው ሞንኪፖክስ በተባለ ቫይረስ አማካኝነት ሲሆን፣ ይህም ጉዳቱ ዝቅተኛ ከሆነው የፈንጣጣ ቫይረስ ቡድን ውስጥ የሚመደብ ነው።

የበሽታው ምልክቶች
የበሽታው ምልክቶች መታየት የሚጀምሩት አንድ ሰው ለቫይረሱ ከተጋለጠ ከ5-21 ቀን በኋላ ሲሆን÷ አንዳንዴ በቶሎ ወይም ሌላ ጊዜ ዘግየት ብሎ ሊጀምር ይችላሉ።
ምልክቶቹም
• ትኩሳት፣ ራስ ምታት፣ የእጢ እብጠት፣ የመገጣጠሚያ ህመምና ድካም ፣ ቆዳ ላይ የሚወጣ ቁስል (ሽፍታ) ዋነኛ መገለጫው ነው።
• የቆዳ ምልክቶቹ መጀመሪያ ላይ ጠፍጣፋ ቀላ ያለ ሽፍታ ሆኖ ይጀምርና ከዚያ አብጦ ፈሳሽ ይቋጥራል፤ በመቀጠልም ይፈርጥና ይቆስላል።
• ቁስሉ ሲቆይ ይደርቅና ተቀርፎ ይወድቅና በቦታው አዲስ ቆዳ ይተካል።
• ይህ ቁስል በፊት ላይ፣ በአፍ ውስጥ እና እንደ እጆች፣ እግር፣ ደረት፣ የመራቢያ አካላት ወይም ፊንጢጣ ያሉ ሌሎች የአካል ክፍሎች ላይ ሊወጣ ይችላል።

እንዴት ይተላለፋል?
• በበሽታው የተያዘ ሰው የተጠቀመባቸው አልባሳት መንካት
• በበሽታው የተያዘ ሰውን ቁስል መንካት
• በበሽታው የተያዘ ሰው አካላዊ ፈሳሽ የሚኖር ንክኪ

ሊታከም የሚችል ነው?
አዎ። አብዛኛዎቹ በበሽታ ተጠቂዎች ከ2-4 ሳምንታት ውስጥ በራሳቸው ይድናሉ። ከባድ በበሽታ ተጠቂዎች በTecovirimat (TPOXX) ሊታከሙ ይችላሉ።
ከላይ የተጠቀሱትን ምልክቶች የሚያሳይ ማንኛዉም ሰዉ በሚገኝበት ጊዜ በአቅራቢያ ወደሚገኝ የጤና ተቋም ሪፖርት እንዲያደርግ ወይም በ952 እና 8335 ነጻ የስልክ መስመር ጥቆማ ማድረግ ይጠበቅበታል።

Hordoftoota Amantaa Islaamaa Hundi, Baga Ayyaana Iid al- Adahaa/Arafaa/ 1446ffaa Nagaan Isin Ga'e!Ayyaanni kan nagaa fi ...
06/06/2025

Hordoftoota Amantaa Islaamaa Hundi, Baga Ayyaana Iid al- Adahaa/Arafaa/ 1446ffaa Nagaan Isin Ga'e!
Ayyaanni kan nagaa fi kan gammachuu isiniif haa ta’u!
Iid Mubaarak!

ለመላው የእስልምና እምነት ተከታዮች እንኳን ለ1446ኛው የኢድ አል-አደሃ/አረፋ/ በዓል በሰላም አደረሳችሁ!
በዓሉ የሰላምና የደስታ ይሁንላችሁ!
ዒድ ሙባረክ!

Hospitaalli LUBBUU Hordoftoota Amantaa Kiristaanaa hundaan, Baga Ayyaana Du'aa Ka'uu Gooftaa Iyyasuus Kiristoosiin isin ...
19/04/2025

Hospitaalli LUBBUU Hordoftoota Amantaa Kiristaanaa hundaan, Baga Ayyaana Du'aa Ka'uu Gooftaa Iyyasuus Kiristoosiin isin gahe jechaa, Ayyaanichi kan Nagaa, Jaalalaafi Gammachuu akka isiniif ta'u hawwa!

ለመላው የክርስትና እምነት ተከታዮች፤
እንኳን ለብርሃነ ትንሳዔው በሰላም አደረሳችሁ እያለ በዓሉ የሰላም፣ የፍቅር እና የደስታ እንዲሆንላችሁ ይመኛል፡፡

ርሑስ በዓል ፋሲካ ንኹልኹም ሰዓብቲ እምነት ክርስትና ኣብጽሓኩም። ሰላምን ፍቕርን ሓጎስን ዝመልአ በዓል ክኾነልኩም እናተመነኹ!

AYYAANA GAARII!!!
LUBBU MCH & MEDICAL CENTER

Www.lubuspecializedcenter.com

Hordoftootni Amantaa Islaamaa Hundi Baga Ayyaana Iid Al-Fixrii Waggaa 1446ffaa Nagaan Geessan!IID MUBAARAK!ለመላው የእስልምና እ...
29/03/2025

Hordoftootni Amantaa Islaamaa Hundi Baga Ayyaana Iid Al-Fixrii Waggaa 1446ffaa Nagaan Geessan!

IID MUBAARAK!

ለመላው የእስልምና እምነት ተከታዮች፣
እንኳን ለ1446ኛው ዒድ-አልፈጥር በዓል በሰላም አደረሳችሁ!

ዒድ ሙባረክ!

LUBBU MCH & MEDICAL CENTER

03/03/2025

Hojiiwwan yaalaa kan sooma Ramadaanaa hin cabsine

1. Copha ijaa fi copha gurraa sooma hin cabsu.

2. Dhukkubsattoonni dhukkuba asmii yeroo soomaa qoricha puff isaanii (Salbutamol puff) fudhachuun sooma hin cabsu.

3. Ilkaan baasuun ykn ilkaan guutuun sooma hin balleessu.

4, Kiniinii afaan jalaa: dhukkuba onnee (MI) yaaluuf ... qorichi dhukkuba biroof oolu yoo fudhatame malee sooma hin cabsu.

5. Namni sooma qabu qorannoo dhiiga ykn dhiiga isaa yoo arjoome soomni isaa hin cabu.

6, Qorichootni nyaata bakka hin buune (qoricha qaama tasgabbeessuu, talaallii, antibaayootikii) hidda dhiigaa (IV) ykn IM, akkasumas qorichi hidda dhiigaa keessaa (intravenous contrast) CT Scan ykn MRI'f kennamu sooma hin cabsu.

7. Sababa dhukkubaa ykn sababa biraatiin of wallaalanii garaa kaasuun sooma hin balleessu.

8. Kooba/Hijamaan (Wagmt) soomana balleessuu fi dhiisuu isaa ilaalchisee Ulamaa’ota (ogeeyyii amantii) biratti yaadonni hedduun ka’aa turaniiru. Dhiyeessiin hijaamaa hojii yaalaa ammayyaa phelbotomy keessatti fayyadama. Kunis sooma hin balleessu

9. Namni dhiigni baay’ee yoo dhiigille soomanni isaa hin cabu. Namni sooma qabu sababa balaa ykn sababa biraatiin dhiigni baay’ee yoo dhangala’e sooma isaa irratti rakkoon hin jiru. Sababa kanaan yoo dhukkubsatee dadhabe garuu sooma isaa cabsee nyaachuu danda'a.

10. Dubartiin Ramadaana soomachuun qoricha farra laguu fayyadamuun yoo fayyaa ishee irratti rakkoo tokkollee hin fidne rakkoo hin qabu. Guyyoota Ramadaanaa, leeylatul qadrii, sochiiwwan tokko tokko yeroo hajjii fi umraa soomana irraa akka hin hafneef qoricha laguu dhaabuuf fayyadamuun, yoo fayyaa ishee irratti rakkoo tokkollee hin fidne rakkoo hin qabu. Garuu qorichi kun miidhaa cinaa waan qabuuf dubartiin sun tekluf yoo of hin galchine gaariidha. Yoo kiniinii fayyadamte yoo soomtee hojii ibaadaa raawwatte fudhatama qaba.

11. Meeshaaleen yaalaa, qorannoon, qoricha fi qorsa ulfa ittisuu gadameessa/ qaama saalaa dubartii keessa galfaman sooma hin balleessan

"Yaadachiisa:
Lakkofsa tokkofaa irratti
Ibsa gayaa kennuu barbaachisa
Fakkee nyaaf yoo dawaan kan gama garaachaa seene
Sababa dibbeen gurraa dhohuutiin gafa san soomni nibbada jedhan ulamaa,iin

Ammas lakkofsa 8 imaamu ahmadiin biratti koobaan sooma ni balleessa
Koreen fatwaa ulamaa'a su'uudii hundinuu ni bada jedhu

Sooma Ramadaanaa ilaalchisee murtoowwan yaalaa kunniin Qur’aanaa fi Hadiisa akkasumas manneen barnootaa Imaamota afran irratti kan hundaa’an yoo ta’u, hayyoota bara keenyaatiin kan kennamee fi kan qindaa’ani dha.

Share godhaa warra hin beekne beeksisaa
Dr. Muhammed Kedir
'a_rahmata

lubuspecializedcenter.com

ለመሬት መንቀጥቀጥ የሚወሰድ ጥንቃቄዎች | ሶስቱ የጥንቃቄ መልእክቶች1-መውረድ (drop) ፣ መንበርከክና ጠንከር የለ ነገር በመያዝ ከሚወድቁ ነገሮች በተለይ የጭንቅላት  አደጋ መቀነስ።2-መ...
06/10/2024

ለመሬት መንቀጥቀጥ የሚወሰድ ጥንቃቄዎች | ሶስቱ የጥንቃቄ መልእክቶች

1-መውረድ (drop) ፣ መንበርከክና ጠንከር የለ ነገር በመያዝ ከሚወድቁ ነገሮች በተለይ የጭንቅላት አደጋ መቀነስ።

2-መሸፈን (cover)

በክረናችን የጭንቅላትና አንገትን መሸፈን ፣ ተተኝቶ ከሆነ በትራስ አንገትንና ጭንቅላትን መሸፈን ይመከራል።

3-ባሉበት መቆየት (hold on)

በጠረጴዛ ወይ ከስር ሊያስገባ በሚችልና ከላይ ሊወርድ የሚችል ነገር የሚከላከል ውስጥ በመግባት እግሩን ይዞ ሲንቀሳቀስ አብሮ መንቀሳቀስ።

በተጨማሪም ከእንፃ አካባቢ መራቅ ፣ መወጣት ካልተቻለ አፍን መሸፈን ከመጮህ ማፉጨት ወይ ፊሽካ ማጮህን ይመከራል።

Reference: Ready.gov

ዶ/ር ዘለቀ ከበደ
http://www.youtube.com/

Secure .gov websites use HTTPS A lock ( ) or https:// means you’ve safely connected to the .gov website. Share sensitive information only on official, secure websites.

Address

LUBBU Specialized MCH & MEDICAL CENTER
Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when LUBBU MCH & MEDICAL CENTER posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to LUBBU MCH & MEDICAL CENTER:

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram