17/05/2025
Guyyaa 07/09/2017
Hojjattoota HPO iddoo argamanitti guyyaa har'a ganama sa'aatii 3:00 hanga 4:45ttii walgahii hojjataa hunda ilaallatu karaa MD/ Dr. Mitikkuu Dajanee fi B/B Hojjattoota Hospitaala Poolisii Oromiyaa Dr. Alamayyoo Kafanii Adeemsifamee Jira.