12/07/2025
As wr wb Anii Abban kiyyaa gandaa akiiraa jiraa Abbaa jechuun haga feetellee waan feetellee yoo qabaatan is of biraa hinqabanne mi'aa hinqabu. Abbaa jechuun Gaaddisa. Abbaa jechuun Gaachana waan abbaannamaaf tahu nama dhabetu beeka.namoota akka kiyyaaf Rabbiin jajjabina haakennu jechaa namoonni Abbaa fi haati keessan Addunyaa kanarra jiran waanguddaa ofbiraa qabdanii itti fayyadamaa