Doctor Hamza

Doctor Hamza Fayyaa isini haa kannu
(3)

02/12/2024

Namni hundi Photo social media irratti ni bareeda yeroo qaamaan argite "Kokkoo 💀" fakkaatu hin shawadamin abbaa!

Amata fi ji'a 6 jabaadhee Egan hojadhee, kunoo "Buna" ho'aa bitachuu dandahe jira😁
02/12/2024

Amata fi ji'a 6 jabaadhee Egan hojadhee, kunoo "Buna" ho'aa bitachuu dandahe jira😁

01/12/2024

Nuti miskiinaa "Bishaanuma dhugnu" kana Qoricha nuuf haa godhu ilaahiin

26/11/2024

Miskiina Qofaatu, "Maallaqni Gammachuu hin bitu" ja'a!

24/11/2024

Namni hundi Waan onnee keessaa isa rakkee jira:
Rabbiin bakkaan nuuf haa gahu 💯

23/11/2024

Dhiirti dubartii hedduu wajji hasawun, akkasuma dubartiin dhiira hedduu wajji hasawun miidhaa malee fayidaa hin qabu!

20/11/2024

Guyyaa 100 qofaafu hafe ramadaanaaf imana fi Fayyaan itti nu haa gahu 💚

Ramadaanaaf Guyyaa 100 have imaanaa fi Fayyaan itti nu haa gahu💚100 days for Ramadan, may Allah make us wait with imaan ...
20/11/2024

Ramadaanaaf Guyyaa 100 have imaanaa fi Fayyaan itti nu haa gahu💚
100 days for Ramadan, may Allah make us wait with imaan and health💚
100 ايام الى رمضان الاهم بلغنا مع صحة والإمان💚

18/11/2024

Ni dandaha Rakkoo kee hunda si haa furu Jabaan💚

18/11/2024

Salaata keessatti, Sujuuda irratti duutee Rabbi qunnamuu si haa waffaqu💔

18/11/2024

Ramadaanaaf Guyyaa 103 hafe, Rabbiin ittiinnu haa gahu💚

💯💯💯
05/11/2024

💯💯💯

Yaa warreen Amantan namoota isin irraa hin taane jaalallee hin godhatinaa. Isaan yoo carraa argatan isin balleessuu irra...
12/10/2024

Yaa warreen Amantan namoota isin irraa hin taane jaalallee hin godhatinaa. Isaan yoo carraa argatan isin balleessuu irraa of hin qusatan.
Isaan Hamtuun akka isin xuqu ni hawwu. Jibbansi isaan muslimaaf qaban afaan isaanii irraa mullatee jira. Jibbansi isaan onnee isaanii keessatti dhokfatan kan mullisan irra Guddaadha.

Kunoo isin isaan ni jaalattan. Isaan isin hin jaalatan.isin Kitaaba(Qur'aanaa fi Macaafa qulqulluu) hundatti ni amantan. Isaan yeroo isin qunnaman nutis amanne (nuti tokko) isiniin ja'an.
Yeroo isin biraa deeman jibbansa isiniif qaban irraa kan ka'e dallansuudhaan qubbeen isaanii ciniinan. Dallansuu keessaniin du'aa ja'iin.
Dhugumatti Allaahni jibaa onnee keessan keessa jiru ni beeka.

Yoo Waan gaarii argatta isaan ni dhukkubsatu, yoo hamtuun isin xuqe ni gammadu.
Yoo isin Obsitanii, Allaaha sodaattan hamtuun isaanii isin hin dhaqabu.
Allaahni Waan isaan hojjatan hunda itti matsee jira.

" Qur'aana suuraa imraan:118-120

Hiikaa kana anumaatu hiike, dogongora argameef dursee Dhiifama gaafadha!

08/09/2024

Sihrii(Galgala) namatti godhuu fi namni nuti godhu irraa nu haa tiissu💔

01/09/2024

Hanga fadhe LIKE sitti xiqqaatullee Post kee ofiif LIKE hin godhatin😁

Aselamu Aleykum💚🌹Akkam jirtu Ummata Muslimaa Qashtii⁉️Yeroo dheeraadhaaf Sabababaa Dhuunfaadhaaf fb irraa baddee ture. h...
30/08/2024

Aselamu Aleykum💚🌹

Akkam jirtu Ummata Muslimaa Qashtii⁉️
Yeroo dheeraadhaaf Sabababaa Dhuunfaadhaaf fb irraa baddee ture.

hedduun keessaniis gama keessaan maaf badde jattanii na gaafachaa turta naaf Galatooma!

Hojiin motummaa yeroo jalqabaa kana xiqqo "Busy" nama godha kanumaaf bade malee nagayaan isiniif qaba!!

Fb'n Kuni akkuma ilma namaa yoo irraa fagaatte suuta, suuta si dagata, ergaan teetis nama hedduu bira akka hin geenye godhama!

Amma insha Allaah yoo Allaahaan naaf fadhe xiqqo Waan tasgabaa'eef ergaa Amantaa fi Fayyaa haala haarawaan itti deebi'uu Waan barbaaduuf isiniis na gargaaraa⁉️

Ergaan Ani Amma dura dabarsaa ture Hawaasa keenya ni fayyada jattanii yoo amantan post kiyya LIKE, SHARE godhuun Hawaasa keenya naaf dhaqabsiisaa, kana gaafii. Kiyya!?

Dursee isin Galatoomfadha, nagayan naaf jiraadhaa!!

30/08/2024

"nama irratti laafisa
hin jabessinaa,nama gammachisa hin ariyinaa" ,rasulﷺ

29/08/2024

Adunyatti durummaa Akhiraatti Jannata💚

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Doctor Hamza posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Doctor Hamza:

Share

Category