DR. Mohammed medium Clinic

DR. Mohammed medium Clinic pediatric and child health

Well done 👏 I appreciate your effort
26/02/2025

Well done 👏 I appreciate your effort

07/02/2025
07/02/2025
07/02/2025
07/01/2025

BAGA AYYAANA QILLEE NAGYAAN GEEYSAN!

30/12/2024

MUDAA NARVII GUDDICHA DUGDAA
****************************************
Sirni narvii giddu galeessa mudaa
-Sammuu
-Narvii guddicha -Ispinal kordii
Daa’imman 1000 lubbuun dhalatan keessaa daa'imni 1 - 7 ta'an mudaa narvii giddu galeessa qabu.
Sababni mudaa kanaa ifatti baramuu baatus rakkoole wolqabate mul'ata
-Ho'a qaama cimaa yeroo ulfa
-Qorichaa gaggabdoo
-Hir'inna nyaata haadholii
-Dhibee sukkaara haadholi
-Baayyee furdachuu haadholi
-Dhaalma-jenetiksii
Mudaa narvii dugda
-Tishuun narvii haguugu mul'achuun 'Myelomeningocele' jedhama.
Carraa uumama mudaa
-Seena maati daa'imni 1 mudaa % 3-4
-Seena maati ijoollee 2 mudaa %10
Mudaa dugdaa dhokataa fi mul;atu jedhaman addaa hirama
-Iita gogaan fayyaa
-Rifeensa/Bifa gogaa jijjiiru
-Dhooqachu
Wol'aansa
-Baqaaqsuun yaalu
-Xaxaa mudaan dhufuu qarqaaru
Carraan du'u da'imman mudaa kana dhalatan -%10-15
Sababni du'a isaan mudaa kanaan dhalatan
-Dhangala'oon sammuu baay'achu
-Infeekshini
-Dadhabuu kalee
-Dadhabuu onnee/hargnsuu
Ittisa mudaa kanaa
Haadholiin vaayitmini foliki asidi yoom liqimsu qabu?
Akkaa tajaajjilli fayyaa hawaasa US jedhutti dubartoonni hormaataf gahan hundii folic asid miligiram 0.4-0.8 guyyuu argachu qabu.
Isaan carraan mudaa kanaa olka'a miligiram 4 fudhachu qabu.
Faayida ittisaa cimaaf ulfa duraa ji'a tokkoo fi jalqaba ulfa torbee 12n fudhachu qabu.

28/09/2024

Qorichi dhibee Busaa ‘Artimeter’ jedhamu dhorkame

Finfinnee,Fulbaana 18,2017 (FBC)_Qorichi dhibee Busaa ‘Artimeter’ jedhamu lilmoon kennamu hojiiraa akka hin oollee dhorkameera.

Abbaan Taayitaa Nyaataa fi Qorichaalee Itiyoophiyaa, qorannoo gabaa gaggeesseen qorichichi Artimeter jedhamu lakkoofsa Koodii 231104 SPF qabu Abbaa Taayitichaan kan hin galmoofne ta’uu ibseera.

Samuuda qoricha kanaa fudhachuun qorannoo laaboraatoorii gaggeesseen ‘Artimeter ‘waan jedhamuu kan of keessaa hin qabne ta’uu ragaan Abbaa Taayitichaa ni mul’isa.

Haaluma kanaan Ogeeyyiin Fayyaa namni kamuu qorichichaa akka hin fayyadamne hubachiisaniiru

Address

Asella

Telephone

+251911980646

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when DR. Mohammed medium Clinic posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to DR. Mohammed medium Clinic:

Share

Category