Xaha mohamed

Xaha mohamed Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Xaha mohamed, AIDS Resource Center, oromia, Hagere Mariam.

14/06/2024
12/06/2024

Gaangeen ni dhaltii?
Gabaasa keenya amma duraa keessatti Godina Shawaa Lixaa aanaa Baakkoo Tibbee ganda Koortuu Caancoo jedhamutti Gaangeen dhaluu gabaasneerra.
Abbaan Gaangee kanaa BBCtti dubbataniiru.
Addunyaarratti ta'iin kun mudatee beekaa?

https://bbc.in/3VoHC5A

12/06/2024
08/06/2024
08/06/2024
07/06/2024

.
Barattuun Suuraa isii Armaan gaditti argamu tun jedhamtii Kan dhalate Godina Gujii lixaa Magaalaa Bulee Horaa Ollaa Gooroo Guddinnaati kan jiraataa jirtu Godina Gujii Bahaa Magaala Adoolaa Woyyuu Ganda Birbbiissa Biluu iddoo Addaa naannoo Mishiiniiti Umriin isii Woggaa13 Barattuu Kutaa 5N yoo teetu Gaafa Guyyaa 04/09/2016tti ergaaf Sanbaata Ganama Sa'aatii 3:00 tti manaa erga baate achi buuteen isii dhabamee jira. Namni argitan akka nu Iyyaatan Jaalala Waaqaatiin isin gaafanna maatii irraa
Bilbila 0916529834
0912196003
asirratti nuu bilbilaa Ergaa tana Namoonni biraalle Share akka nuu gootan ammalle kabajaan isin gaafanna
Gatii dadhabbii keessanii Waaqayyo jiraataan isiniif haa kaffaluuti Maatii irraa

06/06/2024

korma dhugaaf booratu biyyeen ija hin buutu

Address

Oromia
Hagere Mariam

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Xaha mohamed posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share