Simbirtuu News

Simbirtuu News "Nyaanni qoricha siif haa ta'u, qorichi immoo nyaata siif haa ta'u.”

22/12/2024

ATM irraa gara JaLaTa

“Ijoolleen ol daddarbinaan waan ofii utaalte itti fakkaaate” jedhe Abdi Fadis Oromiya 🥸
21/12/2024

“Ijoolleen ol daddarbinaan waan ofii utaalte itti fakkaaate” jedhe Abdi Fadis Oromiya 🥸

21/12/2024

Hin dagatiinaa, warruma Wayyaaneetti qabsaa'uun dogoggora, "Master plan" mormuun dogoggora jedhee nu dararaa tureti hardhas rakkoo mootummaa yoo dubbannu nu dararaa jira.
Vs Margaa Angaasuu

 -has_no_oltarnative
11/08/2024

-has_no_oltarnative

Lakkoofsi namoota balaa sigiga lafaa   du'an 229 gahe Naannoo Kibbaa Itoophiyaa godina Goofaa aanaa Kennichoo Shaachaatt...
23/07/2024

Lakkoofsi namoota balaa sigiga lafaa du'an 229 gahe

Naannoo Kibbaa Itoophiyaa godina Goofaa aanaa Kennichoo Shaachaatti balaa sigigaachuu lafaa mudateen hanga ammaa lubbuun namoota 229 akka darbe mirkanaa’uu ibsame.

Kominikeeshinii godinichaa akka beeksisetti, hojii lubbuu baraarsaa hanga ammaa gaggeeffameen daa’imman dabalatee dhiiraa 148 fi dubartii 81, waliigalaan reeffa namoota 229 argamuu fi hojiin barbaachaa cimee itti fufeera.

Namoota hojii lubbuu baraarsaaf iddoo san argaman keessaa tokko, balaan kun rooba cimaa Dilbata galgala roobe hordofee qaqqabuu eeruun, "ganama irra deebiin kanneen lubbuu baraaruuf dursanii argaman irratti lafti sigigaatee lakkoofsi namoota du’an dabale” jechuun Addis Standard'tti himeera.

Bulchaan godina Goofaa Daagmaawii Ayyalaa, balaa kanaan hojjettoota mootummaa fi poolisoota dabalatee lubbuun namoota hedduu darbuu himanii jiru

Oduu Ammee  Balaa sigiga lafaatin Lubbuun namoota hedduu darbuun DhagahameGoofaatti lakkoofsi namoota sigiga lafaan lubb...
23/07/2024

Oduu Ammee
Balaa sigiga lafaatin Lubbuun namoota hedduu darbuun Dhagahame
Goofaatti lakkoofsi namoota sigiga lafaan lubbuun darbee 146 qaqqabe

Finfinnee, Adoolessa 16, 2016 (FBC)- Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Godina Goofaa Aanaa Geezee Goofaatti balaa sigiga lafaa kaleessaa mudateen lakkoofsi namoota lubbuun darbee 146 caaluun ibsame.

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Simbirtuu News posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category