Rame man

Rame man Ramek lovely page

As wr wb
08/04/2025

As wr wb

27/07/2024

FAAYDAA SALIXA/XALATAAMA/CEREDDAAMA/SUUNKARTA
1.Dhahanna Onnee sirressuf
2. Dhukkubbi Asmiif
3. Dhukkubbi Utalloo/Qufaaf
4. Dhukkubbi Bowwo Mataa
5. Dhukkubbi Ijaaf
6. Bareeduma Gogaa Kenyaaf
7. Dhibee Gaggabdoof
8. Feedhi Nyaata Dabaaluf
9. Dhibee Sukkaarafi
10. Kaanserii Nurra ittisuuf
11. Bareeduma Rifeensaf
12. Dhukkubbi Ilkaanitif
13. Yaaddo Nurra Ballessuf
14. Dhukkubbi Garaa/Garaa Bokokuuf
15. Baarrille Balleessuf
16. Dhukkubbi lafee/Mashatif
17. Qaamni keenya akka dhukkuba ofirra ittisuuf
18. Gogiinsa Garaaf
19. Dhibee Laamsha'ummaf
20. Dhukkubi fincaan namarra bahu diduuf
21. Dhukkubi Dugdaaf
22. Nama Nyaata Summayee nyaatef
23. Dhukkubbi Raajijitif
Akkamitti itti Fayyadmnare
✍ shaayi wajjin walitti makuun
✍Aannani wajjiin
✍Damma/Dayma wajjiin
✍Bala isaa nyaachun
HUBACHIISA
1.Dubartiin Ulfaa qabdu fayyadamu hin qabdu.
2. Haati Harma hoosistu fayyadamu hin qabdu
3.Namni kaleen dhukkubu fayyadamu hin qabu
4.Namni Tiruun dhukkubdu Fayyadamu hin qabu
5. Bayyisne/heddumessine fayyadamu hin qabnu

Celebrating my 6th year on Facebook. Thank you for your continuing support. I could never have made it without you. 🙏🤗🎉
02/06/2024

Celebrating my 6th year on Facebook. Thank you for your continuing support. I could never have made it without you. 🙏🤗🎉

01/06/2024

As wr wb ilmoon leencaa leencuma taati
Ilmoon namoota jajabaadhaa hundi ammoo nama jabaa hintaatu namoota nasiiba qaban waaxiqqoo qofaaf rabbiin carraa kana Kenna
Fakkeenyaaf sheekha keenya sheekh Amiin ibroo

Dubbiin dheeratteef harrettin feanii ja,ama
Gabaabsuu fedheeti

Madiinaa rasuulaatii fi haramaayaa University walitti cunfee kan keeysaa bahe ammaar sheekh Amiin ibroo
Kitaaba haaraya kanaan yeroo gabaabdutti na'eeggadhaa isiniin ja'a simannaan teeysan ammoo waan inni bahu nilaalla!!!!

Hayyee silaahiis nama rabbi arraba mi'eeyse wanti itti qixatu maaltu jiraamitii Dr dhugaa nama dubbi dubi nama dura fixa...
01/06/2024

Hayyee silaahiis nama rabbi arraba mi'eeyse wanti itti qixatu maaltu jiraamitii
Dr dhugaa nama dubbi dubi nama dura fixa ja'anii dubbii nuduraa fixxee galatoomi!✍️🙋🙋🙋🙋🙋🙋💯

FAAYIDAA HAADHA MANAA Caqcaaqqaa/ጨቅጫቃ

😄

👉Abbaan manaa dubartii biraa akka hin ilaalle taasisti. Dubartoota hunda akkuma isheetti waan ilaaluuf ni, sodaata ni jibba.

👉Fira akka jabeessitu si taasisti.
Ciqiciqii ishee baqachuuf abbaan manaa, mana haadhaatti yeroo dabarsa.

👉 Furdaa yoo taatee si bareechiti. Nyaata si cufsiisuun yaaddoo sitti naqtee akka qaama hirdhistu si gooti.

👉Arrabni abbaa manaa Rabbiin yaadachuun akka jiidhu taasisti.
Yeroo isheen caqacaqxu hunda inni Hasbiyallah,Lailahaillallah,.... waan jedhuuf

Dr Gado

22/05/2024
With Amir Ahmedin – I just made it onto their weekly engagement list by being one of their top engagers! 🎉
22/05/2024

With Amir Ahmedin – I just made it onto their weekly engagement list by being one of their top engagers! 🎉

19/05/2024
19/05/2024
15/05/2024

FAAYIDAA ZAYITA EJERSAA/OLIVE OIL
1. Kaansarii harmaa ni ittisa
2. Ulfaatina qaamaa hir'isuuf gargaara
3. Meetaabolii ni guddisa
4. Cirraacha hadhooftuDhagaa ni ittisa
5. Rakkoo onnee ni hir'isa
6. Hamma kolestroolii hamaa ni hir'isa
7. Fayyaa sammuuf
8. Rifeensa dheeraa fi jabaa
9. Goginsa garaa namarraa ni salphisa
10. Wal'aansa ijaaf
11. Dhiibbaa farra dulloomuu
12. Zayitii masaajii qaamaf toluu
13. Dhukkuba sukkaaraaf
14. Dhiibbaa dhiigaaf
15. Kaansarii gogaa ni ittisa

13/05/2024

This game is cause of stress and disease mental
Say True or false

Tattaafachaatuma as geenye garuu galata rabbii kandhuma hinqabne kanaaf alhamdulillah yaa rahmaan akkuma allaahaatiin as...
12/05/2024

Tattaafachaatuma as geenye garuu galata rabbii kandhuma hinqabne kanaaf alhamdulillah yaa rahmaan akkuma allaahaatiin asgeenye ni'imaa isaa nyaachaa ammallaa Alhamdulillah....

Address

Harar
091576

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Rame man posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram