Kilinika G/Galeessa Ilkaanii Bilisee/ቢሊሴ የጥርስ ክሊኒክ/Bilise Dental clinic

  • Home
  • Ethiopia
  • Ambo
  • Kilinika G/Galeessa Ilkaanii Bilisee/ቢሊሴ የጥርስ ክሊኒክ/Bilise Dental clinic

Kilinika G/Galeessa Ilkaanii Bilisee/ቢሊሴ የጥርስ  ክሊኒክ/Bilise Dental clinic Dental service

26/01/2026
16/01/2026

Dental care

12/11/2024

Vacancy announcement at Bilise Medium Dental clinic
Profession required: DDM/DDS or BDSc with >1 year experience /dental therapist with > 3 years work experience
Number =01
Place of work: Ambo
Salary is attractive
Interested applicant can call on mob no:0910459992

17/02/2024

1024 Followers, 401 Following, 50 Likes - Watch awesome short videos created by Bilise Dental clinic

05/08/2022

Oduu Gammachiisa
Mamiltoota keenya Amboo Fi naannawaa ishee jirtaniif
Kilinikni G/Galeessa ILKAANII Bilisee namoota yaalii ilkaani barbaadanifi harka qallessa ta,anii ykn gargaarsa hin qabne Fi kanfalachuu hin dandeenye torbanitti guyyaa tokko(sanbata duraa)yeroo hunda namoota 5niif haala addaatiin tajajaajiluu fedha.
1.Namoota umrii 55 Fi ol gargaarsa kan hin qabneefi kanfaluu kan hin dandeenye
2. Umrii 15 gadii sababa gara garaan nama gargaaru kan hin qabne
Ilkaan dhiquu (scaling),Ilkaan buqqisu Fi gorsa fayyaa ilkaani irratti
Guyyaa sanbata duraa qofa (Saturday) tajaajila Tolaa ( free service)hanga namoota 5tti.
3. Namoota dhukkuba sukkaraa qabaniifi Ilkaan isaani dhiqamuu barbaachisu
Ilkaan dhiquuf --- 20%discount
4.barattotaaf
Ilkaan dhiquu
Ilkaan buqqisu
Ilkaan guutuu ----20%discount
5.namoota sababa balaa tasaan Ilkaan cabe ykn buqqa,e
Acrylic
Chrome cobalt tiin dhaabuu 10% discout
Ceramic
Hub: bellama qabachuuf 0910459992 irratti bilbilaa

Retained primary tooth ( ilkaan aannanii yeroo buqqa,uu qabutti hin buqqaa'in hafe)Ilkaan aannanii tokkon tokkon isaa ye...
05/03/2022

Retained primary tooth ( ilkaan aannanii yeroo buqqa,uu qabutti hin buqqaa'in hafe)
Ilkaan aannanii tokkon tokkon isaa yeroo isaa eggate (chronological order) ofii isaatii buqqa,uudhaan ilkaan dhaabbataan ( permanent tooth) bakka Kan bu,u yoo ta,u sababa garagaraatiin yeroo isaatti osoo hin buqqa'in hafa .yeroo Kana ilkaan inni dhaabbataan immoo iddoo /karaa hin malleen dhufa.kun immoo ilkaan gara fuula duratti akka jajjalatu fi walitti dhufeenya ilkaan olaanifi gadiaanu midhuu( malocclusion) fiduu danda,a.kanafuu maatiin ilkaan ijoollee keessanii ilaaluu fi hordofuu qabdu akkasumas ,yeroodhaan ogeessa ilkaanii laalchisu qabdu .

Ilkaan dhiquun miidhaa qabaa? Is scaling of teeth harmful? Hubannoo nama tokko tokko bira jiru(misinformation among peop...
02/02/2022

Ilkaan dhiquun miidhaa qabaa? Is scaling of teeth harmful?

Hubannoo nama tokko tokko bira jiru(misinformation among people)
1.Ilkaan dhiquun (scalling)ilkaan midhuudhaan akka sosocho,u taasisa. Ilkaan dhiquun (scalling) xurii ilkaan fi irga gidduu yeroo dheeraadhaaf kuufamee ture (Dental calculus/tartar) kan gadlakkisiisu yoo ta,u yeroo ilkaan irraa ba,u ilkaan keenya waan qullatti hafee socho,u nutti fakkachu danda,a garuu yeroo xuriin kun ilkaan irra ba,u turban muraasa booda irgi (gum) keenya ilkaanitti deebi,uudhaan ilkaan keenya fi irgi keenya akka naga,a ta,u taasisa.kanaafuu ilkaan dhiquun ilkaan akka socho,u hin taasisu (it just removes bad support).
2. Ilkaan dhiquun fageenyi ilkaan gidduu jiru akka baballatu godha.akkuma dhukkubni irgaa (periodontal disease)sadarkaa olii irra ga,aa deemu fageenyi ilkaan gidduu jiru xurii(calculas/tartar)dhaan guutamaa deema .irgi keenyas ilkaan irra gadi siqaa deema(gingival recession).yeroo ilkaan dhiqamu iddoon sun ilkaan dhiquun waan ballise nutti fakkata.garuu iddoon sun yeroo irgi keenya ilkaannitti deebi,aa deemu kan sirreeffamaa deemu ta,a dhukkubichi sadarkaa baay,ee olaanaa irra yoo hin geenye.kanaafuu yeroodhaan dhiqsiisuun ilkaan fi irgi akka fayyu taasisa malee ilkaan akka baballatu hin taasisu.
3. Ilkaan dhiquun ilkaan ni miidha.baqqanni ilkaani inni duraa(enamel) kan jedhamu,qaama keenya keessaa jabinaan kan gitu hin jiru(the hardest part in our body) .kanaafu ilkaan yeroo dhiqamu(scalling) meeshaan ittiin hojjetamu humna ittiin ilkaan keenya miidhu hin qabu.
4. Ilkaan dhiquun dhukkubbii qabaata.yeroo ilkaan dhiqabu iddo xurii turretti (ilkaan fi irga jedduu)nutti dhaga,amuu yeroodhaaf jiraachuu danda,a malee ilkaan dhiquun hojii dhukkuba hin qabneedha(scalling is painless procure).

29/01/2022

Urgently needed

06/01/2022

Happy Christmas!

Address

Ambo

Telephone

+251910459992

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kilinika G/Galeessa Ilkaanii Bilisee/ቢሊሴ የጥርስ ክሊኒክ/Bilise Dental clinic posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Kilinika G/Galeessa Ilkaanii Bilisee/ቢሊሴ የጥርስ ክሊኒክ/Bilise Dental clinic:

Share