
27/02/2025
Daandin nageenyaa biyya ceesisa
Jabana addunyaan jijjiiramte kana afaan qawwee osoo hin taane mariin biyya ceesisuun filannoo jalqabaati. Dursa nageenyaf kennuun filannoo hin qabu. Warri daandii badii qabatee mootummaa ce'umsaa malee jedhes kanarraa baratee guddina uummata oromootif hojjechuu qaba.