Chiro Gola post

Chiro Gola post Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Chiro Gola post, Medical and health, Chiro, Asebe Teferi.

11/03/2025

Mammaaksa.
1,Waa sadi irraa waa sadi hin eegan
☞Hiyyeessa boonu irraa durummaa hin
eegan
☞Lola gowwaa irraa araara hin eegan
☞Dhibee dulluma keessaa irraa fayyaa hin eegan.
2,Waa sadi waa sadiitu mi’eessa
☞Nama du’e awwaalatu mi’eessa
☞Intala dubraa heerumaatu mi’eessa
☞Keessummaa galaatu mi’eessa
3,Waa sadi dulluma quba hin qaban
☞Qeensa
☞Rifeensa ykn dabbasaa
☞Qalbii ykn lubbuu
4,Waa sadi abbaatu kadhata sadi ofii dhufti
☞Durummaa abbaatu kadhata; hiyyummaan
ofumaa dhufti
☞Fayyaa abbaatu kadhata dhibeen
ykn duuti ofumaa dhufti
☞Ulfina abbaatu kadhata salphinni ofumaa dhufti
5,Kormaan lukkuu waa sadi fakkaata
☞Yoo lafa qotu adurree fakkaata
☞Yoo yeroon manatti galu hayyuu fakkaata
☞Yoo iyyu maraattuu fakkaata
6,Korbeessi re’ee waa sadi fakkaata
☞Yoo areeda laalan sheeka fakkaata
☞Yoo ofirratti fincaa’u saree fakkaata
☞Yoo hobobsu maraattu fakkaata
7,Tiitisni waa sadi fakkaata
☞Bifaan kanniisa fakkaata
☞Waa balfuu dhabuun waraabessa fakkaata
☞Iddoo arge qubachuun kashlabbee fakkaata
8,Namni waa sadi qabaatun tola
☞Sammuu qabaatun tola
☞Amala qabaatun tola
☞Amantii qabaatun tola
9,Waa sadi irraa waa sadi fokkisaadha.
☞Qurcii irraa qubeen fokkisaadha
☞Hiyyeessa irraa moorri fokkisaadha
☞Hayyuu ykn beekaa irraa kijibni
fokkisaadha
10,Jaarsi waa sadi jaalata
☞Abdii jaalata
☞Aduu jaalata
☞Oduu jaalata
11,Gowwaa waliin dhalchuun sadii gubatuudha
☞Isa namarraa eeyda
☞Nama isarraa eeyda
☞Ofii kee irraa of eeyda

 /2017Aanaa Ciroo Duulli misooma Sululaa Ganda   haala gaariin hoojjatamaa jira
08/02/2025

/2017
Aanaa Ciroo Duulli misooma Sululaa Ganda haala gaariin hoojjatamaa jira

 Konfiraansiin Dursaa Yaa’ii   2ffaa Paartii Badhaadhinaa Aanaa Ciroo Bulchinsa Ganda    gaggeeffamaa jira.*************...
16/01/2025


Konfiraansiin Dursaa Yaa’ii 2ffaa Paartii Badhaadhinaa Aanaa Ciroo Bulchinsa Ganda gaggeeffamaa jira.
***************
Koonfransichi kun mata duree ‘ "Waadaa hanga Aadeffannaa’' jedhu miseensa sadarkaa ganda guutuu waliin haala gaariin gaggeessa jirraa

10/01/2025
31/12/2024

Address

Chiro
Asebe Teferi

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Chiro Gola post posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share