Ifa Ebisa Jigi

Ifa Ebisa Jigi Ogeessa Xiinsammuu!!

28/02/2025
Saayikoloojii Yakkaa
12/10/2024

Saayikoloojii Yakkaa

10/08/2024

Goyyoomsaa Jaalalaa Hubachuu

23/02/2024

** Amaloota Jireenya keenya fooyyessan 5n:
1. Yeroon rafuu
2. Yeroon ka'u!
3. Kolfuu
4. Guyyaatti fuula 10 dubbisuu
5. Waan haaraa guyyuu barachuu!!

07/12/2023

Quba Qabaadhu!

1. Rakkoofi gidiraa jalaa baqatte ba'uu hin dandeessu!
2. Haasaan buddeen hin bilcheessu!
3. Garmalee yaaduun waa hin uumuu!
4. Ni duuta addunyaan kun siin tufte itti fufti!
haga dandeesse yaalii!

FOLLOW GODHAA!!

01/12/2023

Saayikoloojiin Maal Jedha?
1. Namni tokko akka jeeqamu yoo barbaadde adda isaa ilaalii!
2. Namni tokko dhugaa akka sitti himuu yoo barbaaddee, gaaffii utuu hin gaafatin dura kofaalchisii!

dabalataaf FOLLOW godhaa!

29/11/2023

Saayikoloojiin Maal jedha?

1. Imiimmaan gammachuu ija mirgaa keessaa copha!
2. Imiimmaan gaddaa ija bitaa keessaa copha!
3. Amala haaraa tokko dhaaluuf guyyaa 66 fudhata. Ati maal jetta?

# Follow godhaa!

Address

Finfinne
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ifa Ebisa Jigi posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Ifa Ebisa Jigi:

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram

Category