Tesnim pharmacy tube

Tesnim pharmacy tube Health First

kanumaa kalaas
11/12/2025

kanumaa kalaas

Jimaan kemikaala sammuu si'eessu of keessaa qaba malee sammuu nama hin hadoochu! Jimaa caalaa wantoonni dhaloota kana miidhaa jiran baay’etu jira waan ta'eef dursa santu gorfamuu qaba ture malee ammatti dhimmi jimaa ajandaa ta'uu hin qabu. Hundaafuu jimaafii bunni kemekaala wal fakkaataa of keessaa qaban. Wanni bu'aa qabu hundi miidhas ni qaba! Oduma miidhaa qabaatellee miidhaa jimaan fidaa jiru balleessudha moo jireenya hawaasa miliyoona 20 olii kan jimarratti hundaa'uu san balleessutu bu'aa qaba? Fiiguu dura gara fiigan laallatuun gaaridha!

Gaheen atii islaamummaan Mal akka taatee fi Diin akkam akka ta'ee fiadunyaa islamummaa waliin waliitii firoomsiteef gala...
10/12/2025

Gaheen atii islaamummaan Mal akka taatee fi Diin akkam akka ta'ee fiadunyaa islamummaa waliin waliitii firoomsiteef galatoomi rabbii fayyaa tee sif haa deebisuu

Dr Zakir Naik
islaaminnaa baballisuu Keessatti Umrii Dargaggummaa isaanirraa Qabee Osoo Jireenya Kiyyan Bareefadha Qabeenyan Horadha hin ja'in Diin Rabbiitiif jecha
Hamma Yaroo Tannaatti Namoota Kumaatamaan Lakkaawaman gara isliminnaatti Fiduun Shoora guddaa Tabatan
Mee Yaroo Takka Hayyuu Keenya Kanaaf Du'aa'ii Haa goonu

Nutis Beekkumsa Akka isaa Isaa / Olii
Rabbi Nuhaa badhaasu
Alhamdulillaah Ethiopia 🇪🇹 keessallee Dacheen Oromiyaa Nuuf gumaachite kan Akka Dr Zakir Naik kan halkaniif guyyaa Gara Amantaa Islaamaa Nama yaamu Kan Sababaa isaatiin lubbuun hedduun ibidda barbaraa jahannam irraa baraarmte
Jamal Abu Muaz faa garee Shahaadaa hunda dabalatee hedduutu jira Rabbi Umrii Isaanii Nuuf haa dheerressu

23/09/2025

Address

Harar
Harer

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tesnim pharmacy tube posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram