Hariro gultii health center page

  • Home
  • Hariro gultii health center page

Hariro gultii health center page Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Hariro gultii health center page, Medical and health, Bedenoo Hararge, .

02/10/2021

Dhaga'aa

🔵 Baankiin Gadaa tajaajila Baankii hunda giddu-galeessa godhatee fi tajaajila foyya'aa kennuudhaan kaayyoo misoomaaf onnatee hundeessummaa abbootii aksiyoonaa kumaatamaan lakka’amanii fi Namoota Milliyoonota lakkayaman fayyadamaa baankii taasisuuf hundeeffamaa irra jira.

Kanumaan walqabatee Manuma keessan teessanii galii dabalataa akka argattaniif bot telegiraamaa tokko isiniif saaqnee jirra. Irratti hirmaachuun galii dabalataa argadhaa.

⛔ Galii Dabalataa Kana Argachuuf Dursa Channel Keenya Kana Gareewwaan 10 (10 Group) Keessatti Share Gochuu Qabdu.




♨️ Isa booda deebi'uudhaan Bot Kana START Gochuun eegalaa.

👉

🎁 Nama 1 Afeerraan Birrii 1 ETB Isiniif Galma'a.

‼️Hiriyoota Keessaniif Share Godhaa.

📶 Baankii Dhaloota Haaraa

🌹Baga geesse leenca koo🌹Ayyaana gammachuuKan jaalalaaf milkiiSiif haata'u GootakooBakkuma jirtuttiBaga geesse leencakooA...
02/10/2021

🌹Baga geesse leenca koo🌹

Ayyaana gammachuu
Kan jaalalaaf milkii
Siif haata'u Gootakoo
Bakkuma jirtutti

Baga geesse leencakoo
As gahuunuu waan tokko
Haqa malee Hidhamtee
Geessus waggaa tokko
Si dagadhee hin beeku
Ani guyyaa tokko

Guyyaa ayyaanaatiin
Dubbii hin dheeressu
Ayyaana gammachuu
Rabbi siif haa taasisu

Abshirimmoo garuuu
Hin haftu akkanatti
Gaaftokko nuufillee
Ima nuuf bariitiiiiiii

osoo hin xumurin
Mee waa si gaafadhaa
Warri si waliin jiran
Hundumtuu nagaadhaa?

Namani haqaaf hidhame
Silas yoom waa ta'a
Baguma lubbuun jiraatte
Kunuu galata Ga'a

Address

Bedenoo Hararge

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hariro gultii health center page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

  • Want your practice to be the top-listed Clinic?

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram