Dawit Girma Nuguse

Dawit Girma Nuguse Psychiatry medicine and GPH Speciality

ODUU GAARII HORDOFTOOTA KOOF!Gidduu kana dhimma hojiitif Somaalee land jira. Gatiin laaptooppotaa, asii baay'ee surpise ...
25/03/2024

ODUU GAARII HORDOFTOOTA KOOF!

Gidduu kana dhimma hojiitif Somaalee land jira. Gatiin laaptooppotaa, asii baay'ee surpise na godhee jira.

Hp core i5 7 generation RAM 8, gatii 18,000 birr.
Hp core i7 9 generation RAM 16 gatii 30,000

Hp core i7 11 generation gatii 35,000

Akkasumas illee Graphics kan hojjetanii fi Meeshaalee elektroniksii gatii gaariin asii ni argattu. Hanga torbee tokkootti as waanin turuuf karaa telegram kiyyaa na dubbisuu dandeessu.

Galatoomaa!

Baga wal fuutan, Baga gammaddan Dr Nafyad Getu Horaa baay'adhaa🥰🥰🥰
26/01/2024

Baga wal fuutan, Baga gammaddan Dr Nafyad Getu Horaa baay'adhaa🥰🥰🥰

“Nuyi garuu, Kristos isa fannifame in lallabna; kun immoo warra Yihudootaatti gufuu dha, warra Yihudoota hin ta'initti i...
23/01/2024

“Nuyi garuu, Kristos isa fannifame in lallabna; kun immoo warra Yihudootaatti gufuu dha, warra Yihudoota hin ta'initti immoo gowwummaa dha.”
— 1Qor. 1:23
On 'uu_Dhalootaa_book
Dr Dubi Wak Taye

Bagan dhaladhe!Happy birthday to me!I didn't struggle to see today rather, I lifted on God's wings and gently dropped on...
25/11/2023

Bagan dhaladhe!
Happy birthday to me!

I didn't struggle to see today rather, I lifted on God's wings and gently dropped on the earth. Happy birthday to me again! Thank you God for always be there for me!

Baga nagaan wal argitan Leta Kenei Aga Waaqayyo gaaridha!
10/11/2023

Baga nagaan wal argitan Leta Kenei Aga

Waaqayyo gaaridha!

Obbo Baqqalaa Garbaa Ameerikaatti koolu galtummaa gaafatan.Kana boodas Dhaaba siyaasaa kamirrattuu akka hin hirmaanne ib...
28/08/2023

Obbo Baqqalaa Garbaa Ameerikaatti koolu galtummaa gaafatan.

Kana boodas Dhaaba siyaasaa kamirrattuu akka hin hirmaanne ibsaniiru. Gash Baqqe Oolmaa guddaa nu biraa qabdu!

Yeroo boqonnaa gaarii🥺

Qashtii koo baga gammadde, I'm proud of you I wish u all the best! Congratulations  once again! Gospel Singer Miliyon To...
25/08/2023

Qashtii koo baga gammadde, I'm proud of you I wish u all the best! Congratulations once again! Gospel Singer Miliyon Tolera !
Miliyon Tolera love you Qabaxaa😋!

waa’ee namicha   Alexander jedhamu kana dubbisaa.Namni kun sababa dhibee Pooliyootiin umuriisaa waggaa 6 irraa kaasee ha...
03/04/2023

waa’ee namicha Alexander jedhamu kana dubbisaa.
Namni kun sababa dhibee Pooliyootiin umuriisaa waggaa 6 irraa kaasee hanga ammaatti waggoota 71 darbaniif meeshaa “Iron Lung” jedhamu keessa jiraachaa jira! Qaamnisaa mormaa gadi laamsha’ee jira. Meeshaa kana keessaa baanaan harganuu waan hin dandeenyeef tasa lubbuunsaa darba! Gidiraa hamaadha! Dhalli namaa akkasitti waggaa 71 jiraachuun akkam akka ulfaatu tilmaamaa!

Namni akkasii waa’ee jireenya borii ni abdata, ni barata, karoora baafata jettanii ni yaadduu?
Inni garuu;
- Abbaa seeraa (Lawyer) dha.
- Austin keessatti kan argamu University of Texas irraa Muummee Seeraatiin eebbifame
- Hojiin isaa; Mana murtiitti warreen adeemsa murtii barreessaniif barnootaafi leenjii kennuudha
- Kitaabota lama barreesseera: kitaabonni kunneen, “Three Minutes for a Dog” fi “My Life in an Iron Lung” jedhamu.
-
Kun akkamitti ta’a jechuu dandeessu!
- Yoo kaayyoo qabaatte, yoo kaayyoo keef hojjette bakka feete ni geessa. Wanti si daangessu hin jiraatu
- Paul Alexander, achi ciisee online baratee, achi ciisee dubbisee, achi ciisee waan barate sammuutti qabatee, achi ciisee qoramee, achi ciisee muummee seeraatiin yuunivarsiitii eebbifame!
-
Ati namni Waaqayyo fayyaa guutuu siif laate, kan harkaafi miila qabdu, kan deemtees ta’e hojjettee bakka garaa ga’uu dandeessu maaf abdii kutta? Maaf kufaatiitti of laatta? Maaf obsa dhabda?

Source: Dr. Olifan

Hojiirra jirra, Dilbata dhufu gaafa guyyaa  10/7/2015 Finfinnee Friendship Park tti wal haa arginu. Dilbata ganama sa'aa...
17/03/2023

Hojiirra jirra, Dilbata dhufu gaafa guyyaa 10/7/2015 Finfinnee Friendship Park tti wal haa arginu. Dilbata ganama sa'aa 3:00 irraa kaasee, Kottaa nu waliin hirmaadhaa!
Guyyaa kabaja Daawunsiindiramii!
Keessummoota gurguddoo qabna!
Celebrate world Downsyndrome day!

Jaalalaafi kabaja guddaan siif qaba. Oolmaa ati Uummata keetif oolte isa beekutu beeka. Love u Gashe!Affeerraa mana isaa...
13/03/2023

Jaalalaafi kabaja guddaan siif qaba. Oolmaa ati Uummata keetif oolte isa beekutu beeka. Love u Gashe!
Affeerraa mana isaaniitti!❤🙏

HBD Dr Nafyad Getu !Umurii dheeradhu nama gaarii!
10/03/2023

HBD Dr Nafyad Getu !
Umurii dheeradhu nama gaarii!

Address

Bole Dembel
Addis Ababa
1000

Telephone

+251930702928

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dawit Girma Nuguse posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Dawit Girma Nuguse:

Share