Kaayyoo Ashenafi ilmaa abbaa gadaa

Kaayyoo Ashenafi ilmaa abbaa gadaa Ogeessi guddaan Waaqa
malee beekamuf hin ariffaatinn!

Amaloota Hogganaa Qaxalee ...Kaayyoo Ashenafi ilmaa abbaa gadaa*******************Hoogganaan (Leader)Eenyu?=============...
25/11/2024

Amaloota Hogganaa Qaxalee ...
Kaayyoo Ashenafi ilmaa abbaa gadaa
*******************
Hoogganaan (Leader)Eenyu?
=========================
1.Leenjisaadha(Coach).
2. Gorsaadha(Advisor).
3.Barsiisaadha(Teacher).
4.Deeggarsaafi hordoffii kan tasiisuudha(supervisor).
5.Hammataadha(inculsive).
6.Qajeelchaadha(guider)
7.Dogongora Sirreessa Malee Dogongora hin hordofu (Not Fault Finder).
8. Tarsiima'aadha(Strategist).
9.Si'atadha(Very Active).
10.Jijjiiramaadha(Flexible).

23/11/2024


Oromia Media Network
Kaayyoo Ashenafi ilmaa abbaa gadaa

Oromoodha dhiigni kooOromiyaadha biyyii kooBurqaa hiddaa goototaa Biyyaa Taaddasaa birruuGaaddisaa OromootaaSalaalee  bi...
21/11/2024

Oromoodha dhiigni koo
Oromiyaadha biyyii koo
Burqaa hiddaa goototaa
Biyyaa Taaddasaa birruu
Gaaddisaa Oromootaa
Salaalee biyyaa goota
Kan biqilchee Hayyuu salaalee koo😭
KKaayyoo Ashenafi ilmaa abbaa gadaa KKayyoo Ashenaf

THE BENEFITS OF S*X☆••••••••••••••••••••••••••••••••☆.S*x is crucial not only for our emotional happiness but also for o...
07/11/2024

THE BENEFITS OF S*X
☆••••••••••••••••••••••••••••••••☆.
S*x is crucial not only for our emotional happiness but also for our physical health. Tree i
FAAYIDAA WALQUNNAMTII SAALAA
☆•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••☆.
Wal quunnamtiin saalaa gammachuu miira keenyaa qofaaf osoo hin taane fayyummaa qaama keenyatiifis murteessadha. Mukaa'uu irraa jalqabee hanga kaanseriif saaxilamuu hir'isuu danda'a. Jaalalleewwan lama warra wal quunnamtii saalaa hin raawwanne caala warra raawwatan gidduu hariiroo cimaatu jira. Kabajaa fi jaalalli isaan walii qaban kan addaati. Qaamni keenya dhukkuba ofirraa akka ittisuu fi hirriba bareedaa akka rafnu nu taasisa.......
FAAYIDAALEE WAL-QUNNAMTII SAALAA:-
➵ Dhiibbaa garaagaraa xiqqeessuuf
➵ Dhiibbaa dhiigatiif
➵ Dhukkubbii xiqqeessuuf
➵ Dhukkuboota birootiif
➵ Jaalalaaf
➵ Fayyina onneetiif
➵ Kaanseriidhaaf
➵ Umurii dheeressuuf
➵ Fedhii horachuuf
➵ Sochii qaamatiif
➵ Bareedinaaf
➵ Fincaan too'achuuf
➵ Laguudhaaf
➵ Gogiinsa naf-saalaatiif
➵ Dubartii ulfaaf
➵ Daa'ima garaa jirtuuf
➵ Hirriibaaf
➵ Hojiidhaaf....

 Akkuma Beekkamu Kanaan Duraa Barattootni Barumsa Keessan Xumurtanii Oogummaa Barsiisummaatiin Leenji'uu Barbaaddanu Akk...
03/11/2024


Akkuma Beekkamu Kanaan Duraa Barattootni Barumsa Keessan Xumurtanii Oogummaa Barsiisummaatiin Leenji'uu Barbaaddanu Akka Qophooftanu Isiniin Jedhame Ture.
Bu'uuruma Kanaan Guyyaan Galmee (25-27/02/2017) Ta'uu Ibsaa Buufataleen Akka Irratti Galmooftanu Filataman Kanneen Armaan Gadiiti:👇
👉Hamballaa Waamannaa
👉Garbaa
✅Abbaayaa/Gaanguwaa
✅Dugda Daawwaa
✅Bulee Horaa
: Aanota Akka Buufataatti Hinqabamin Keessa Barattootni Jirtanu Buufata Isinti Dhihaatutti Qaamaan Argamuun Galmaahuu Ni Dandeettu.
CARRAA GAARII ISINIIF HAWWA!
Kolleejjii Barnoota Barsiisotaa Roobee /Robe College of Teachers Education/

Address

Bilida

Telephone

+251923867429

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kaayyoo Ashenafi ilmaa abbaa gadaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Kaayyoo Ashenafi ilmaa abbaa gadaa:

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram