21/02/2022
Sochiin hojii kan hospitala QARSAA DEEMSAA gaariitti jira.Tajaajilaa qulqullinnaa qabuu kennuf ogeessottaa sadarkaa olaanoo garaa hospitalatti fiduun murteessadhaa.kanan duraa ogeessottaa sadarkaa olaanoo keessaa ispeeshalistii baqaqsee yaaluu( general surgeon) kan qabuu yoo ta'uu yeroo dhihoo ammoo ispeeshalistii da'uumsaa Fi gadaamessaa fiduun ni beekama.jiraatotnii aanaa keennaa kanumaa hubattaani garaa hospitalaa keessani dhuftani akkaa tajaajilamtaan isinin jenna.kanaa boodaa hospitalli qarsaa hospitalaa bo'aa keessaa galtaan osoo hin taanee ittii boontani yaalamtaani keessaa galtaan gochuuf ilmaan teessaan ifaaja jirtii,isinis waan dandeettaniin duukaa dhabbachuun dirqamaa keessaan bahaan.