06/02/2025
Gartuun Dhiiga keessanii Maali?
Keessatti of ilaaluun ni dandayama.
GARTUU DHIIGAA FII AMALOOTA NAMAA.!
baayyee cimaa fi gad-fagoo tahe jiraachuu baatus gartuun dhiigaa fi amalli namaa hariiroo akka qabu ni dubbatama!
Haa ta'uu Malee Qorannoo dhigaa tasisuun gartuu dhigaa kenyaa bekuun fayyidaa Heduu qabaa.
?? dhigaa
1.Namni dhigni isaa A+ tahe
√kan kannuf- A+, AB+
√Kan irra fudhatu- A+, A-, O+, O-
2.Namni dhiigni isaa O+ tahe
√kan kannuf- O+, A+, B+, AB+
√Kan irra fudhatu- O+, O-
3.Namni dhiigni isaa B+ tahe
√kan kannuf- B+, AB+
√Kan irra fudhatu- B+, B-, O+, O-
4.Namni dhiigni isaa AB+ tahe
√kan kannuf- AB+ qofaa
√Kan irra fudhatu- Gosa dhiigaa hunda irraa fudhatu nii danda’aa.
5.Namni dhiigni isaa A- tahe
√kan kannuf- A+, A-, AB+, AB-
√Kan irra fudhatu- A-, O-
6.Namni dhiigni isaa O- tahe.
√kan kannuf- gosa dhiigaa hundaaf ni kenna
√Kan irra fudhatu O- qofaa
7.Namni dhiigni isaa B- tahe
√kan kannuf- B+, B-, AB+, AB-
√Kan irra fudhatu- B-, O-
8.Namni dhiigni isaa AB- tahe
√kan kannuf- AB+, AB-
√Kan irra fudhat- AB-, A-, B-, O- irraa fudhatuu ni danda’a
♻️Amaloota gosotaa dhiigaa
✔️Gartuu dhiiga A
Namoonni kun
👉cimoodha
👉gadi fageenyaan yaaduu
👉kalaqaan beekamu
👉hojjii kan jaallatanii fi
👉nagaa barbaadu
👉amanamoodha
👉hojjii kamuu tartiiban akkasumaas qulqullinaa fi yeroo tokkotti hojjii tokko duwwaa hojjachuu filatu
👉 waan sirrii qofa hojjachuuf dhama'u.
🔱Amalli badaan isaanii waanuma xiqqoof dhiphachuu fi waan hunduu sirrii akka ta'u barbaadu!
✔️ dhiiga B
Namoonni kun
👉hojjii kalaqaan beekamu
👉waan karoorsanii amma galmaan gahanitti hin dhisan.
👉 yeroo tokkotti waan hunda dhiisanii wanta tokko duwwaa irratti xiyyeeffatu!
👉hawaasummaa cimsuu Jalatuu
👉Amala namaa yaaduu fi nama hubachuu qabu!
🔱Rakkoon isaani immoo of jaallachuu, jijjiiramuu, maal naa dhibee fi balleessaa namaaf irraa kan hin darbinedhaa.!
✔️ dhiigaa AB
Namoonni kun makaa A fi B ti. Amalli isaaniis
👉 namaf yaaduu
👉Nagaa buusuu
👉 namaan walii galu
👉amanamummaa fii namaa kununsuu jalatuu