Daggala Ilaalcha

Daggala Ilaalcha Page kun jijjiirama fiduuf, foyya’iinsaaf, guddachuuf,barachuuf,yaada namoota addunyaa irratti qormaata sammuu uumuuf uumame.

Kunis ilaalcha, miira,dandeettii, yaada sammuu irratti hojjechuun namoota kakaasuuf, onnachiisuuf, barsiisuuf kan kaayyeffatedha! With a Bachelor of Arts degree in Mechanical Engineering from Arbaminch University, Ethiopia. I have a strong background in education and culture as a drivers of peace building and social changes. I have also gained a valuable experience in Maintenance of Machinery, pea

ce forum program, teaching skill development, English professional and personal development through various programs and initiatives that I have participated in or volunteered for both locally and internationally.

06/05/2026
20/04/2026

MAALOO NA HUBATUU? MAALUMAATU NAAF FALA ? jettee ni dhiphattaa?

Eeyyee niin dhiphadha!
Jiruu biyya lafaa irratti ilmi namaa akka si hubatuuf yaalii goota taanaan yoomiyyuu oftaatee Jiraachuu akka hin dandeenye amani. KANAAFUU nama ofiisaa dursa hubatu ta'ii Seeraan of ofbeeki! Ga'umsa fi dadhabina kee dursa beeki! ittiis amani! fooyyeessuuf tattaafii cimsi! sanaan booda ilmi namaa hunduu ofiif si hubata.
OFTA'I ! YOOS GALMA GEESSA!

19/04/2026

Daandii milkaa'inaa

03/04/2026

OFTA'I!

OFTA'UU jechuun maal jechuudha?
Ilmi namaa uumamaan Sammuu waa sababaan nama hubattu ykn ragaa qabatamaa lafarratti argeen maalummaafi hiikkaa ga'umsa namaa hubata waan ta'eef, yeroo adeemsa jiruu abjuu milkeessuuf daandii gubbaa jirtu namni tokkoyyuu namaa hin hubatu waan ta'eef, AKKA namni itti nama hubaturraa gurra ofii duudaa godhuun AKKA ofii itti ofbeektun OFTA'I. Gaafa/Yeroo oftaatee jirtutti JECHAA fi GOCHI qaama alaa ykn nama biraa kaayyoo milkeessuuf adeemsa jalqabde irraa ofduuba hin deebisu. Sababni isaas OBSAA fi GARAA ABDIIN GUUTAMAA qabattee ofta'aa jiraata jirta jechuudha.

By: Eng. Mustefa. A

Namni qalbii isaa qulqulluu ta’e, dogoggora irraa bilisa ta’e, nagaa sammuu fi gammachuu yeroo hunda qabaata.
11/01/2026

Namni qalbii isaa qulqulluu ta’e, dogoggora irraa bilisa ta’e, nagaa sammuu fi gammachuu yeroo hunda qabaata.

Address

Dire Dawa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Daggala Ilaalcha posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Daggala Ilaalcha:

Share

Category