
31/07/2024
Qajeelfama raawwii Naamusa hojjettoota mootummaa naannoo oromiyaa lakk. 22/2015 bahe irratti Leenjiin gabaabaan hojjettoota seektara fayyaa bul/mag/Ciroo tiif gaafa guyyaa 24/11/2016 ogeessa Q/H/N/I/D Obbo Abraahim Hassaniin kennamee jira. Barbaachisummaa qajeelfamichaa irrattillee tajaajila mootummaan ummataaf kennu keessatti fedhii ummataa, fedhii mootummaa fi mirga hojjeta gidduu jiruu akka walsimu taasisuuf yaanni bal'aan hirmaattota irraa kennamuun karaa gaariin xumuramee jira.