25/06/2025
AFIYA
Dental Clinic
■■■■■■■■■■
Waayeen Fayyuummaa ilkaan kessanii isiin yaddessaalaata? hin yada'inaa! kiliinika giddu galeesaa ilkaan afiya isiinf jirra jedha dhibamtan gara keenya yoo dhuftan gatii madalaawa ta'een kan isin yaalu ta.u gammachuu adda ta,en ibsa kilinkaa keenya wonti adda isaa godhuu mashinoota ammayaa ta'an fi akkasumas dr muuxanoo qaban yaalii kan keeninudhaa
Tajaajila nutii keeninuu
1 Ilkaan dhaabuu
-seeraamikiin
- kiroomo kobaaltiin
- Akriilikiin
-Zirkooniyaadhaan
- ilkaan denturii bahe galuu
2. Ilkaan daddabee biqilee bireesiin
sirreesuu
3. Yaala hundee ilkaanii
4. Ilkaan guutuu
5. Ilkaan dhiquu
6. Ilkaan buqqisuu
7. Yaala baqaqsanii hodhuu sasalphaa
afaan keessa
8. Yaala cuphaa cabaa lafee ha'oo
9. Yaala foolii afaan badaa
10. Yaala irgaa fi lafee irgaa
11. Yaala fi hordoffii ilkaan da'imanii
13. Tajaajila gorsaa tolan ni keeninaa
Teessoon keenya magaala jimma markatoo bufata taxii qocci gamoo abba jifaar tokkumma darbii 2ffa irrati argamina
lak. bilbilaa: 0910258787
: 0974800001
DR.Ahamedin husen