Buufata Fayyaa Raagaa Siibaa

Buufata Fayyaa Raagaa Siibaa Raga Siibaa

Advice is enough for viral infections like Cold(Qufaa) than taking antibiotics.
14/03/2023

Advice is enough for viral infections like Cold(Qufaa) than taking antibiotics.

Antibiotics do not treat viral infections, like colds and flu 🀧. ALWAYS seek the advice of a qualified health care professional before taking antibiotics.

π˜½π™€π™€π™†π™Žπ™„π™Žπ˜ΌBeeksisaa carraa barnoota dubaartoota keenya kan kutaa 12ffaa bara 2014/2015  barnoota kutaa 12 xummurtan hundaa...
13/03/2023

π˜½π™€π™€π™†π™Žπ™„π™Žπ˜Ό
Beeksisaa carraa barnoota dubaartoota keenya kan kutaa 12ffaa bara 2014/2015 barnoota kutaa 12 xummurtan hundaaf,
*******
Barattoota Dubaraa bara 2014 qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa xumuruun ulaagaa armaan gaditti kaa'ame guuttan hundaaf hanga gaafa guyyaa 6/7/2015tti koollejjii BLTO Diimtuutti ragaa barnootaa kutaa 8-12 hunda qabachuun deemtanii akka galmooftan jenna.

Ganda xubbeenaatti barnoonni fayyaa kenname==================//============================Amajjii 19,2015 Ganda xubbeen...
28/01/2023

Ganda xubbeenaatti barnoonni fayyaa kenname
==================//============================
Amajjii 19,2015 Ganda xubbeenaatti barnoonni fayyaa mata duree youth engagement in reproductive health( gahee dargaggoonni fayyaa wal-hormaataa keessatti qabanu ) jedhuun dargaggootaa fi ga'eessota gandichaaf karaa extentionii fayyaatiin kennamaa ooleera

Every malaria is preventable.WHO
09/12/2022

Every malaria is preventable.
WHO

Malaria cases continued to rise between 2020 and 2021, but at a slower rate than in the period 2019 to 2020.

To end malaria, we need to keep investing in new tools, including new types of nets, insecticides, drugs, and vaccines. We must ensure malaria free 🌍

Address

Jimma

Telephone

+251917051286

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Buufata Fayyaa Raagaa Siibaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram