Kiya clinic

Kiya clinic Dhukkubni yeroodhaan Dawaa hin qabne hin jiruu!

23/08/2024

Magaalaa kaarra Makkalaa Waamicha Muummee ministra keenya ni fudhanna,waadaa seenne ni kabajna..Ashaaraa Magariisa ni Milkeessina!

Oduu Gammachiisaa******************************Giddugalli fayyaa Kiya kilinik Dhukkuboota yeroo dheeraaf fala dhabanif.....
05/09/2023

Oduu Gammachiisaa
******************************
Giddugalli fayyaa Kiya kilinik Dhukkuboota yeroo dheeraaf fala dhabanif..wal'aansa haala addaa taheen eegale jira isaan keeysahis
✓Dhukkubbile narvi mudhiifi miila keeysoo,hadooddii,laalaa fi walitti hacuuccaa qabanif
✓Dhukkubbi mataa garagaraa kannen akka
*Mataa addaan qoodee dhukkubu( cluster headache)
*Dhukkuba mataa kan darbe darbee dhukkubbi hamaa mataa guutu nama dhukkubu(migraine headache)
*Dhukkubbi mataa naanno tokko qofaa(focal or Trigeminal neuralgia)
*Dhukkubbi fi hadooddiilee harkaa fi

Rakkoolee gogaa wajjin walqabatan keeysaa✓Gogaa fuula shubamaa(aging skin) ykn shuntuure akka haaroomfame diriiru ni god...
20/08/2023

Rakkoolee gogaa wajjin walqabatan keeysaa
✓Gogaa fuula shubamaa(aging skin) ykn shuntuure akka haaroomfame diriiru ni godhama
✓Finniisa garaagaraatif
✓gurraacha'uu Gogaa fuulaatif
✓shaakarraahu gogaa fuulatiif
✓gogaan fuulaa jiidhaa,lallaafaa fi ifaa(glowing skin) kan godhu
✓Gogaan qaamaa adii tahu(vitiligo)f
✓xabaasalee fuulaa garaagaraa balleessu
✓Gogaa harkaa fi iddoolee garaagaraa nama nyanyachuuni fi jajjabattun hooqsisufi..kkf...wal'aansi gahaan ni jira
Teessoon keenyaa fuula peeji keenyaarra argattu

19/08/2023
19/08/2023

Kiya kilinik haala adda taheen tajaajila garagaraa egalee jira Kunis dawaale bifa aadaatin fayyadan ammayyeessuni fi wal'aansa Ammayyatin,dhukkuboota wal'aansa jabanaatin rakkisaa tahan heeddu gadifageenyaan ,tajaajila wal'aansa wayyeessu oso hin taanee ,guutumaa guututti fayyisu ni kennina

*Dhukkuboota wal'aansi isaani eegalame keeysa
✓Dhukkubbi mudhi ykn dugda(back pain) yeroo dheeraa
✓Dhukkubbi mataa garagaraa
✓Dhukkuboota Garaachaa kanneen akka gaastrik wal'aansa ammayyaan fayyu didee(by z way gastrik hin fayyine hin jiruu),lolaa mar'imaani(IBD) fi kkf
✓Dhukkuboota tiruu kamuu kan HCC(hepatocellular carcinoma)irra kan hafe
✓kintaarot ykn baasuur(hemorrhoid)
✓dhukkuboota dadachaatu qaamaa fi lafee
✓Dhukkuboota narvi addaa kannen akka dhukkubbi mudhi fi tafa miilaa(psciatica),hadooddii miilaa,harkaa,mormaa,dugdaa fi kkf
✓Dhukkuboota gogaa garagaraa kannen akka,gogaa namaa hooqsisuu,shaakarrahu,gogaa adii tahu(vitiligoo)
✓Dhukkuboota ijaa kannen akka qulqullinan argu dhabuu,dimimmisu,diimachuu,goguun imimman yaasu,ifa dadhabuu fi kkf
✓Dhukkuboota firraa garagaraa kannen akka sagalee addaa tahe walitifufinsan dhagahu,duuduu,nama hooqsisuu,fi dhagahu didu kkf
✓Dhukkuboota dadhabina sammu fidan,irraanfata baayisu,dandeetti yaaduu hirachu,hirriiba gahaa dhabuu fi kkf
✓Dhukkuboota Rakko dadhabina walqunnamti saalaatin Wal qabatan kannen,akka fedhi dhabuu,dadhabuu qaamaa saalaa,Turuu dadhabuu fi kkf
✓Rakkoolee Gadaameessa fi hormooni kannen akka,daa'ima argachu dhabuu(dhiiraas dubaraas),qabatani turu dadhabu ykn irraa deebi'uu fi kkf
✓dabalataan dawaalee garagaraa kannen rifeensa qaamaa duwwaa irratti magarsu nyaaras dabalatee ,kan dheeressu,gurraachoomse(aarri kan qaban fa),,jajjabeeysuu,,kan gogaa fuulaa miidhagse barreechuu ni qopheeysina
✓Dhukkuboota mataa kannen akka maraatuu gosaa garagaraa ni wal'aannaa
✓furdinaa qaamaa karaa salphaan hir'isuu fi qal'a akka furdat

Address

Deder

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kiya clinic posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram