Oroo tube

Oroo tube Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Oroo tube, AIDS Resource Center, Oroomo, Addis Ababa.

Yaa Namnii Qaamnii kee fayyaa  qabu Galata Rabbiif Galchii  Alahamdulillahi jedhii
12/03/2024

Yaa Namnii Qaamnii kee fayyaa qabu
Galata Rabbiif Galchii Alahamdulillahi jedhii

Gufuulee Milkaa'inaa... 1. Ofittummaa.2. Sodaa kufaatii.3. Karoora qabatamaa qabaachuu dhabuu.4. Galmaawwan beekamoo qab...
01/03/2024

Gufuulee Milkaa'inaa...

1. Ofittummaa.
2. Sodaa kufaatii.
3. Karoora qabatamaa qabaachuu dhabuu.
4. Galmaawwan beekamoo qabaachuu dhabuu.
5. Jijjiirama haala jireenyaa.
6. Waan har'a hojjechuu dandeenyu yeroo biraatti dabarsuu.
7. Hanqina karoora/qarshii.
8. Ittigaafatamummaa maatii.
9. Waan tokko irratti xiyyeefachuu dhabuu.
10. Faayidaa yeroof jennee mul'ata ykn kaayyoo keenya dagachuu.
11. Qofaa keenya hedduu hojjachuu.
12. Humna ofii ol yaaduu.
13. Kutannoo qabaachuu dhabuu.
14. Leenjii barbaachisaa qabaachuu dhabuu.
15. Sabrii dhabuu.
16. Filannoo beekama ykn qabatamaa dhabuu

Maqaa  ~ Muhammad Argitee Bira Hin Kutiin Salwaata Bussi.S.A.W.S.A.W.S.A.W.S.A.W.S.A.W.S.A.W.S.A.W.S.W..!
29/02/2024

Maqaa ~ Muhammad Argitee Bira Hin Kutiin Salwaata Bussi.S.A.W.S.A.W.S.A.W.S.A.W.S.A.W.S.A.W.S.A.W.S.W..!

15/02/2024

AS WR WB
OROOMO

TOo

15/02/2024


~~~~~~~~~~~~~~
Sobni dhugaarraa fagoo
Haqa sitti fakkaattee
Utuman sitti himadhuu
Diddee narraa fagaattee?

Mee maaliif irranfattee?
Waan jettee naaf kakattee
Har'ammoo garaa kamiin
Waadaa sana dagattee?

"Hundarran si filadhe
An maal kiyyan si dhoksaa
Haadha na deesse miti
Beela koo sittan obsaa,

Firaaf aanteen koo sidha
Hin fedhu fira biraa
Gaddaaf gammachuu koofis
Situ na waliin jiraa

Filannoo kootu sidha
Si qofatu naaf ta'aa
Ofii kootti hir'iseen
Siin bakka guddaan ga'aa

Ulaagaa tokko maleen
Hundarra si filadhee
Hin leeyya'u tasumaa
Dhoksaa koo sitti himadhee

Jaalalaan ana mooteem
Jaalala hunda caaluu
Anis jaalala malee
Ulaagaan sin madaaluu

Qabeenyi gamoo malee
Jaalala dhugaa hin bituu
Gamoof konkolaataanimmoo
Tasumaa siin naan gituu..."

Jettee natti odeessitee
Naaf seentee waadaa cimaa
Har'a na ganuu kan kee
Ani maal jedheen himaa?

"Waadaan waadadha" jettee
Onneekoo amansiistee
Maqaa masoo naaf baastee
Na waamta qananiistee...

Kaayyoo kan kee dagattee
Kaayyoo koof utuu fiigduu
Hama namaa dhageessee
Maaf mana kee kan diigduu?
Har'a tahuu baatuyyuu
Oolee bulee siif galaa
Hamattuun soba sobdus
.
❤️
Murtii H

Address

Oroomo
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oroo tube posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram