26/04/2022
Baga gammaddan❗️🏆
Magaalaa Hoolotaatti kan argamu akka dhiha Itiyoophiyaatti Hospitaala waliigalaa dhuunfaa jalqabaa kan ta’e Hospitaalli Waliigalaa Saglan Waajii Tajaajila Si’ataa ta’e kennaa jira.
Yeroo yerootti tajaajila si’ataa gatii Uummata giddu-galeessa godhatee kennuuf yaalii kan godhu hospitaalli keenya, dhaabbata tola-ooltummaa Fayyaa fi Abdii Dhalootaaf jedhu waliin ta’uun Uummataaf Misiraachoo gudddaa qabatee dhufeera.
Ispheeshalistoota fi sub-ispeeshaalistoota muuxxannoo olaanaa qabaniin yaalii fayyaa waggaa tokkoof turu wal’aansa baqaqsanii yaaluu yeroo tasaa (emergency surgery) dabalatee qarshii 800 qofan!
Paakejjin kun maal na fayyada❓
Paakejjii kana bitattanii guyyaa 7 booda irraa eegalee dhukkubii sin muudatu kamiyyuuf waggaa tokkoof Hospitaala keenyatti kaffaltii dabalataa tokko malee tajaajila yaalaa argattu.
Paakejjiin kun maal of keessatti qabata❓
Kaffaltii Kaardii yaalaa 👨🏾⚕🧑🏾⚕
✅ Ispeeshaalistii dhibee Keessaa (Internist)
✅ Ispeeshaalistii baqaqsanii yaaluu waliigalaa (General Surgeon)
✅ Ispeeshaalistii yaalii daa’immanii (Pedatrician)
✅ Ispeeshaalistii Gogaa fi dhibee saalqunnamtiin daddarbanii (Dermatologist)
✅ Ispeeshaalistii dhibee mormaa olii (ENT specialist)
✅ Ispeeshaalistii Ijaa (Ophthalmologist)
✅ Sub- Ispeeshaalistii dhibee Ilkaanii (Orthodentist)
✅ Ispeeshaalistii Ulfaa fi Gadameessaa (Obstetrician and Gynecologist)
✅ Ispeeshaalistii dhibee Sammuu (Psychiatrist)
✅ Ispeeshaalistii baqaqsanii yaaluu lafee (Orthopedician)
✅ Ispeeshaalistii baqaqsanii yaaluu Ujummoo Fincaanii (Urologist)
✅ Ispeeshaalistii dhibee kaansarii (Oncologist)
✅ Ispeeshaalistii baqaqsanii yaaluu Sammuu (Neurologist)
Qorannoowwan/Imaging ☢️
✅ Qorannoo Raajii
✅ Qorannoo Altiraasaahondii hunda
✅ Altiraasaahondii Onnee
Yaalii baqaqsanii yaaluu Yeroo Tasaa 🔪💉👨🏾⚕
✅ Baqaqsanii yaaluu dhibee mar’iman dabalataa (appendicitis)
✅ Baqaqsanii yaaluu madaa’uu garaachaa
✅ Baqaqsanii yaaluu guddunfamuu mar’imaanii
Baqaqsanii yaaluu caba harkaa, lukaa fi gateettii hin madoofnee fi Sa’aa 24 keessatti ta’e
✅ Baqaqsanii yaaluu buqqa’uu gateettii, ciqilee, mudhii,jilbaa fi koronyoo caba hin qabnee
Yaalii mormaa olii 👂🏾👃
✅ Guurii gurraa dhiquu(qulqulleessuu)
✅ Funuuna dhaabuu
Yaalii Ijaa 👀👓
✅ Qorannoo waliigalaa Ijaa meeshaa guutuun
✅ Qorannoo fi hordoffii Ijaa dhibee sukkaaaraa fi dhiibbaa dhiigaa
✅Daawwitii/Fuullee Ijaa Safaruu
Qorannoowwan 🥼
Qorannoo laabiraatoorii hunda
Qorannoo sirna dhibee(Pathology)
✅ FNA
✅ Biopsy
✅ Qorannoo kansarii fiixee Gadameessaa
Kaffaltii Siree fi Tajaajila keessoo 🛏
✅ Kafaltii Kutaa ciibsanii yaaluu
✅ Kafaltii Nursii fi Hakimaa
✅Yaalii kutaa balaa tasaa
✅Kafaltii hojjetoota kutaa baqaqsanii yaaluu fi hadoochaa
Kafaltii paakejjii kanaan kan hin haammatamne ta’ee garuu fayyadamtoota pakeejjiif tajaajilli hir’ifamu
50% hir’isa
✅ Siree VIP
✅ Qorrannoo Garaachaa fi Mar’imaanii
Endoscopy, colonoscopy and cystoscopy
25% hir’isa
✅ Baqaqsanii yaaluu yeroo tasaa keessatti kan hin haammatamne yaala baqaqsanii yaaluu fi ilkaanii kamiyyuu
20% hir’isa
✅ Kafaltii tajaajila qoricha kaansarii, qorannoo koovidii fi oksijiinii
10% hir’isa
✅CT scan, MRI, Mammography fi Fuullee Ijaa 🕶
8% hir'isa
✅Kaffaltii qorannoo dhiigaa biyyaa alaa ergamuu
7% hir'isa
✅ Qorichaa 💊
Yaalii paakejjiin kun of keessatti hin qabanne
🤰🏽Hordoffii ulfaa fi dahumsaa ( Tajaajila kanaaf paakejjiin qofaatti qophaa’e waan jiruuf)
💳 Paakeejjiin kun yaaliiwwan qaama sadaffaan haammataman hin ilaallatu
Miseensa paakejjii kanaa ta’uuf maal barbaachisa?
1⃣ Umirii ji’a 6 hanga waggaa 70 kan ta’e/taate
2⃣ Waraqaa eenyummaa fi galmeef kan oolu suura lama
3⃣ Eenyummaa fi umurii kan ibsu koppii Waraqaa eenyummaa gandaa, Eeyyama konkolaachisummaa ykn Paspoortii
Nama waggaa 18 gad ta’eef waraqaa ragaa dhalootaa ykn barataa kutaa 10 gad ta’uu isaa kan ibsu waraqaa eenyummaa mana barnootaa
Haala kaffaltiin itti raawwattu 😱
Waggaa tokkoof
Umurii 18 ol: Qarshii 800
Umurii 18 gad: Qarshii 400
Walakkaa waggaaf 😱
Umurii 18 ol: Qarshii 500
Umurii 18 gad: Qarshii 250
Hospitaala keenya dhufuun yookiin akkaawontii dhaabbilee
armaan gadiin ka altii raawwattanii nagahee qabattanii
dhufuun waraaqaa eenyumaa miseensummaa fudhachuu
dandeessu.
Baankii Awaash: 01304809400400
• Baankii Daldala Itiyoophiyaa: 1000351414522
• Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa: 1000086396126
• Baankii Oromiyaa 1497046700001
• Baankii Daashen: 0274537571011
• Baankii Bunnaa: 2929601000039
• Baankii Absiiniyaa: 56750045
• Baankii Birhaan: 260 14200 23977
• Baankii Siinqee 4009385
Har’uma Miseensa Hosp.W/G Saglan Waajii Ta’aa!
Sana Booda Uffeeyii jechuudha!
Uffee Fayyaa Kootif!