01/06/2024
ODUU GAMMACHIISAA:-Wirtuu wallaansa Aadaa Al Nasrii Wirtuun Wallaansa Aadaa Alnasrii dhibeewwan armaan gadii kanaaf qorichi jira jedha.
👁️ Kintaarotiif ykn baasuriif
👁️ Madaa garaachaa fi baakteeriyaaf
👁️ Garaa laalatuuf
👁️ Cobxuuf
👁️ Dhukkuba Gogaaf
👁️ Dhukkuba gaggabaaf
👁️ Dhukkuba gadaamesssaaf
👁️ Dhukkuba kaleef, TIRUUf,
👁️ Dhukkuba Sombaaf ,
👁️ dhiibbaa dhiigaaf,
👁️ Dhukkuba sukkaraaf
👁️ Goggoginsa garaaf
👁️ Falfalaaf ykn sihriif
👁️ Budaaf ykn ija namaaf
👁️ Jinniif
👁️ Dhukkuba Sammuuf
👁️ Iita qaama fi kkf
wallaanuu irratti muuxannoo fi ogummaa yaala aadaa, waggaa dheeraa kan qabu yoo ta’u, harka ogeessota wirtuu kanaa irratti namoonni lakkoofsi isaanii hanga hin qabne fedhii Rabbiitiin fayyanii jiru. Wirtuun kun hundee ISAA magaalaa HaraMaayaa kan godhate , yeroo ammaa Finfinnee Magaalaa Shaggar kutaa magaalaa koyyee Faccee, Ganda Haacaalutti damee isaa banachuun erga ummata tajaajiluu jalqabee bubbulee jira.
Hawaasni Ganda Haacaalu fi naannoo isaa wirtuu wallaansa aadaa Alnasrii kana baranii, itti wallaanamuudhaan fayyaa isaanii argatani, tajaajila wirtuun kennu irraa gammadaa jiru.Maarree namoonni dhibeewwan asii olitti tarreeffamanii fi wal fakkaatoon qabamtanii dararamaa jirtan gama wirtuu kanaa dhufuun, tajaajila wallaansaa aadaa bareedaa argachuu dandeessu.
Odeeffannoo Dabalataaf
Lakk.bil 0910432568 ykn 0972232791 irratti bilbiluu dandeessu wallaansa Aadaa Al Nasrii
🗣️🗣️🗣️🗣️🗣️🗣️🗣️🗣️🗣️
አል -ነስር የባህል ሕክምና ማእከል
አል -ነስር የባህል ሕክምና ማእከል ለምከተሉት በሽታዎች በፈጣሪ ፊቃድ መድሃኒት አለን ይላል
👁️ ለኪንታሮት በሽታ
👁️ ለልብ ህመም
👁️ ለጨብጥ በሽታ
👁️ ለቆዳ በሽታዎች
👁️ ለማህፀን በሽታ
👁️ ለጉበት በሽታ ፣
👁️ ለኩላሊት በሽታ ፣
👁️ ለሳንባ በሽታ፣
👁️ ለደም ግፊት፣
👁️ ለስኳር በሽታ
👁️ ለሆድ ድርቀት በሽታ
👁️ ለጥንቆላ
👁️ ለሰው ዓይን በሽታ
👁️ ለአጋኔንት
👁️ ለአእምሮ ህመምተኛ እና ለመሳሰሉት በሽተኞች አል -ነስር የባህል ሕክምና ማእከል መድሃንት አለንልዎ ይላል።
አል -ነስር የባህል ሕክምና ማእከል የረጅም አመታት ልምድ ያለው ሲሆን የዚህ ማእከል በባለሙያዎች እጅ ስፍር ቁጥር የሌላቸው ሰዎች በአላህ ፍቃድ ተፈውሰዋል። ማዕከሉ መሰረቱን በሃራማያ ከተማ ያደረገ ሲሆን በአሁኑ ጊዜ ቅርንጫፉ በሸገር ኮዬ ክ/ከተማ በሀጫሉ መንደር ህዝቡን እያገለገለ ይገኛል። የሀጫሉ መንደር እና የአካባቢው ማህበረሰብ ስለ አልናስሪ የባህል ህክምና ለምዶ እየትጠቀሙበት ሲሆን በማዕከሉ የሚሰጣቸውን አገልግሎት እየተደሰቱ ይገኛሉ።
ለበለጠ መረጃ +251703040333/ 0910432568 / 0972232791 ላይ መደወል ትችላላችሁ ። #አልነስር የባህል ሕክምና ማእከል ማእከል
Join Us Our Telegram
https://t.me/+C0adNkRKHjpjZTY0
Message Odeeffannoo Wallaansa Aadaa on WhatsApp. https://wa.me/251703040333