Dr.Fayyaa

Dr.Fayyaa page'n kun Odeeffannoo fayyaa Hawaasa keenya biraan gahuufi barsiisuuf kan Uumamedha.Gaaffiwwan kara

  BARA HAARAWA 2017 ISIN GAHE, NUUN GAHE! BARA GAMMACHUU, ARAARAA, MILKII FI NAGEENYA WAAQAYYOO NUUF YAA TAASISU!
10/09/2024

BARA HAARAWA 2017 ISIN GAHE, NUUN GAHE!
BARA GAMMACHUU, ARAARAA, MILKII FI NAGEENYA WAAQAYYOO NUUF YAA TAASISU!

Dhala dhabuu/ Maseenummaa   ፨፨፨፨፨፨፨. Fayyaa፨፨፨፨፨፨፨1. Maseenummaa jalqabaa- warra jalqaba walqunnamtii saalaa of eegganno...
09/06/2024

Dhala dhabuu/ Maseenummaa
፨፨፨፨፨፨፨. Fayyaa፨፨፨፨፨፨፨
1. Maseenummaa jalqabaa- warra jalqaba walqunnamtii saalaa of eeggannoo hin qabnee raawwatanii waggaa 1 fi isaa oliif dhala hin arganne
2. Maseenummaa 2ffaa- Erga dhala yeroo darbe keessa argatanii booda kan dhala itti aanu hin argannedha.
Umrii dahumsaa (20-45 waggaa)
dhala dhabuu:
1) Rakkina dhala horachuu dhabuu dhiira irraa maddu (30-40%)
2) Rakkina dhala horachuu dubartii irraa maddu(40-50%)
3.Rakkina dhiira fi dubartii irra maddu 10% fi
4) Rakkina hin beekamne( 10%). Kun parsantii madda dhala dhabuuti

:-
Sababootni Madda kanaaf akka ka'umsaatti qorataman- Umriin fagaachuu( keessumattuu dubartiif), Ulfaatina qaamaa guddaa, Araada waliin jiraachuu fkf..tamboo xuuxuu, Hashishii, Buna fi alkoolii baayyisuu, Keemikaalota warshaa ( Farra aramaa, ilbiisotaa)fi qulqullinaaf fayyadan waliin yeroo dheera dabarsuu, Hammamtaa wal qunnamtii saalaa xiqqaa, rakkina qaama walhormaataa, dhukkuboota sirna indookiraayiniiti.

fi yaala
Saayinsiin Dhala dhabu baayyee bal'aa waan taheef ogeessa yaalaatiin qoratamuun barbaachisaadha. Dhibbeentaan 85-90% wal'aansaa taasisuun dhala argachuu ni danda'u!.

Horaa bulaa!!!
፨፨፨፨Fayyaan hunda dursa!፨፨፨፨፨፨
Share,like fi comment gochuun wal barsiisaa, wal hubachiisaa.

06/06/2024

Rakkina dhala dhabuu, Maseenummaa...yeroo gabaabaa keessatti ni dhoobama.
Gaaffii yoo qabaattaan naaf ergaa

🌼🌼🌼🌻🌻🌻Baga Bara Haaraa 2016 Geessan,geenye-እንኳን ለ2016 አድስ ዓመት አደረሳችሁ ፣አደረሰን 🌻🌻🌻🌼🌼🌼🌼 Bara Tokkummaa -የአንድነት🌻🌼 Bara Jaalal...
12/09/2023

🌼🌼🌼🌻🌻🌻Baga Bara Haaraa 2016 Geessan,geenye-እንኳን ለ2016 አድስ ዓመት አደረሳችሁ ፣አደረሰን 🌻🌻🌻🌼🌼🌼

🌼 Bara Tokkummaa -የአንድነት🌻
🌼 Bara Jaalalaa-የፍቅር 🌻
🌻 Bara Dhiifamaa-የይቅርታ 🌼
🌻 Bara Milkii-የስኬት 🌼
🌻 Bara Fayyaa-የጤና🌼

🌼🌼🌻🌻 Isiniif yaa ta'u -ይሁንላችሁ 🌻🌻🌼🌼

፨፨፨፨፨፨፨Dhukkubbii Ijaa፨፨፨፨፨፨፨፨ # baakteeriyaa, vaayirasiin dhufu:-*Mallattoo- ijji diimachu, dhukkubbii , hooqa, cimmaa'...
13/08/2023

፨፨፨፨፨፨፨Dhukkubbii Ijaa፨፨፨፨፨፨፨፨
# baakteeriyaa, vaayirasiin dhufu:-
*Mallattoo- ijji diimachu, dhukkubbii , hooqa, cimmaa'uu fi haphee horachuu
* Mala ittisaa:-a) fuula fi ijaa osoo hin tuqin harka dhiqachuu, erga tuqaniis dhiqachuu
b) dhibee daddarbu waan ta'eef nama dhukkuba kana qabu wal'aansisuu ykn hanga fooyya'utti walitti dhihaachuu dhiisuu
C) huccuu bishaan qabbanaa'aa keessatti jiisuun ija dhukkubsatturra kaa'uu
D) nyaata vaayitaaminootan badhaadhan fudhachuu
E) ogeessa fayyaatiin ilaalamanii dawaa fudhachu
***Fayyaan hunda dursa***

Address

Addis Ababa

Telephone

+251912665623

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dr.Fayyaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category