Dheera Bluestar Healthcare Network

Dheera Bluestar Healthcare Network Ambulatory healthcare services

09/03/2024
Bakkaa buutoonnii waldaa dhaabbiile fayyaa dhuunfa nannoole 7  Federashiin dhaabbiile fayyaa Itiiyoophiiya[Ethiopiaan he...
09/03/2024

Bakkaa buutoonnii waldaa dhaabbiile fayyaa dhuunfa nannoole 7 Federashiin dhaabbiile fayyaa Itiiyoophiiya[Ethiopiaan health care fedration] jala jiraanii fi nannoole Oromiyaa,Tigraayi ,Sidaama Gidduu gala Itiyoophiiyaa[Centera Ethiopia] kibbaa dhihaa itiiyoophiyaa [southwest Ethiopia region] fi waldaaleen fayyaa finfinnee kessaattii argaamaan haala walii galaa fedirashiin fayyaa itiiyoophiiyaa irraattii marii baldhaa tasisaan jiru. Marichaarraatii CEO/CHIEF EXCUTIVE OFFICER OF ETHIOPIAN HEALTH CARE FEDERATION kan ta'aan obboo mulaatuun waliin haala akkaamiin waldaanannoole irraa jiraan jaabeessuun akkaa danda'aamuu fi kallaattii gara fulduura irraattii yaada kennaan jiruu kessuumatuuyyuu waldaaleen nannoo irraa jiraan hundii isaan baraa kana kessaa CPD center banaachuu akkaa qabaaniif kallaattii kennaan jiruu. Bifumaa wali fakkaatuun bakkaa butoonnii boordii waldaa dhaabbiile fayyaa dhunfaa nannoole 7 irraa bakkaa bu'aan marii baldhaa bakkaa bu'aa dhaabbaata JSI deggaara sektaara fayyaa dhunfaa kan ta'aan ,[Private health sector siniour advisor] kan ta'aan Dr. Awal sa'iid waliin marii pirooject qulqulliina fayyaa[Health care quality improviment project] jedhaamuu irrattii marii baldhaa tasiisne jiraa. haluuma dhabbaannii JSI piroojeektii qulqulliina fayyaa foyyeessu[Quility health care improviment] jedhuu jalqaabuufi deemu kana waldaalee nannoo irraa jiraan waliin hojjeechuu akkaa barbaaduuf kanaafii leenjii quility health care training jedhuu bocee bakkaa butootaa boordiile naannoo irraa jiraaniifi kennuu jalqaabuu isaa beeksiise jira keessuumattuyyuu yaadnii bakkaa butoota boordii nannoo oroomiyaa fi tigraayii irraa ka'ee bayyee barbaachiisa kan ta'ee fi guidline waan kanaa fi ta'uu qopheessaa akkaa jiraani fi gara fulduraa sadaarkaa boordii waldaa dhaabbiile fayyaa dhuunfaa nannootii sagaanta health care quility improvement jedhuu boordii kessaatii[private health sector quility team ] tokkoo hundessaan waliin hojjechuu akkaa barbaadaan ibsaan jiruu. Dabalaataanis leenjiin [quality health care improviment] jedhuu bakkaa butootaa nannoole irraa dhufaaniif kennaame jiraa. Dhumaarraattii bakkaa bu'aan dhaabbaata jsi fi gorsaan piroojeectii deggaarsa quility improvemnt[Quality improviment private sector senior advisor] kan ta'aan Dr. Awal sa'iidii yaadaa bakkaa butoota waldaa dhabbiile fayyaa dhunfaa nannoo Tigraayii obboo tamasgeen w/giyoorgiisi irraa ka'eef fi bakkaa bu'aa boordii dhaabbiile fayyaadhuunfaa nannoo oromiyaa obboo Isheetu Girmaa irraa ka'ee bifaa pirooposalitiin akkaa dhiyaatuu gaafaachuun marii bifaa bareeda ta'een golaabaame jira.

Alaaba lummuuxi ennaa mormiin kun akkaa dhufuufi mitii, mannii amaanta siyaasa irraa bilisaa ta'uu qabdii.
10/01/2024

Alaaba lummuuxi ennaa mormiin kun akkaa dhufuufi mitii, mannii amaanta siyaasa irraa bilisaa ta'uu qabdii.

28/12/2023

Namaan bayyee jaalaadhu

10/09/2023

Qaammee 05/13/2015

Barrii 2015 darbuufi guyyaan tokko hafu kun anaafi bara hoodaati!!!! Bara abbaan barbaade mana hidhaati si baase itti sii ajjeessu,jiraa sii gubu,bara gibiraa motuummaa kafaaluufi Deemte mattaa'aa ykn gubbo itti gaafataamtu,Bara galmeen kee dhokfaame, badee jedhaamte hangaa qarshii 15000 galmee barbaachaafi itti gafaatamte,bara milishaan ciree naa bitu diddee jedhe itti sii hidhu,Bara Ogeessii Fayyaa Lubbuu Baraaruufi Oxygen Kennee ,Milishaan Ammoo Ukkaamsiite Jedhe Akkaa Barbaadeeti Ogeessaa Eddoo Hojiiti Mana Hidha Galche! Bara ajaajni mana murtii tuffaataamee namnii dhuunfaa ana mannii murtii na ajaaju hin danda'uu jedhame, Bara itti kabiineeni maa ijaa kessa naa laalte jattee nama naga hiitu!!!! Bara itti sirnii dimookraasi hin sodaannee umaame bara hooda!!!

11/02/2023

# Jijjiiraama 1 ffaa

√ yeroo jalqabaatiifi ibsii afaan saba bal'aatiin akkaa kennaamu tasiisne jira!!
√ itti fuufa..........

07/02/2023
Wangeela hangaa daari biyyaa lafaattii babali'saa nuun jedhe male afaanuma tokkoon hidhaa ta'aa nuun hin Jennee!!!
04/02/2023

Wangeela hangaa daari biyyaa lafaattii babali'saa nuun jedhe male afaanuma tokkoon hidhaa ta'aa nuun hin Jennee!!!

20/01/2023
07/01/2023

Welcome sofia,

Address

Arsi, Dheera
Dera
251

Telephone

+251926824953

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dheera Bluestar Healthcare Network posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Dheera Bluestar Healthcare Network:

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram