Abdulaziz Mohammed-Amiin

Abdulaziz Mohammed-Amiin I will never give up. Never Welcome to my page

Don't quit! Do it!
25/07/2024

Don't quit!
Do it!

20/04/2024

Murteessaan waan of harkaa qabdu osoo hin taane, Ilaalcha ofiif qabduudha(Self_image)

10/04/2024

Dhaloonni wal dorgomuu hafeetii, dhalootaa wal dorgomuu dhufaa jiraa.

27/03/2024

Waantoota namnii hundii jaalatuu garuu kan dalaguu hin barbaanee muraasaa.
1 Namni hundii Rabbii (Allah)nii jaalannaa garuu diin isaa ykn waan inni itti nuu ajaajee hin hojjannuu.
2 Namnii hundii ergamaa rabbii (Nabi Muhammad S A W ) nii jaalannaa garuu sunnaa saa hin hojjanuu.
3 Nuu hundii jannataa nii jaalannaa garuu du'uu hin jaalanuu.
4 Nuu hundii beekumsa nii jaalannaa garuu barachuu hin jaalannuu.
5 Nuu hundii mallaqaa nii jaalannaa garuu hojii hojjachuu hin jaalannuu.
6 Nuu hundii dubartii nii jaalannaa garuu fudhuu hin jaalannuu.
Namnii waan jaalatuu yoo hin hojjannee akkamitti waan sana argaachuuf hawwaa dirqamaa waan jaalatuu sana itii hojjachuu qabda.

🗣

01/03/2024

I only regret myself if I make a big mistake in thinking I made it and compare myself to others.

One 1k takka galee galatooma.Akkanuman naa jajjabeesa oromoo koo.  🗣
23/01/2024

One 1k takka galee galatooma.
Akkanuman naa jajjabeesa oromoo koo.

🗣

07/01/2024

😇Be silent in 3 things
1, when you have to be angry.
2, if he doesn't listen to you when you're talking and
3, in the work of the employee.

😇Waa 3 keessatii caldhisaa tahii
1, yeroo aaruu qabduu.
2, yeroo atii hasawa hasooytuu yoo sirraa hin dhaggeeffanne tahee fi
3, hojii hojjattuu keessatii.

🗣

  Arraa mee kan mirqaanee dirree seenuu ilaalaa gaa
23/12/2023


Arraa mee kan mirqaanee dirree seenuu ilaalaa gaa

   Dargaggeeysa harkii duwwaadha qamiisii sii gurgrachisa.   dursaa fudhuuf mallaqaa akka manguddoo kanatii qusadhuu😉
05/12/2023



Dargaggeeysa harkii duwwaadha qamiisii sii gurgrachisa.

dursaa fudhuuf mallaqaa akka manguddoo kanatii qusadhuu😉

03/12/2023

FAAYDAA SHUNKURTII DIIMAA
1). Kaansari Nurraa Ittisuuf
2). Dhiiga qulqulleessuuf
3).Cooma Balleessuuf
4). Dhibee Alargiitif
5). Hoo'a Qaamaa sirreessuuf
6). Fayyummaa onneetif
7). Dhiibbaa dhiigaatiif
8). Fayyummmaa Lafeetiif
9). Fedhii walqunnamtii saalaa dabaluf
10). Ilkaan akka hin shamneef
11). Dhukkubbii gurraatiiif
12). Furdina qaamaa sirreessuuf
14). Nyaatni akka daakamuuf
15). Dhibee Asmiitiif
16). Garaacha madaa'eef
17). Dhibee Sukkaaraatiif
18). Dhibee Utaallootiif
19). Fayyummaa Sammuu Dabaluuf
20). Hir'ina Dhiigaatiif
21). Bareeduma Gogaatiif
22). Hirriba gaarii akka rafnuuf
23). Itita dhiigaa nurraa ittisuuf
24). Vaayitamin C kan badhaadhe
25). Dhukkuba koleeraaf
26). Guddina Rifeensaatiif
https://www.facebook.com/Mahmudkedi

Address

Ejarsa
Harar

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abdulaziz Mohammed-Amiin posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Abdulaziz Mohammed-Amiin:

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram

Category