Maya Blood Bank

Maya Blood Bank Blood collection and Distribution for Eastern Harargee and Maya Health facility such 🏥 Hospitals

Urgent Call to Strengthen Blood Donation During Fasting Seasons to Prevent Shortages__________________________________Dr...
14/02/2026

Urgent Call to Strengthen Blood Donation During Fasting Seasons to Prevent Shortages
__________________________________
Dr. Ashenafi Tazebew, Director General of the Blood and Tissue Bank Service, stated to the Service's Communication Executive that preparations are underway to implement various strategies aimed at increasing the number of donors and preventing potential blood shortages during the fasting seasons, a period when donation rates typically decline.

The Director General revealed that over the past seven months, 290,000 units of blood were collected nationwide out of a planned 320,000 units, achieving 91% of the target.

As this month marks the beginning of consecutive fasting seasons for both Orthodox Christian and Muslim followers, blood donation volumes are expected to decrease. To mitigate this and save lives, the Blood Bank plans to:

• Adjust and extend donation hours during fast-breaking times.
• Conduct extensive community-based mobilization campaigns.
• Disseminate encouraging Short Message Service (SMS) alerts to the public.

Following the success of the last two years, March has been designated as "Blood Donor Month." During this time, large-scale mobilization will be conducted through mainstream and social media platforms. Additionally, strategies have been designed to specifically reach segments of the community not participating in the fasts.

Emphasizing that the community is the foundation of voluntary blood donation, Dr. Ashenafi called for active participation to ensure that healthcare facilities do not face shortages and that no mother loses her life due to a lack of blood.

In a final message to both Christian and Muslim followers, Dr. Ashenafi shared his well wishes: "I wish for this fasting season to be a sacred time of prayer, performing good deeds, and approaching the Almighty through helping those in need—a time where we find spiritual strength and divine grace!"
_______________________________
"Save lives by donating blood"
By Ethiopian Blood and Tissue Bank Service

14/02/2026

በአፅዋማት ወቅት የደም እጥረት እንዳይከሰት ሕብረተሰቡ የደም ልገሳን እንዲያጠናክር ጥሪ ቀረበ
*******************************
የደምና ሕብረ ህዋስ ባንክ አገልግሎት ዋና ዳይሬክተር ዶ/ር አሸናፊ ታዘበው ለአገልግሎቱ ኮሚኒኬሽን ስራ አስፈፃሚ እንደገለፁት፤ በአፅዋማት ወቅት ደም የሚለግሱ ወገኖች ቁጥር ስለሚቀንስ የደም እጥረት እንዳይከሰትና የለጋሾችን ቁጥር ለመጨመር የደምና ሕብረህዋስ ባንኩ የተለያዩ ስልቶችን ነድፎ ለመንቀሳቀስ ዝግጅት እየተደረገ መሆኑን ገልፀዋል፡፡

ባለፉት 7 ወራት በሃገር አቀፍ ደረጃ 320 ሺ ዩኒት ደም ለመሰብሰብ ታቅዶ 290ሺ ዩኒት ደም መሰብሰቡን የገለፁት ዋና ዳይሬክተሩ ይህም የእቅዱን 91% መሆኑን ጠቁመዋል፡፡

ይህ ወር የኦርቶዶክስና የእስልምና እምነት ተከታዮች አፅዋማት በተከታታይ የሚገቡበት ወቅት በመሆኑ፤ የደም ልገሳ መጠን ስለሚቀንስ በደም ባንኮች ውስጥ የደም እጥረት እንዳይከሰትና ይህንን ችግር በመቅረፍ የሰዎችን ሕይወት ለመታደግ፤ በጾም መፍቻ ወቅት የልገሳ ሰዓትን ማመቻቸት፤ ማህበረሰብ ተኮር ቅስቀሳዎች በስፋት ማከናወን እንዲሁም የደም ልገሳን የሚያበረታቱ የአጭር የፅሁፍ መልዕክት ለማሰራጨት ታቅዷል፡፡

ባለፉት 2 ዓመታት ሲከናወን እንደነበረው መጋቢት ወርን የደም ለጋሾች ወር ብሎ በመሰየም ሰፊ የንቅናቄ ስራ እንደሚሰራ እና የመደበኛና የተለያዩ ማህበራዊ ሚዲያዎችን በመጠቀም የቅስቀሳና የማነቃቂያ ስራዎች ይሰራሉ ተብሏል፡፡ በፆሙ የማይሳተፉትን የማህበረሰብ ክፍሎችም በስፋት ለመድረስ እስትራቴጂ ተነድፏል፡፡

ለበጎ ፍቃድ የደም ልገሳ መሰረቱ ማህበረሰቡ ነውና በህክምና ተቋማት የደም እጥረት እንዳይከሰትና አንድም እናት በደም እጥረት ህይወቷ እንዳያልፍ፤ ማህበረሰቡ በአፅዋማት ወቅት በበጎ ፍቃድ የደም ልገሳ ላይ በንቃት እንዲሳተፍ ዶ/ር አሽናፊ ጥሪ አቅርበዋል፡፡

ለክርስትና እና እስልምና እምነት ተከታዮች "ይህ የጾም ወቅት የጸሎት፣ በጎ ምግባር በማከናወንና የተቸገሩትን በመርዳት የፈጣሪን ቸርነት የምናገኝበት፣ ወደ ፈጣሪ የምንቃረብበትና መንፈሳዊ ጥንካሬን የምናገኝበት የተቀደሰ ወቅት እንዲሆንልን ምኞቴ ነው!" ሲሉ ዶ/ር አሸናፊ ታዘበው መልካም ምኞታቸውን ገልፀዋል።

"ደም በመለገስ የሰዎችን ህይወት ይታደጉ!"
ድልድይ ሆነን እናገለግላለን!
#ልገሳ

Yeroo Soomaatti Hanqinni Dhiigaa Akka Hin Mudanne Waamichi Taasifame*******************Daayirektarri Jeneraalaa Tajaajil...
14/02/2026

Yeroo Soomaatti Hanqinni Dhiigaa Akka Hin Mudanne Waamichi Taasifame
*******************
Daayirektarri Jeneraalaa Tajaajila Baankii Dhiigaa fi Tishuuti Dr. Ashanaafii Taazabbaw akka ibsanitti; yeroo soomaatti lakkoofsi namoota dhiiga laatanii waan hir’atuuf, hanqinni dhiigaa akka hin uumamneef Baankiin Dhiigaa fi Tishuu toftaalee adda addaa baasuun socho’uuf qophii taasisaa jira.
Ji’ootan torban darbanitti sadarkaa biyyaalessaatti yuuniitii dhiigaa 320,000 sassaabuuf karoorfamee, yuuniitiin 290,000 sassaabameera. Kunis raawwii karoorichaa dhibbeentaa 91% dha.

Ji’i kun yeroo amantoonni Ortodooksii fi Islaamaa itti walitti fufinsaan sooman waan ta’eef, miidhaa hanqina dhiigaa ittisuun lubbuu namootaa oolchuuf:

• Yeroo furaa soomaatti (galgala) sa’aatii laachaa mijeessuu.
• Hojii kaka’umsa hawaasaa bal’inaan hojjeccuu.
• Ergaa gabaabaa (SMS) dhiiga laachuu jajjabeessu tamsaasuu.

Akkuma waggoota lameen darbanitti, ji'i Bitootessaa "Ji'a Laattota Dhiigaa" jedhamuun sochiin kaka’umsaa bal’aan ni hojjetama. Namoota sooma irratti hin hirmaanne bira ga’uufis tarsiimoon qophaa’eera.

Bu’urri laacha dhiiga fedhiin taasifamu hawaasa waan ta’eef, hanqinni dhiigaa akka hin mudanne fi haati tokkollee sababa kanaan lubbuun ishee akka hin dabarreuf, hawaasni yeroo soomaa kanatti dhiiga laachuu irratti akka hirmaatu Dr. Ashanaafiin waamicha dhiyeessaniiru.

Amantoota Kiristaanaa fi Islaamaatiif, "Yeroon soomaa kun kan kadhannaa, gaarummaa itti hojjetanii fi namoota rakkatan gargaaruun gara Uumaatti itti dhiyaatan, akkasumas jabeenya hafuuraa kan itti argatan akka ta’u hawwii koot!" jedhaniiru.

"Dhiiga laachuun lubbuu namaa oolchaa!"
Riqicha taanee tajaajilla!

By Ethiopian Blood and Tissue Bank Service

04/02/2026

‎Faayidaa fayyaa dhiiga arjoomuun qabu.

‎✓Fayyaa onneef ni gargaara
‎✓Saaxilamummaa dhukkuba istirookii ni hir’isa
‎ ✓ Seelonni dhiigaa haaraan akka uummaman gargaara
‎✓ Marsaa dhiigaa fooyyessuuf
‎✓ Itituu dhiigaa hir’isa
‎✓ Saaxilamummaa gosoota Kaansarii tokko tokko ni hir'isa
‎✓Fayyaa sammuufi miira namaa cimsaa
‎✓Olka'uu dhiibbaa dhiigaa too'achuuf ni gargaara
‎✓Haaromsa seelotaa qaamaa walii galaa ni deeggara
✓ Irra deddeebin yoo arjoomne furdina qaamaa too'achuuf gargaara

Hub:- Dhiiga bakka bu'u arjoomuun lubbuu bakka hin bu'amne haa baraarru!

Fayyaan Faaya
Biiroo Fayyaa Oromiyaa

31/01/2026

Biiroon Fayyaa Oromiyaa ji'oota jahan darban keessatti tola ooltota irraa dhiiga yuunitii 73,519 ol walitti qabuu beeksise.
*******************
Biiroo Fayyaa Oromiyaatti Qindeessaan Baankii Dhiigaa Obbo Geetuu Gabree walga’ii qindoomina baankota dhiigaa (JSC) irratti gabaasa dhiyeessaniin, naannicha keessatti baankonni dhiigaa tajaajila kennan 17 akka jiran eeraniiru. Bara baajata qabame keessatti baankota kanaan tola ooltota irraa dhiiga yuunitii kumni 125 sassaabuuf karoorfamee hojiitti galameera.

Raawwii walakkaa waggaatiin dhiiga yuunitii kumni 62 fi 500 sassaabuuf karoorfamee, yuunitii 73,519 sassaabuun karoora dhibbeentaa 100% ol milkeessuun akka danda’ame ibsaniiru. Dhiigni sassaabame kunis naannicha keessatti dhaabbilee fayyaa 155 ol ta’aniif akka raabsame eeraniiru.

Naannicha keessatti dhiiga baay’ee sassaabuuf dandeettiin guddaan kan jiru ta’us, hanqinni konkolaattootaa fi konkolaattonni jiran dulloomuun tajaajila kennuuf rakkisuu isanii, akkasumas baasiin suphaa isaanii ol’aana ta’uu, maashiinoon qorannoo laaboratorii hojii ala, dhiiyessi ri’eejant adda addaan ciccituun fi rakkooleen biroon tajaajila dhiigaa irratti dhiibbaa uumuu isaanii Obbo Geetuun ibsaniiru. Ta’us, rakkoolee kana qindoominaan furuun karoora olitti hojjechuun akka danda’ame beeksisaniiru.

Dhiiga sassaabame kanaan keessumaa dhukkubsattoonni hadholee fi da’iiman, kalee fi kaansarii, warren baqaqsanii yaalamuu barbaadanii fi sababa balaa namtolcheetiin miidhaan irra gahe caalaatti fayyadamoo akka ta’an Obbo Geetuun ibsaniiru. Lakkoofsi tola ooltota dhiiga arjooma yeroo gara yerootti dabalaa dhufuu isaa fi hawaasni aadaa dhiiga laachuu akka dagaagsuu hojiiwwan hubannoo uumuu bal’inaan hojjetamaa jiraachuu eeraniiru.

Naannicha keessatti dhiiga dhiyeessuu fi fedhii jiru wal-simsiisuuf kana caalaa hojjechuun akka nurra jiru Obbo Geetuun ibsanii, qaamolee dhiiga laachuu fi sassaabuu irratti hirmaatan hundaaf galata dhiyeessaniiru. Hawaasnis tajaajila namummaa lubbuu oolchuuf godhamu kana irratti caalaatti hirmaachuun dhiiga arjoomu aadaa isaa godhachuu akka qabu dhaamaniiru.
“Dhiiga arjooma, lubbuu baraaraa!"

29/01/2026
Yeroo tokko tokko maallaqni lubbuu baraaruu hin danda’u garuu dhiiga arjoomame ni danda’a!አንዳንድ ጊዜ ገንዘብ ሕይወትን ማዳን አይችልም፤...
27/01/2026

Yeroo tokko tokko maallaqni lubbuu baraaruu hin danda’u garuu dhiiga arjoomame ni danda’a!

አንዳንድ ጊዜ ገንዘብ ሕይወትን ማዳን አይችልም፤ የተለገሰ ደም ግን ሕይወትን ማዳን ይችላል!

Sometimes money can’t save lives but donated blood can!

MUDDEE 18, 2018
Magaalaa Maayaa Kutaa Magaalaa Haramayatti saganta Eebbaa gachana Sirnaa irraatti Hoggaantoota fi hirmaatotni dhiigaa arjoomaa olaan!

Dhiigaa keessani Qaalii Arjoomtani lubbuu namoota hanqinaa dhiigaattin rakkacha jiranif carraa jireenyaa lammaaffa waan kenniitanif galatoomaa Ulfaadha

The most 6 Health benefits of Donating Blood
25/01/2026

The most 6 Health benefits of Donating Blood

Hospitaloota naannawwa keenya jira hundaatti Sekondii lama lamatti namni tokko dhiiga barbaada;Maree Dhiigaa Bakkaa Buuf...
25/01/2026

Hospitaloota naannawwa keenya jira hundaatti Sekondii lama lamatti namni tokko dhiiga barbaada;
Maree Dhiigaa Bakkaa Buufamun lubbuu Bakkaa hin buufamne haa Baraaruu!
DHIIGAA ARJOOMAA FAYYAA ARGAADHA!

EVERY 2 SECONDS, SOMEONE NEEDS BLOOD DONATE BLOOD AND YOU CAN MAKE TO SOMEONE IN NEED LET'S DONATE BLOOD FOR LIFE!

በየሁለት ሰከንድ፣ አንድ ሰው ደም ያስፈልገዋል፤ ደም ይለግሳል፤ ለተቸገረ ሰው ደግሞ ለሕይወት የሚሆን ደም ይለግሳል!

Dhiigaa Arjoomaa! jirachu namoota hanqinaa dhiigaattin rakkacha jiranif Sababa taha!ደም ይለግሱ እና የአንድ ሰው ህይወት እንዲኖር ምክንያት ...
24/01/2026

Dhiigaa Arjoomaa!
jirachu namoota hanqinaa dhiigaattin rakkacha jiranif Sababa taha!

ደም ይለግሱ እና የአንድ ሰው ህይወት እንዲኖር ምክንያት ይሁኑ።

Donate blood and be the reason for someone’s existence.

Dhiigaa Arjoomaa Fayyaa argaadha!AMAJJII 09, 2018BARATOOTNI MANA BARNOOTA IFA BORU HARAMAYA DHIIGA ARJOOMAA OLAA.Baratoo...
18/01/2026

Dhiigaa Arjoomaa Fayyaa argaadha!

AMAJJII 09, 2018
BARATOOTNI MANA BARNOOTA IFA BORU HARAMAYA DHIIGA ARJOOMAA OLAA.

Baratootni Mana Barnoota Bultii Addaa Ifa Boruu Haramaayaa, osoo nu jiruu Haadholee keenya dhiigaa dhabanii rakkachu hin qaban jechuun dhiigaa keenya kan bakka bu'uun lubbuu Bakkaa hin buufamne ni baraaraa jechuu dhiigaa arjoomaa olaan.

Baratoota dhiigaa ofii qaalli arjoomuun lubbuu namoota hanqinaa dhiigaattin rakkacha jiranif carraa jireenyaa lammaaffa waan kenniitanif galatoomaa Ulfaadha, akkasumas Hoggaansa Mana Barnoota Bultii Addaa Ifaa Boruu Haramaayaatti Galatomaa wayyooma jenna.

Address

MAYA CITY, HARAMAYA SUBCITY
Boreda

Website

http://t.me/Mayabloodbank

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Maya Blood Bank posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram

Category