Gerba Health Center of Bule Hora District

  • Home
  • Gerba Health Center of Bule Hora District

Gerba Health Center of Bule Hora District Gerba health center is found in Bule Hora Woreda and is the largest cluster of the woreda.

09/12/2019

What's on your mind?Wal Quunnamtii Saalaa wayita Ulfaa
Waa'een wal-qunnamtii saalaa wayita ulfaa gaafii isiin
baay'inaan gaafachaa turtan keessaa isa tokko. Egaa wal
quunnamtiin saalaa hanga ji'a afuritti haadha ulfaaf mijachuu
dhiisuu danda'a. Sababni isaas wayita kana ol guurraan
,tuttufsiisaan fi dadhabbiin waan itti baayyatuuf fedhiin ishee
hir'achuu ni danda'a. Garuu ji'a 4-7tti dhibeewwan armaan
duratti caqafaman hir'achaa waan deemuuf fedhiin isaani ni
dabala. Ji'a 8 hanga dhumaatti gadameessi daa'ima baatu
guddaa waan ta'eef haalli qunnamti saalaaf mijachuu waan
diduuf feedhii isaanii akka duraa hin ta'u. Walumaagalatti
walquunnamtiin saalaa ji'aan hin dangeffamu,jechuun hamma
dhibeen hin jirretti walquunnamtii saalaa hanga ji'a dhumaatti
hin dhorkamu. Garuu wayita dhibeewwan armaan gadii
mul'atan wal qunnamtii saalaa gochuun dhorkaadha.
1. Seenaa ba'uu ulfaa al lamaaf isaa ol yoo qabaatan.
2. Ulfa duraa irratti ciniinsuun osoo hin ga'iin itti dhufeera yoo
ta'e.
3. Yoo karaa qaama isaanii dhigni dhangala'e.
4. Yoo bishaan gubbee dhangala'e.
5. Ultrasoundiin ilaalamtee yoo of-kaltiin balbala gadameessaa
irra ykn mucaa dursee jiraa yoo ta'e dha.
Garuu qunnamtii saalaa booda yoo dhigni mul'atee fi bishaan
gubbee dhangala'e atattamaan mana yaalaa deemuun
barbaachisaadha.
Galatoomaa !
Dr. Lammii G.

20/10/2019

ከባድ ኩላሊት በሽታ መነሻው ምንድን ነው? ምልክቶቹ እና ህክምናውስ?
*****************************************
# Share
ከባድ የኩላሊት በሽታ በረጅም አመታት ቀስ እያለ ኩላሊታችንን እየጎዳ ከጥቅም
ውጪ የሚያደርግ በሽታ ነው። ከግዜ በኋላ የበሽተኛው ኩላሊት ሙሉ በሙሉ ስራ
ያቆማል።
ከባድ የኩላሊት በሽታ ወይም ክሮኒክ ኪድኒ ዲዚዝ ሰዎች ከሚያስቡት በላይ
በማህበረሰቡ የተንሰራፋ በሽታ ነው። ስር እስኪሰድ ድረስ ለረጅም ግዜ
ሳይታወቅ ኩላሊታችንን የሚያጠቃ በሽታ ነው።
ኩላሊት ጤናው ወርዶ በ25% ብቃት መስራት ሲጀምር በበሽታው እንደተያዙ
ማወቅ የተለመደ ነው። የኩላሊት መስራት ማቆም እየበረታ ሲሄድ ሰውነታችን
ውስጥ አደገኛ መጠን ያለው ቆሻሻ እና ፍሳሽ ይከማቻል። ለዚህ በሽታ ያለው
ህክምና የኩላሊትን መዳከም ለማቆም ወይም የሚዳከምበትን ፍጥነት
ለማዘግየት የሚሞከርበት ነው። ይህንንም ማድረግ የሚቻለው የበሽታውን
መነሻ የሆነውን በሽታ ለማከም እና ለማስታገስ በመሞከር ነው።
# ምልክቶች
ክሮኒክ የኩላሊት በሽታ ቀስ በቀስ ዘግይቶ እኩላሊታችን የሚዳከምበት በሽታ
ነው። አንዱ ኩላሊት መስራት ቢያቆምም ሌላኛው ያለ ችግር ሊቀጥል ይችላል።
ብዙ ግዜ ህመሙ አሳሳቢ ደረጃ እስኪደርስ እንደታመምን ላናውቅ እንችላለን።
ህመም መሰማት ከመረ በኋላ ብዙ ግዜ ጉዳቱን ማከም አይቻልም።
ለኩላሊት በሽታ ተጋላጭ የሆኑ ሰዎች በየግዜው የኩላሊታቸውን ጤንነት
እየተመረመሩ ማረጋገጥ አለባቸው። በሽታው እንዳለብን በግዜ በማወቅ
እራሳችንን ከከባድ የኩላሊት ጉዳት ማዳን እንችላለን።
የከባድ እኩላሊት ህመም ምልክቶች እንደሚከተለው ናቸው፦
• የደም ማነስ
• ደም የተቀላቀለበት ሽንት
•የጠቆረ ሽንት
• ንቁ አለመሆን
• የሽንት መጠን መቀነስ
• የእግር፣ የእጅ እና የቁርጭምጭሚት ማበጥ
• የድካም ስሜት
• የደም ግፊት
• እንቅልፍ እጦት
• የሚያሳክክ ቆዳ
• የምግብ ፍላጎት መጥፋት
• ወንዶች ላይ ብልትን ማስነሳት መቸገር
• በሌሊት ቶሎ ቶሎ ለሽንት መመላለስ
• የትንፋሽ እጥረት
• ሽንት ላይ ፕሮቲን መገኘት
• በፍጥነት የሚቀያየር የሰውነት ክብደት
•እራስ ምታት
# የኩላሊት # በሽታ # ደረጃዎች
ጂኤፍአር ሬት(GFR rate) የኩላሊት ጤንነት የሚታወቅበት መለኪያ ነው።
የጂኤፍአር መጠን የኩላሊታችንን ጤነንት ይናገራል።
ስቴጅ 1 – የጂኤፍአር መጠናችን ጤነኛ ነው። ቢሆንም ግን የኩላሊት በሽታ
እንዳለ ታውቋል።
ስቴጅ 2 – የጂኤፍአር መጠናችን ከ90ሚሊሊትር በታች ሲሆን ኩላሊታችን
ውስጥ በሽታ እንዳለ ታውቋል።
ስቴጅ 3 – የጂኤፍአር መጠናችን ከ60ሚሊሊትር በታች ነው።
ስቴጅ 4 – የጂኤፍአር መጠናችን ከ30ሚሊሊትር በታች ነው።
ስቴጅ 5 – የጂኤፍአር መጠናችን ከ15ሚሊሊትር በታች ነው። የኩላሊት ማቆም
አጋጥሟል።
አብዛኛው የኩላሊት በሽታ ታካሚ በሽታው ከስቴጅ 2 አያልፍበትም። ነገር ግን
ህመሙ እንዳይባባስ ህክምና በማድረግ የኩላሊትን ጉዳት መከላከል ተገቢ
ነው።
ስኳር በሽታ ያላቸው ሰዎች አመታዊ ህክምና ማድረግ አለባቸው። ሽንታቸው
ውስጥ ያለውን የፕሮቲን መጠን በመለካት ኩላሊታቸው አለመታመሙን
ማረጋገጥ አለባቸው።
# ህክምና
ኩላሊት በሽታን የሚያድን መድሃኒት የለም። ነገር ግን የተለያዩ ህክምናዎች
በሽታውን ለመቆጣጠር አገልግሎት ላይ ይውላሉ። ከባድ ኩላሊት በሽታ ያላቸው
ሰዎች ብዙ መድሃኒቶችን መውሰድ ይገባቸዋል።
የደም ማነስ ህክምና
አንዳንድ ደም ማነስ ያለባቸው ኩላሊት በሽተኞች የደም ዝውውር ማድረግ
ይኖርባቸዋል። ብዙ ግዜ ግን በሽታው ያለበት ህመምተኛ አይረን ንጥረ

16/10/2019

GARGAARSA DURAA CINIINNAA BOFAAF
_______________________________
1. Bakka ciniiname onnee gaditti qabaa. Kunis dhiigni dafee
gara Onneetti yaa'ee akka hin rabsamneef.
2. Haga danda'ametti tasgabbeessaa. Yoo dhiphatan dhiigni
qaaama keessa waan dafee rabsamuuf.
3. Bakki ciniiname yoo dhiigaa jira ta'e daftanii hin ittisiinaa,
xiqqoo yoo dhiige (daqiiqaa tokko) gaariidha.
4. Bunaa fi alkoolii hin dhugsiisiinaa. Hariitii dhiigaa waan
dabaluuf.
5. Bakka ciniiname hin sosochoosinaa. Yoo deemuu danda'a
ta'ellee miila ciniinameen deemsisuu hin qabnu. Dhiigni dafee
akka hin rabsamneef jechuudha.
6. Uffata dhiphaa, faayaa, kophee irraa baasaa.
7. Dogoggoroota uumaman. Bakka ciniiname sana akka dhiigi
ba'uuf jedhanii mummuruun, akka dhiigni hin deemne jedhanii
hidhuun, akka summiin ba'u jedhanii xuuxuun miidhaa malee
faayidaa hin qabu.
8. Kanaan gargaaraa gara mana yaalaa geessuu qabna.

13/10/2019

~~~Dhukkubbii dugdaaf wantoota dhukkubbii dugdaa nutti
fidan. ~~~~
Akkuma beekamu baayyeen keenya yoo xiqqaate si'a tokko
dhukkubbii dugdaaf saaxilamneerra.
~~maaltu dhukkubbii dugdaa nutti fida??
I, taatewwan nuyi guyyaa gyyyaatti goonu kanneen akka;
-yeroo dheeraaf taa'aa turuu ykn dhaabachaa turuu
-meeshaa ulfaata tahe baachuun, Akkasumas yeroo baayyee
kallattii tokko qofaan meeshaa garaagaraa baachuu.
-morma keenya gara fuulduraatti dheeressuun kompiyutera
fayyadamuu, dubbisuu ykn konkolaataa oofuun.
-firaashii ciisichaa dugda keenyaaf hin mallerra rafuun.
II, micciiramuu ykn dhifamuu maashawwan dugda keenyaan
nutti dhufa.
III, miidhamuu diskiiwwan Lafee dugugguruu dugdaan.
IV, caba Lafee dugugguruu dugdaan ykn sigigaachuu
diskiiwwan dugugguruu dugdaa Irraa kan kahe.
V, miidhaa buusaawan Lafee dugugguruu dugdaa irraan kan
kahe.
VI, dhukkubbii kalee kanneen akka Cirracha kalee ykn
infeekshinii kalee.
VII, kaanserii Lafee dugugguruu dugdaa
VIII, Yeroo ulfaas dhukkubbii dugdaa dubartoota hedduu
mudata.
IX, furdina garmalee fa'a.
Dhukkubbii dugdaa dabalatee mallattoowwan kanaa gadii yoo
nurratti muldhate hatattamaan mana yaalaa deemuu qabna.
1,ulfaatinni qaamaa hir'achuu
2,ho'a qaamaa olaanaa
3,naannoon dugdaa diimachuu ykn dhiita'uu.
4,gubuu qaama saalaa yeroo fincaaniiti.
5,fincaan ykn boolii qabachuu dadhabu
6,hadooduu naannoo qaama saalaa, hudduu fi Naanno isaa.
7,dhukkubbii dugdaa addaan hin citne kan yeroo teenyu ykn
rafne nu hin dhiisne.
** furmaatni isaa Maali? Kutaa itti aanutti isiniif kataba.
*******Fayyaa hin dhabinaa*******
****** like fi share godhaa******

09/10/2019

Like and share this page for any health related questions and information.

09/10/2019

የኩላሉት የማጣራት ሂደት (Glomerular Filtration Rate (GFR)) መሠረት
በማድረግ የኩላሊት በሽታን በአምስት ደረጃዎች ይከፈላሉ፡፡ ግሎመርላር
ፊልትሬሽን ሬት (ጂ.ኤፍ.አር)ማለት ኩላሊታችን ደምን በማጣራት ትርፍ
ፈሳሾችን፣ውጋጅ ቆሻሻዎችን ለማስወገድ የሚያደርገው ሂደት ነው፡፡
# ደረጃ # አንድ ( # Stage # One )
በዚህ ደረጃ ጂ.ኤፍ.አር በደቂቃ ውስጥ ከ 90 ሚ.ሊ. በላይ ደምን ያጣራል፡፡
# ምልክቶች
• ከመደበኛው መጠን የበለጠ ዩሪያ በደም ውስጥ ይገኛል፡፡
• በሽንት ውስጥ ፕሮቲን ወይም ደም ይገኛል፡፡
• በሲቲ ስካን ወይም በአልትራሳውንድ የኩላሊት ጉዳት ይታያል፡፡
• በቤተሰብ ውስጥ የፖሊሲስቲክ ኩላሊት በሽታ መኖር፡፡
#ደረጃ # ሁለት ( # Two)
• በዚህ ደረጃ ጂ.ኤፍ.አር በደቂቃ ውስጥ ከ 60-89 ሚ.ሊ. ደምን ያጣራል፡፡
• ምልክቶቹ ከደረጃ አንድ ጋር ተመሳሳይ ናቸው፡፡
#ደረጃ # ሶስት ( # Three )
• በዚህ ደረጃ ጂ.ኤፍ.አር በደቂቃ ውስጥ ከ 30-59 ሚ.ሊ. ይሆናል ወይም
ደምን ያጣራል፡፡
#ምልክቶች
• በደረጃ አንድና ሁለት ላይ ከሚታዩ ምልክቶች በተጨማሪ የሚከተሉት
ይስተዋላሉ፦
• ከፍተኛ የሆነ ድካም፡፡
• ኢዴማ፣ ውሃ ማዘል(መቋጠር) እና የትንፋሽ ማጠር፡፡
• ሻይ የሚመስል ወይም ቡናማ ቀለም ያለው ሽንት በተጨማሪም አረፋ
ይኖረዋል፡፡
• በሽንት ውስጥ ደም መኖር(መታየት)፡፡
• ከፍተኛ የኩላሊት ህመም፡፡
• የእግር እረፍት ማጣት ወይም የጡንቻ መሸማቀቅ በመኖሩ ምክንያት
የእንቅልፍ ማጣት፡፡
#ደረጃ # አራት ( # Four)
• በዚህ ደረጃ ጂ.ኤፍ.አር በደቂቃ ውስጥ ከ 15-59 ሚ.ሊ. ይሆናል ወይም
ደምን ያጣራል፡፡
• ከደረጃ አንድ እስከ ሶስት የታዩት ምልክቶች እንዳሉ ሆነው በተጨማሪ፦
• የሽንት አሸናን መቀየር
• ማስመለስ
• ማቅለሽለሽ
• በአፍ ውስጥ የጣዕሞች መቀየር
• የምግብ ፍላጎት መቀነስ
• መጥፎ የአፍ ጠረን
• የትኩረት ማጣትና የነርቭ ችግር
• የእግር ወይም የእጅ ጣቶች መደንዘዝ።
#ደረጃ # አምስት (5) ( # Five)
• በዚህ ደረጃ ጂ.ኤፍ.አር በደቂቃ ውስጥ ከ 15 ሚ.ሊ. በታች ይሆናል፡፡
#ምልክቶች
በዚህ የመጨረሻ ደረጃ ኩላሊት ህመም ላይ የሚታዩ ምልክቶች የሚከተሉትን
ያጠቃልላል፦
• ማቅለሽለሽ
• የምግብ ፍላጎት መቀነስ
• ድካም
• ማሳከክ
• የራስ ህመምና
• ከመጠን ያነሰ ሽንት ማምረት ናቸው፡፡
በተጨማሪም በቁርጭምጭሚትና አይን አካባቢ እብጠት መኖር፣ የቆዳ ቀለም
መቀየርና የቆዳ ቀለም መጨመር ይታያሉ፡፡

01/10/2019

DHUKKUBA KALEE
Dhukkuba kale yoo jennu dhukkuboonni kalee hedduun kan
ka’umsaan, mallattoon, yaalaanis wal hin fakkaanne hedduun
waan jiraniif altokkotti hunda ibsuun hin danda’amu. Kanaaf
dabaree dabareedhaan akkan isin biraan ga’u hin shakku.
Har’aaf garuu kanan xiyyeeffadhe cirracha kalee (renal stone
or renal culcli) kan jedhamu irratti.
Dhukkubni kun dhukkuba bal’inaan hawaasa keessatti argamu
yoo ta’u 8.8% ummataa keessatti kan argamudha. Dhukkubni
kun kalee irraa jalaqabee haga afuuffee fincaaniitti qaamota
sirna fincaanii jiran (kidney, ureter, bladder) keessaa bakka
tokkotti kan uumamudha. Dur yeroo ijoollummaa kiyyaa
cirrachi xixiqqoon bishaan waliin seentee kan kale keessatti
haftu natti fakkaata ture. Cirrachi kalee garuu kaluudhama
keessatti walitti qabamuun kan uumamtuudha. Cirrachi kale
kan uumamu sababaan isaa guutummaa guutuutti beekamuu
baatus sababoonni akka ka’umsaatti tarreeffaman: bishaan
ga’aa dhabuu, dhukkuba sukkaaraan qabamuu, furdachuu,
nyaata prootinaan olka'aa nyaachuu fi kkf. Cirrachi kun
gosoota addaa addaa qabaatus dhibbaan inni namarraan gahu
walfakkaataadha.
Mallattoon dhukkuba kanaa bakka cirrachi jiru ( kalee,
ujummoo fincaanii, afuuffee fincaanii) irratti hundaa’ee
mallattoo garaa garaa argisiisa. Yoo cirrachi kan kale keessatti
kuufame ta’e yeroo hedduu cinaacha keenya gama hubameen
dhukkubbiin nutti dhaga’ama. Dhukkubbiin kun waggoota
hedduuf nurra turuu danda’a. Cirrachi kalee keessatti kuufame
kun osoo dhukkubbii nutti hin dhageessisiin waggoota
dheeraaf taa'uu illee ni danda'a. Yoo kan ujummoo fincaanii
(ureter) keessatti argamu ta’e immoo dhukkubbii baay’ee
hamaa fi nama obsachiisuu hin dandeenye kan cinaacha
keenyarraa ka’ee gara qaama saalaa keenyaatti garmalee gadi
waraanutu nutti dhaga’ama. Cirrachoonni garmalee nama
dhukkubsan warren hammaan xixiqqaa ta’anidha. Cirrachi
gurguddaa yeroo hedduu kalee keessaa ba’ee gara ujummoo
fincaanii qal'oo kanaa waan hin dhufneef akkanatti nama hin
dhukkubsu. Dhukkubbii irratti dabal

30/09/2019

Well come to Gerba Health center page. On this page we will discuss experience to be shared from our health center and any health related information to the community and Health workers.

30/09/2019

Address


Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gerba Health Center of Bule Hora District posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

  • Want your practice to be the top-listed Clinic?

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram