Kilinika G/G Afiya Keer

Kilinika G/G Afiya Keer We care to cure. We serve you by best treatments in our Clinic

03/05/2026
09/03/2026

๐Š๐š๐ซ๐จ๐จ๐ซ๐š๐š ๐ค๐ฎ๐ซ๐ง๐š๐ง ๐›๐จ๐จ๐๐š๐ญ๐ข ๐Ÿ๐ข ๐ก๐š๐ฅ๐ค๐š๐ง ๐ฅ๐ž๐ฒ๐ฅ๐š๐ญ๐ฎ๐ฅ ๐ช๐š๐๐ซ๐ข๐ข ๐š๐ซ๐ ๐š๐œ๐ก๐ฎ๐ฎ๐Ÿ..

Ibaadaan halkan leylatul qadrii, ibaada Amata 84ti wajjiin wal qixxooyti.
Osoo ibaada biraa gootuu dhaamsa kanneen heddummesi dalagaa keeyriiti siif bayโ€™isa waan taheef.

1.Amata 84 qurโ€™ana fixi
Namni suura ikhlaas(qul huwallahu ahad) oggu (yeroo) 3 qaraโ€™e akka nama qurโ€™ana guutu fixeeti. Namni oggu (yeroo) 10n qaraโ€™e Rabbiin jannata keessatti fooqii isaaf ijaara.
Saniif yoo xiqqaate xiqqaate halkanuu suura tana oggu (yeroo) 3 qaraโ€™i.

2.Amata 84 Sadaqadhu.
Halkanuu osoo qarshii takkalle taate sadaqadhu Halkan ati Sadaqatte yoo leeylatul qadrii wajjiin walirra dhufe Rabbiin akka nama halkan 84 sadaqateetti siif barreessa.

3.Hajjii fi umraa Amata 84 godhi.
โ€œNamni salaata subhii jamaโ€™an salaate eegana hanga aduun baatutti Rabbi zakkaree eeganaa xiqqo dhaabbate rakaโ€™a lama salaate akka nama hajjii fi umraa godheeti jaโ€™e โ€œ Rasuulli ๏ทบ
Hadiisa Albaaniin hasani jaโ€™en.Saniif yoo halkan leeylatul qadrii wajjiin walirra siif dhufe akka nama amata 84 hajji fi umraa godhettu Rabbiin siif barreeysa.

HUBACHISA
;Dubartiif Masjiida taaโ€™un sharxii miti mana bakka itti salaatte teesse zikrii gootes sawaaba hajjii fi umraa ni argatta, dhiiraaf garuu jamaโ€™an salaatu qabda.

4.zikrii Amata 84 godhi.
Astakhfirullah ,Subhanallah,Alhamdulillah,Allaahu akbar ,Laaโ€™ilaaha illallaaha ,lahawla walaaquwwata illaa billaah ,Salawaata Rasuularratti buusi.
Yoo harkaan niin hifadha jatte tasbii qopheefadhu.

5.duaโ€™ii yeroo hedduu irra daddebiste jachu qabdu..
โ€ขAllahumma innaka Afuwwun tuhibbul Afwa faโ€™afu Anni.
โ€ขRabbana Aatina fidduniya hasanatan wafil Aakirati hasanatan waqinaa azaabannaar.

Yaadachiisa
;Halkan leeylatul qadrii keessi qadarri kee(wanni amata itti aanu si mudatu) hundi siif barreefama saniif akkaan duโ€™aii jabeessi akka rabbiin hamtuu sirraa qabu..keessattu yeroo duโ€™aa'iin qeebalamtu saniis yeroo du'aaโ€™iin qeebalamtu sadeen Sanen yeroo hiraabaa
share for Sawab

 :                 โ˜†โ˜†โ˜†โ˜†โ˜†๐Ÿ‘‰ Dhugaatii   of keessaa qaban dhiisuu.Kan akka bunaa, shayii, dhugaatii anniisaa kennan yoo xiq...
06/03/2026

:
โ˜†โ˜†โ˜†โ˜†โ˜†
๐Ÿ‘‰ Dhugaatii of keessaa qaban dhiisuu.
Kan akka bunaa, shayii, dhugaatii anniisaa kennan yoo xiqqaate sa'aa 5-8 osoo hin rafiin dura fayyadamuu dhiisuu.

๐Ÿ‘‰ dhuguu dhiisuu.
Yoo dhiisuu hin dandeenye garuu, xiqqeessuufi yoo xiqqaate hirriba dura daqiiqaa 90'f dhuguu dhiisuu.

๐Ÿ‘‰ Gosa nyaataa of keessaa qaban kan akka baaduu, chocolate, dinnicha, timaatima irbaatarratti soorachuu dhiisuu.
Tyramine kun hormoonii noradrenaline jedhamu baay'inaan maddisiisuun, sammuu dammaqinaan akka dalagu gochuun akka hirribni nama hin qabne godha.
Fayyaa nutti hin waakkatiin๐Ÿ’“
โ˜†โ˜†โ˜†โ˜†โ˜†
https://t.me/Ahafzu

09/12/2025

Nama irraa adda ta'uu keetti hin saalfatin, Namatti fakkaachuu keetti saalfadhu.
๐Ÿ‘Œโœ๏ธ

Address

Jimma

Telephone

+251917257361

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kilinika G/G Afiya Keer posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Kilinika G/G Afiya Keer:

Share

Category