Dr. Jemal Mohammed Medium Clinic Assela Ethiopia

Dr. Jemal Mohammed Medium Clinic Assela Ethiopia we are providing all inclusive clinical services with modern laboratory tests.

mainly we focus on surgical services-provided by general surgeon, reproductive health services-provided by OBGYN specialist and pathology services-provided by pathologist.

Happy  Eid Al-fitr to all Muslim sisters and brothers in the world!
30/03/2025

Happy Eid Al-fitr to all Muslim sisters and brothers in the world!

05/05/2024

HAPPY ETHIOPIAN EASTER TO ALL CHRISTIAN BROTHERS AND SISTERS !

20/03/2024

It has been noticed of late that invisible pornographic videos are published in people's profiles, without their knowledge. The owner of the page doesn't see them, but the others do, as if it were an authentic publication that you had made! They post their comments as if they were you... Please, if something as such happens on my page, notify me immediately. Out of respect for EVERYONE, as well as my own integrity, I distance myself from such publications. Copy and paste on your page. It is time for this phenomenon to stop. THANKs

23/06/2023

Gaaffii waa'ee dhala dhabuu.

Gaaffii: Abbaan warraa kan kanaan dura dubartii biraa wajjii ijoollee baayye horatee jiru haadha warraa lammataa erga fuudhee booda daa'ima argachuu yoo dadhaban abbaa warraaf qorannaa gochuun ni barbaachisaa? eeyye yoo ta'e maaliif barbaachisa?

Deebii: Eeyye ni barbaachisa, haati warraafi abbaan warraa tokko yeroo ji'a 12/waggaa tokko ta'uuf waliin jiraatanii osoo qusannaa maatii hin fayyadamin yoo xiqqaate torbeetti yeroo 3 qunnamtii saalaa rawwachaa turanii haati warraa ulfaa'uu yoo dadhabde dhala dhaban/subfertile jedhamu. kanaafuu qorannaa jalqaa(basic workup) fi yaala isaan barbaachisa jechuudha.
Sababiin dhala dhabuu harka dhibba keessaa tokko sadaffaan rakkoo haadha warraa ta'a, tokko sadaffaan rakkoo abbaa warraa ta'a, tokko sadaffaan immoo rakkoo isaan lamaanii ta'a jedhamee tilnaamama.
Abbaan warraa kanaan dura ijoollee qabu guyyaa keessaa dhala dhabuu ni danda'a. fakkeenyaaf ujummoon sanyii kormaa gara alaatti baasu sababii garagaraatiin cufamee sanyiin kormaa(sperm) gara alaattii osoo hin baane dhangala'aan sanyii kormaa baatuuf gargaaru(Semen) qofti yeroo qunnamtii saalaa ba'uu danda'a. kun Azoospermia jedhama. Dubartii takka ulfeeysuuf sanyiin kormaa(sperm) yeroo walqunnamtii saalaa tokkotti dhangala'u miliyoona 39 fi sanaa ol ta'uu qaba ykn mililiitira tokko (1ml) keessatti yoo xiqqaate miliyoona 15 (15milion/ml)fi sanaa ol ta'uu qaba. Inni biraa immoo sochii sanyiin kormaa taasisu. Inniis harka dhibba keessaa yoo xiqqaate parsantaa 32 gara fuulduraatti kan sochoo'u ta'uu qaba.
Sabaabiiwwan asii olitti ibsaman kanarraa kan ka'e abbaan warraa kanaan dura dubartii biraa wajjiin ijoollee qabaatullee haadha warraa isaa kan ilma wajjiin argachuu dadhaban kana waliin qorannaa barbaachisu taasisuu qaba jechuudha.
Gaaffii kana hanga tokko deebiseera jedhee yaada.
Galatoomaa!
(Jemal mohammed, assistant professor of OBGYN)

Shared routeFrom Bus station to Dr.JEMAL MEDIUM CLINIC via A9.3 min (600 m)3 min in current traffic1. Head northeast2. T...
23/03/2023

Shared route
From Bus station to Dr.JEMAL MEDIUM CLINIC via A9.

3 min (600 m)
3 min in current traffic

1. Head northeast
2. Turn right toward A9
3. Turn left onto A9
4. Turn right
5. Arrive at location: Dr.JEMAL MEDIUM CLINIC
For the best route in current traffic visit

Find local businesses, view maps and get driving directions in Google Maps.

https://goo.gl/maps/1EKTpaqF9qitme9XA Linkii asii olii kana fayyadamuun salphatti "KILINIKA J/Galeessaa Dooktar Jamaal" ...
13/03/2023

https://goo.gl/maps/1EKTpaqF9qitme9XA
Linkii asii olii kana fayyadamuun salphatti "KILINIKA J/Galeessaa Dooktar Jamaal" dhufuu ni dandeessu. GOOGLE MAP fayyadamtanii jechuu kooti.

Find local businesses, view maps and get driving directions in Google Maps.

11/09/2022
05/04/2022

Deebii gaaffii keessaniif
Dubartoonni ulfaa naannoo ji’a shaniitti ultraasaawundii laalamuun maaliif barbaachisa?
Dubartoonni yeroo ulfa osoo ji’a jaha hin guunne yoo xiqqaate yeroo tokko ultrasaawundii laalamanii ulfi isaanii torbaan/ji’a meeqa akka ta’e baruun haalaan barbaachisaa dha. Bu’aa ultraasaawundii isa jalqabaa hanga guyyaa da’aniitti olkaayyachuunillee baayyee barbaachisaadha. Faayidaawwan naannoo ji’a shaniitti ultrasaawundii laalamuun qabu keessaa muraasni:
1. Tokkoffaa: dubartiin ulfaa takka erga ji’a sagal fixxee ciniinsuun osoo hin jalqabin yoo turte(yeroon irra dabre) daa’imni garaa keessatti miidhamuu/du’uu danda’a. kanaaf ultraasaawundii ji’a jaha dura hojjatameef yoo qabaatte, sana irraa ka’anii ulfi isii yeroon irra darbee jira moo hin darbine kan ja’u adda baasuuf ogeessota fayyaa ishee yaalan ni gargaara. Ulfi ishee kan yeroon rra darbe/dabre(post-term) yoo ta’e hospitaala ciistee marfee ciniinsuu jalqabsiisu fudhattee da’uu qabdi
2. Lamaffaa: sababa garaa garaatiin ulfi garaa keessa jiruu guddina dhaabuu/qancaruu danda’a. ulfi akkasii osoo yeroon haati iiti deessi ja’amee eeggamu (EDD) hin ga’in, garuu yoo xiqqaate torbee 34 erga ga’ee booda mala nomtolcheen ciniinsuun akka eegalu taasisuun akka deessu gochuun barbaachisaa dha. haala akkasii keessatti ulfi sun/tokko rakkoo guddachuu qabaachuus ta’ee,yeroo sanatti umriin isaa garaa keessatti meeqa akka ta’e beekuuf kan gargaaru ultraasaawundii gaafa ulfi ishee ji’a jaha osoo hin guutin laalamte sana jechuudha
3. Sadaffaa: Ultrasoundiin naannoo ji’a shaniitti ogeessaa sirriitiin hojjaatame ulfi garaa keessa jiru rakkoo uumamaa(congenital anomaly) irraa bilisaa fi fayya qabeessa ta’uu beekuuf, akkasumaashobbaatiin bakka sirriitti uumamuu beekuuf ni gargaara
4.Afraffaa: Yoo ulfi rakkoo umamaa cimaa jiraachuuf hin dandeessine(lethal anomaly) qabachuun isaa osoo ji’a jaha hin guutin beekkame yaala faayyaa ammayyaatin osoo rakkoo hamaa haadharraan hin ga’in baasuun ni danda’ama. Garuu rakkoon akkasii ji’a torbaan booda yoo kan beekkamu ta’e ofirraa baasuuf yaaluurra hanga ji’a sagal gahee ciiniinsuun ofiin jalqabuu hordoffii godhaa eeganii da’uutu irra filatamaadha.

Gaaffii keessan kanneen hafan yeroo biraa itti deebina, Galatoomaa!

Address

Asella

Opening Hours

Monday 08:00 - 21:00
Tuesday 08:00 - 21:00
Wednesday 08:00 - 21:00
Thursday 08:00 - 21:00
Friday 08:00 - 21:00
Saturday 08:00 - 17:00
Sunday 08:00 - 17:00

Telephone

+251927304230

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dr. Jemal Mohammed Medium Clinic Assela Ethiopia posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Dr. Jemal Mohammed Medium Clinic Assela Ethiopia:

Share