
25/12/2024
Exciting News from Soddom-Booroo Events & Promotion PLC!
Daayimtuu dansaa Soddom-Booroo Events & Promotion PLC irraa!
Kabajamtoota qooda fudhattoota, michoota, fi maamiltoota teennaaf Daayimtuu haarettii dansaa tokko qabna. Dhaabbata Soddom Booroo Event and Promotion PLC yayyabnee isaniin gahuu keennatti guddoo gammanna.
Kutannoon, qulqullinnaan, waan haarettii harkaa isanii qabna. Tajaajila keenna baballisuu fi guddina dhiibbaa uumuu, kha itti fufiinsa qabu hawaasa keenna waliin taanee hojjachuuf kurfoo jirra.
Imala keennatti makamaa. Nu waliin ta'aa! Nu waliin ta'uu keessaniif galatoomaa. Waliin taanee egeree ifa ta'e ijaaraa jirra! Dhiyeennatti nu eegaa!
-----
We are delighted to share some thrilling updates with our esteemed stakeholders, partners, and customers. At Soddom Booroo Event and Promotion PLC, our commitment to excellence and innovation remains unwavering.
Stay tuned for exciting updates as we continue to expand our services and drive impactful, sustainable growth within our community and beyond. Thank you for being an essential part of our journey. Together, we are building a brighter future!