Tokkummaa Shaggar

Tokkummaa Shaggar Shaggar....(Smart City info...) namni kamiyyuu ofiisaatiif furmaatadha!!

  โžก๐’๐ข๐ซ๐ซ๐š๐š๐ง ๐Ž๐จ๐ฅ๐ฅ๐ž๐ž ๐ƒ๐š๐ซ๐ ๐ ๐จ๐จ๐ค๐จ๐จ ๐ง๐š๐ง ๐ญ๐ฎ๐ซ๐ž ๐ฆ๐š๐ฅ๐ž๐ž=======================โžก๐ƒ๐š๐ซ๐ .๐˜๐จ๐จ๐ฆ๐ข๐ข๐Ÿ ๐‚๐š๐ฅ๐ช๐š๐›๐š๐š ๐ˆ/๐‹๐ข๐ข๐ ๐ข๐ข ๐ƒ๐š๐ซ๐ .๐€๐š๐ง๐š๐š ๐„๐ฃ๐ž๐ซ๐ฌ๐š ๐†๐จ๐จ๐ซ...
24/08/2025



โžก๐’๐ข๐ซ๐ซ๐š๐š๐ง ๐Ž๐จ๐ฅ๐ฅ๐ž๐ž ๐ƒ๐š๐ซ๐ ๐ ๐จ๐จ๐ค๐จ๐จ ๐ง๐š๐ง ๐ญ๐ฎ๐ซ๐ž ๐ฆ๐š๐ฅ๐ž๐ž=======================

โžก๐ƒ๐š๐ซ๐ .๐˜๐จ๐จ๐ฆ๐ข๐ข๐Ÿ ๐‚๐š๐ฅ๐ช๐š๐›๐š๐š ๐ˆ/๐‹๐ข๐ข๐ ๐ข๐ข ๐ƒ๐š๐ซ๐ .๐€๐š๐ง๐š๐š ๐„๐ฃ๐ž๐ซ๐ฌ๐š ๐†๐จ๐จ๐ซ๐จ๐จ ๐ค๐š๐ง ๐ญ๐ฎ๐ซ๐ž ๐ˆ/๐†/๐–๐š๐š๐ฃ.๐๐จ๐ง๐ง๐š๐š ๐€๐š๐ง๐ง๐ข๐œ๐ก๐š๐š
๐ƒ๐š๐ซ๐ .๐‰๐ข๐ค๐ฌ๐š๐š ๐‰๐š๐›๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐š๐š ๐ˆ/๐†/๐…๐ž๐๐ž๐ซ๐ž๐ž๐ฌ๐ก๐ข๐ง๐ข๐ข ๐ƒ๐š๐ซ๐ .๐€๐š๐ง๐ข๐œ๐ก๐š๐š ๐ค๐š๐ง ๐ญ๐ฎ๐ซ๐ž ๐ˆ/๐†/๐–๐š๐š๐ฃ.๐†๐ž๐ž๐ฃ๐ข๐›๐š๐š ๐€๐š๐ง๐š๐š ๐„/๐†๐จ๐จ๐ซ๐จ๐จ
๐ƒ๐ฎ๐ซ๐›.๐Š๐ฎ๐ฆ๐š๐ฌ๐ก๐ข๐ข ๐ƒ๐š๐›๐š๐ฅ๐š๐š ๐ˆ/๐†/๐‹๐ข๐ข๐ ๐ข๐ข ๐ƒ๐ฎ๐›.๐€๐š๐ง๐ข๐œ๐ก๐š๐š ๐Š๐š๐ง ๐ญ๐ฎ๐ซ๐ญ๐ž ๐ˆ/๐†/๐๐–๐‡๐† ๐€๐š๐ง๐ข๐œ๐ก๐š๐š ๐ญ๐š'๐ฎ๐ฎ๐ง ๐ฆ๐ฎ๐ฎ๐๐š๐ฆ๐š๐ง๐ข๐ข ๐ฃ๐ข๐ซ๐ฎ๐Ÿ™

๐ข๐ฌ๐ข๐ง๐ข๐ข๐Ÿ ๐ก๐š๐š ๐ญ๐š'๐ฎ๐Ÿ™

Oborra Car import and Sales qabeenya nama keenyaati.Abbaa Qabeenya Oromoo Dhalataa Harargeee Obboo Salahadin RudwanMalka...
20/08/2025

Oborra Car import and Sales qabeenya nama keenyaati.Abbaa Qabeenya Oromoo Dhalataa Harargeee Obboo Salahadin Rudwan
Malkaa balโ€™oo Harawaaca๐Ÿ’ฅ๐ŸคŒ

Dhabbanni Gurgurtaa Konkolaataa Oborraa kan yeroo gabaabaa keessatti jaalatamummaa fi beekamtii guddaa goonfate konkolaattota manaa, kanneen waajjiraaleef Oolan, kan tajaajilaa deddebisa ummataa, Fe'umsaa fi qonnaaf oolan hedduus qabatee gabaa biyyattii keessatti shoora gama isaa bahachaa jirun. MM Dr Abiy Ahmed Ali irraa sadarkaa pilaatiniyemiitti badhaasa kan argate dhaabbanni Oborraan biyyaa utubaa tahaa jirra jedhu.

Konkolaatawwan kanneen akka CINO-CASINO, ISUZU, SINOTRUCK 371 & 400, CARGO, DOZER, DIZAIR, fi mootoroota adda addaa gatii madaalawaadhaan gabaaf dhiyeessee guyyaarraa guutuu biyyattiitif raabsurratti argama.

Teeysoon : Finfinnee, Saarbeet, Imbaasii Vaatikaan ๐Ÿ‡ป๐Ÿ‡ฆFuulduratti argamna. Ifaajjiin keenya gammachuu maamiltoota keenyati !! Qabeenyi keenya qabeenya Uummata keenyaati!

Oluma ammallee! Harargeen inuma kutte Hojiin Obboo Salahadin Rudwan ๐Ÿ˜๐Ÿ’ฅ

  Riifoormii Hooggansa Sadarkaa Kutaa Magaalaa Buraayyuu1.Alamnesh Gaddafaa IG Lafaa 2.Keeron Daanyee IG Dh.D.D3.Abdalla...
19/08/2025


Riifoormii Hooggansa Sadarkaa Kutaa Magaalaa Buraayyuu
1.Alamnesh Gaddafaa IG Lafaa
2.Keeron Daanyee IG Dh.D.D
3.Abdallaa Dhaqqaboo IG Dhimma Hojjetaa fi Hawwaasummaa
4.Imaanuu Bantii IG B/Gonofaa
5.Gammachuu Balaay IG Abbaa Taayitaa Eegumsa Naannoo
6.Kiflee Taklee IG Bishaan,Albuudaa fi Inarjii
7.Mulgeetaa Dirribaa IG Daandii fi Loojistikii
8.Bulchaa Dassalegn IA Daandii fi Loojistikii
9.Nagaash Kumalaa IA Qonnaa
10.Tsahay Asfaw IG Gurmuu Dubartootaa
11.Tsaggaayee Girmaa Daarikteera Ijaarsaa
12.Risqallaa Adam IG Finance paartii

๐‘๐ข๐ข๐Ÿ๐จ๐จ๐ซ๐ฆ๐ข๐ข ๐‡๐จ๐ ๐ ๐š๐ง๐ฌ๐š ๐Œ๐š๐ ๐š๐š๐ฅ๐š๐š ๐’๐ก๐š๐ ๐ ๐š๐ซ~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~Magaalli Shaggar haala hojii giddu galeessa godhateen muudama ha...
16/08/2025

๐‘๐ข๐ข๐Ÿ๐จ๐จ๐ซ๐ฆ๐ข๐ข ๐‡๐จ๐ ๐ ๐š๐ง๐ฌ๐š ๐Œ๐š๐ ๐š๐š๐ฅ๐š๐š ๐’๐ก๐š๐ ๐ ๐š๐ซ
~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~
Magaalli Shaggar haala hojii giddu galeessa godhateen muudama haaraa sadarkaa Magaalaa Shaggaritti kennee jira.

Haaluma kanaan: Sadarkaa Magaalaatti
1. Obbo Fiqaaduu Tulluu, itti gaafatamaa waajjira CHUO Magaalaa Shaggar
2. Obbo Dajanee Baqqalaa, itti gaafatamaa Waajjira Qonna Magaalaa Shaggar
3. Aadde Seenaa Katamaa, itti gaafatamtuu waajjira Saayinsii fi Teknooloojii Magaalaa Shaggar ta'uun muudamanii jiru.
4. Obbo Leenjisaa Jootee I/A Buusaa Gonofaa Magaalaa Shaggar

Riifoormichi barbaachisummaa hojii irratti hundaa'uun akka raawwatame ibsamee jira.

 Obbo Leenjisaa Jootee  I/A Wajjiraa Buusaa Gonofaa Magaalaa Shaggar tahuun muudamaniiru.
16/08/2025


Obbo Leenjisaa Jootee I/A Wajjiraa Buusaa Gonofaa Magaalaa Shaggar tahuun muudamaniiru.

Oduu MuudamaaHagayya 9, 2017 Bulchinsaa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Buraayyuutti muudamni  sadarkaa Koree Qindeessit...
15/08/2025

Oduu Muudamaa

Hagayya 9, 2017 Bulchinsaa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Buraayyuutti muudamni sadarkaa Koree Qindeessituu Aanaalee 4'n Kutaa magaaalichaatti Barbaachisuummaa hojiirratti kan xiyyeeffate taasifame.

Haaluma kanaan:

Aanaa Ejersa Gooroo

1. Obbo Raffisaa Oljiraa ......Bulchaa
2. Obbo Kibaaboo Lammeessa ...... Itti Gaafatamaa Waajjira Paartii
3. Obbo Aadde Tarikee Tolchaa ....... I/A/Bulchaa
4. Obbo Tashoomaa Dabalaa....... Itti Gaafatamaa Siyaasaa Paartii
5.Aadde Shawayyee Daadhii .....I/G Damee ijaarsaa Paartii

Aanaa Kattaa
1.Obbo Dabalaa Hayilu....Bulchaa
2.obbo.Tasfaa Tasamma ....I/G Waajjira Paartii
3.Obbo Lammeessaa Dheeressaa...I/A Bulchaa
4.Obbo Fiqaduu Jankaa ...I/G Damee ijaarsaa Paartii
5.Obbo. Nagaash Ida'ee ...I/G Damee Siyaasaa

Aanaa Gafarsaa Buraayyuu

1.Obbo Takilee Mul'ata...Bulchaa
2.obbo.Katamaa Damee ....I/G Waajjira Paartii
3.Obbo .HabtaamuuMargaa...I/A Bulchaa
4.Obbo Bokii Baayisaa ...I/G Damee Siyaasaa Paartii
5.Aadde. Makkaa Jamaal ...I/G Damee ijaarsaa Paartii

Aanaa Annee Dimaa

1.Obbo Tasfayee Ayyalaa ..Bulchaa
2.obbo.Nuuri Afqaadiri ....I/G Waajjira Paartii
3.Obbo.Gammachuu Taayyee...I/A Bulchaa
4.Obbo.Tasfayee Beekumaa ...I/G Damee Siyaasaa Paartii
5.Aadde .Warqinesh Yaadataa...I/G Damee ijaarsaa Paartii ta'uun muudamanii jiru.

Bara Hojii Gaarii!

 โ€ผ๏ธDr Abiy Ahimad Niishaanii Kabajaa Guddicha Itiyoophiyaa Biil Geetiin badhaasanMinistirri Muummee FDRI Dr   Sagantaa h...
02/06/2025

โ€ผ๏ธ

Dr Abiy Ahimad Niishaanii Kabajaa Guddicha Itiyoophiyaa Biil Geetiin badhaasan

Ministirri Muummee FDRI Dr Sagantaa har'a Masaraa Mootummaa Biyyaalessaatti gaggeeffamerratti Niishaanii Kabajaa Guddicha Itiyoophiyaa Biil Geetiin badhaasan.โ€ผ๏ธ
Paartiin Badhaadhinaa Moo'ataadha




๐Ÿ’™๐Ÿ™
๐Ÿ€๐Ÿ’™




ใ‚š





ใ‚šviralใ‚ทfypใ‚ทใ‚šviralใ‚ท

โ€ŽOduu Gammachiisaโ€ŽBarreessaa fi Barsiisaa Ibsaa Mootummaa nama seenaa aartii keessatti gahee jabduu qabuu fi yeroo haall...
28/05/2025

โ€ŽOduu Gammachiisa
โ€ŽBarreessaa fi Barsiisaa Ibsaa Mootummaa nama seenaa aartii keessatti gahee jabduu qabuu fi yeroo haalli aartiif ulfaataa ta'e keessatti kitaabolee mataa dureen isaanii:-
โ€Ž1. Dirree Dhiigaa
โ€Ž2. Bara Bineensaa fi
โ€Ž2. Imimmaan Naachaa jedhaman barreessee dhalootaaf kan gumaache yoo ta'u, yeroo amma kanas aartii Afaan Oromoof gahee isarraa egamu bahaa kan jirudha. Kunoo ammas bifa haaraatiin Fiilmii mataa dureen isaa 'Madaa Barnootaa' jedhu kan kufaatii qulqullina barnootaa irratti xiyyeeffate hojjetee ebbisiisuuf qophii xumuree jira. Kanaaf gaafa Caamsaa 24/2017 sa'a 6:00 irraa eegalee Galmaa guddaa Kutaa Magaalaa Buraayyuutti bakka keessummoonni garaa garaa argamanitti kan ebbisiisu yoo ta'u isinis koottaa nurraa hin hafiinaa isiniin jedha.
โ€ŽGalatoomaa!

Daawwanaannichi  tekinooloojii fi hubannoo namtolchee irratti xiyyeeffata jedhameFinfinnee, Caamsaa 16, 2017(FMC) โ€“ Daaw...
24/05/2025

Daawwanaannichi tekinooloojii fi hubannoo namtolchee irratti xiyyeeffata jedhame

Finfinnee, Caamsaa 16, 2017(FMC) โ€“ Daawwanaan Indaastirii Ministirri Muummee Faransaay Paariisitti geggeessan tekinooloojii fi hubannoo namtolchee irratti akka xiyyeeffatu waajjirri Ministirichaa beeksise.

Ministirri Muummeen FDRI Dooktar Abiy Ahimad jila isaanii wajjiin taโ€™uun Giddu gala kalaqqii โ€œstartupโ€ Tekinooloojii dhuunfaa โ€œIsteeshin Effiโ€™โ€ jedhamu daawwataniiru.

Tekinooliijiin istaarti appii Itiyoophiyaa jalqabbii irra kan jiru yoo taโ€™es dargaggoota beekumsa gaโ€™aa qabaniin kan guutamee fi walitti hidhamiinsa tekinooloojiin dandeettii cimaa agarsiisaa guddachaa kanjiru taโ€™uun ibsameera.

Mootimmaan tarsiimoowwan akka โ€œDijiitaal Itoophiyaa 2025โ€ waixinuun kalaqqii jajjabeessuuf hojjechaa akka jiruu fi Kunis naanoo istaarti appiif keessumaa ammo tekinooloojii faayinaansii, tekinooloojii qonnaa, akkasumas gabaa โ€œe-commerceโ€f haala dandeessisaa uumuu irratti xiyyeeffata jedhameera.

Gama biraatiin labsii istaarti appii baasuun sochii gama kanaan geggeeffamuuf hammattoo seeraa fi dhaabbatummaa miijessuun haala carraa maallaqaa murtaaโ€™aa ture ballisuu fi huhaalee toโ€™annoo fi qormaatawwan walfakkaatoo darbuuf dandeessisu akka uumes ibsi waajirichaa eereera.

Muummichi Ministiraa giddugala walittihidhamiinsa tekinooloojii 5G fi 6G, nageenya saayibarii, hubannoo namtolchee fi tekinooloojii optiikaalaa kan taโ€™e waajjira Muumkichaa โ€œNokia Franceโ€ daawwachuun isaaniis ibsameera.

Daawwannichi dhiyeessii faayiberaa, tooftaa qusanoo humnaa fi laaboraatooriiwwan 5G ilaaluu kan of keessatti qabtee fi kalaqa, buโ€™uuraalee misoomaa fi tumsa hundagaleessa irratti barnoonni Itiyoophiyaaf gatii guddaa qaban kan itti argaman taโ€™uuun eerameera.

Dhumarrattis Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad giddu gala Qorannoo Tekinooloojii โ€œTale Groupโ€ jedhamu daawwataniiru.

Dhaabbanni Taalee giruuppi jedhamu kun dameewwan qorannoo hawwaa, ittisaa fi hubannoo namtolchee irratti xiyyeeffachuun qorannoowwa

Ekspoo Teeknooloojii Itoophiyaa 2025 Agarsiisa Yaalii Diroonii......
16/05/2025

Ekspoo Teeknooloojii Itoophiyaa 2025 Agarsiisa Yaalii Diroonii......

Oduu MuudamaaNageenya waaraa Oromiyaa keessatti mirkaneessuuf akkasumas garaagarummaa ejjennoo siyaasaa afaan Qawweetiin...
21/02/2025

Oduu Muudamaa

Nageenya waaraa Oromiyaa keessatti mirkaneessuuf akkasumas garaagarummaa ejjennoo siyaasaa afaan Qawweetiin osoo hin taane marii fi walhubannaadhaan furuun akka dandaโ€™amu waliigaltee MNO fi Qondaaltoota WBO gidduutti taasifameen injifannoon hin haalamne galmaaโ€™e jira.

Waliigalteen mallattaaโ€™ees qabatamaan hojiitti hiikamaa jira. Adeemsi jalqabame kun akka biyyaa fi naannoo keenyatti ijaarsa nageenyaa jalqabame fullaโ€™iinsaan mirkaneessuu fi aadaa dimokraasii fi siyaasaa nuqoraa jiru jijjiiruu keessatti tarkaanfii fakkeenyummaa qabuudhu.

Kanuma buโ€™uura godhachuun
1. Obbo Yaadasaa Nagaasaa Sad. Hog. Biirootti gorsaa nageenyaa Pireezidaantii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa

2. Obbo Oromiyaa Rabbumaa Tasammaa Hog.I/A Abbaa Alangaa Waliigalaa Oromiyaa

3. Obbo Toleeraa Raggaasaa Hogganaa I/A Biiroo Bulchiinsaa fi Nageenyaa taโ€™uudhaan muudamaniiru

 'uu_qabasโ€ผ๏ธBulchaan Bulchiinsa Aanaa Gooroo Guutu Too'annoo Seeraa Jala Oolfamee Jira!๐Ÿ‘ŒTarkaanfiin sobduu fi hattoota k...
12/02/2025

'uu_qabasโ€ผ๏ธ
Bulchaan Bulchiinsa Aanaa Gooroo Guutu Too'annoo Seeraa Jala Oolfamee Jira!๐Ÿ‘Œ

Tarkaanfiin sobduu fi hattoota keessoo mootummaa fakkaatanii ummata dararan irratti fudhatamu cimee kan itti fufu ta'uu Mootummaan Naannoo Oromiyaa ejannoon ibsee jira.

Address

Buraayyuu
Mekelle
622

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tokkummaa Shaggar posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Tokkummaa Shaggar:

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram