ABDO YIMAM M/Clinic

ABDO YIMAM M/Clinic Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from ABDO YIMAM M/Clinic, Medical and health, Jimmaa, Jimma.

09/06/2025
Baga Gamannee /baga GamadanKilinikni G/G Abdoo Yimaam magaalaa jimmaa: Ganda Booreetti argamu Hadha gaafa guyyaa 24/6/17...
03/03/2025

Baga Gamannee /baga Gamadan
Kilinikni G/G Abdoo Yimaam magaalaa jimmaa: Ganda Booreetti argamu Hadha gaafa guyyaa 24/6/17;Mana Isaatti hojii jalqabeera;

Qophii xumureera
27/02/2025

Qophii xumureera

ODUU GAMACHIISAKiliniki G/G Abdoo Yimam,Magaalaa jimmaa,Ganda booree,bakkuma hojetaa ture bukkeetti mana jijjiiree guyya...
26/02/2025

ODUU GAMACHIISA
Kiliniki G/G Abdoo Yimam,Magaalaa jimmaa,Ganda booree,bakkuma hojetaa ture bukkeetti mana jijjiiree guyyaa muraasa booda kan hojii eegalu ta'uu yeroo ibsu gamachuu guddaatu itti dhagahama.

Kilinikni G/G Abdoo Yimam guyyaa dhihoo keessatti...Abdo yimam medium Clinic Coming soon
16/02/2025

Kilinikni G/G Abdoo Yimam guyyaa dhihoo keessatti...
Abdo yimam medium Clinic
Coming soon

17/06/2024

Oduu Gamachiisaa
Kilinikni G/G Abdoo ogeessota Fayyaa gaditti ibsaman:
1.Ogeessa Laaboraatoorii-dipiloomaa
2.Kilinikaal Nursii dipiloomaa
woggaa 3 fi isaa ol tajaajila qabanu dhaabbiin qacaruu barbaada
Kanaafuu ogeessi dorgomuuf fedhii qabdan lak.bilbilaa 0917812858 iratti bilbiluun ykn telegram kiyya irratti cv erguun ykn qaamaan argamuun CV galchuu ni dandeessu,,,,
Teessoon keenya:magaalaa jimmaa,Ganda Booree,bakka addaa(buunnaa qimshaa)
Carraa gaarii

16/06/2024

Baga Iida Arafaa bara 2016 tiin isin gahe!

Address

Jimmaa
Jimma

Telephone

+251917812858

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when ABDO YIMAM M/Clinic posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram