03/07/2025
π Leenjii Dandeettii Hojeeta Fayyaa Haaraa Hojii irratti ramadamaniif Buufata fayyaa Gembeetti keennamuu eeggale - π
Waajjira Fayyaa Aanaa Gommaa leenjii barbaachisaa ta'e ogeeyyii fayyaa haaraa fudhatamanif Buufata Fayyaa Gembee irratti qopheesseera. Kaayyoon leenjichaa:
β
Baay'ina Daataa π
β
Ijaarsa Sirna Qulqullina Daataa π
β
Tajaajila Fayyaa fooyyeessuuf π₯
Leenjichi dandeettii hojjettoota fayyaa cimsuuf taasifame, daataan sirrii, guutuu fi yeroo sirrii irratti argamuun murteessaa waan ta'eef, murtii bu'uuraa fi tajaajila qulqullina qabu kennuuf gargaara.
π Hirmaattota hundaaf galata guddaa! Hawaasa keenyaaf fayyaa gaarii fiduuf kutannoon hojjachaa jirtuuf isin dinqisiifanna!
Waliin Hojjannee Fayyaa Gaarii Uumna! π
*******
π Capacity Building for New Health Professionals at Gembe Health Center! π
Gomma Woreda Health Office has organized an important training for newly recruited health professionals at Gembe Health Center. The focus areas of the training were:
β
Data Quantity π
β
Data Quality π
β
Service Delivery Improvement π₯
This training is part of our ongoing efforts to build the capacity of health workers, ensuring accurate, complete, and timely data collection, which is critical for informed decision-making and delivering high-quality health services to our community.
π Congratulations to all the participants for their commitment to improving healthcare in Gomma Woreda!
Together for Better Health! π