Agarfa Health office DPC

Agarfa Health office DPC health

Dhukkuba Busaa (Malaria) fi Toftaalee IttisaaDhukkubni Busaa dhukkuba bookee busaatin(Anopheles mosquito) daddarbu ta’ee...
09/10/2023

Dhukkuba Busaa (Malaria) fi Toftaalee Ittisaa
Dhukkubni Busaa dhukkuba bookee busaatin(Anopheles mosquito) daddarbu ta’ee yeroodhan yaalii yoo hin argatin miidhaa cimaa fi du’aatii kan fiduudha.
Mallattoolee dhukkuba Busaa
Ho’ina qaamaa fi dafqisiisuu, qorrisiisuu, qaamni hurgufamuu, dhukkubbii mataa, maashaa fi laphee, rakkoo afuura baafachuu, qufaa akkasumas, mallattoolee ciccimoo akka: of wallaaluu, socho’uu, nyaachuu fi dhuguu dadhabuu, jeeqamuu, ijji gara bifa keellotti fi fincaan gara bifa kokaa kollaatti jijjiiramuu fi ol deebisa cimaa ni qabaata.
Karaalee ittisa dhukkuba Busaa
• Agoobaratti fayyadamuu
• Qulqullina naannoo eeguu
• Bishaan kuufame dhangalaasuu
• Mallattoon dhukkubbi yoo jiraate dafanii yaalamuu
• Odeeffannoo dabalataaf sarara bilbilaa 6955 irratti bilisaan bilbilaa

09/10/2023

Address

Agarfa
12345678

Telephone

+251920069726

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Agarfa Health office DPC posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Agarfa Health office DPC:

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram