Yohannes Fantaye Memorial General Hospital

Yohannes Fantaye Memorial General Hospital Best Health Care For All

31/05/2025

የስኳር ህመም ህክምናዎች ምንድናቸው ?
በ ዮሐንስ ፋንታዬ መታሰቢያ አጠቃላይ ሆስፒታል
የውስጥ ደዌ ስፔሻሊስት የሆኑት
ዶ /ር ሳሙኤል ኮኮቤ

29/05/2025

ከቀዶ ጥገና በኋላ የሞት ምክንያት ምን ሊሆን ይችላል ?
በ ዮሐንስ ፋንታዬ መታሰቢያ አጠቃላይ ሆስፒታል
የቀዶ ሕክምና ስፔሻሊስት የሆኑት
ዶ /ር መንግስቱ ሰለሞን

10/05/2025

ስኳር ፣ የለስላሳ መጠጦች እና ከረሜላ መቼ ነው ለስኳር ህመምተኛ አስፈላጊ የሚሆኑት?
በ ዮሐንስ ፋንታዬ መታሰቢያ አጠቃላይ ሆስፒታል
የውስጥ ደዌ ስፔሻሊስት የሆኑት
ዶ /ር ሳሙኤል ኮኮቤ

06/05/2025

ለ ጡት ካንሰር ተጋላጭ የሚያደርጉ ሁኔታዎች
በ ዮሐንስ ፋንታዬ መታሰቢያ አጠቃላይ ሆስፒታል
የቀዶ ሕክምና ስፔሻሊስት የሆኑት
ዶ /ር መንግስቱ ሰለሞን

22/04/2025

መንገድ ላይ ራሱን የሳተ ሰው ቢገጥመን ምን ማድረግ አለብን?
በ ዮሐንስ ፋንታዬ መታሰቢያ አጠቃላይ ሆስፒታል
የውስጥ ደዌ ስፔሻሊስት የሆኑት
ዶ /ር ሳሙኤል ኮኮቤ

19/04/2025

Baga Ayyaana du'aa ka'u gooftaa keenyaa Iyesuus Kiristosin Ayyaana (Faasikaattin) nagaan issin gahee.
እንኳን ለብርሃነ ትንሣኤው በሰላም አደረሳችሁ፡፡

hospitaalii keenya waajjira Eegumsa fayyaa Aanaa lumee walin taun haadholii bufaata fayyaa Dhakaaboraatti kunuunsa dahum...
24/03/2025

hospitaalii keenya waajjira Eegumsa fayyaa Aanaa lumee walin taun haadholii bufaata fayyaa Dhakaaboraatti kunuunsa dahumsa duraa tasisaa jiraniif marsaa 12ffaa qorannoo fi yaala altiraasaawundii bilisaan kenneera.
ሆስፒታላችን ከሉሜ ወረዳ የጤና ፅ /ቤት ጋር በመተባበር በደከቦራ ጤና ጣቢያ የወሊድ ክትትል ለሚያደርጉ እናቶች 12ኛውን ዙር ነፃ የአልትራሳውንድ ምርመራና ህክምና ሰጥቷል::

hospitaalii keenya waajjira Eegumsa fayyaa Aanaa lumee walin taun haadholii 53f bufaata fayyaa qoqaatti kunuunsa dahumsa...
14/02/2025

hospitaalii keenya waajjira Eegumsa fayyaa Aanaa lumee walin taun haadholii 53f bufaata fayyaa qoqaatti kunuunsa dahumsa duraa tasisaa jiraniif marsaa 11ffaa qorannoo fi yaala altiraasaawundii bilisaan kenneera.
ሆስፒታላችን ከሉሜ ወረዳ የጤና ፅ /ቤት ጋር በመተባበር በቆቃ ጤና ጣቢያ የወሊድ ክትትል ለሚያደርጉ 53እናቶች 11ኛውን ዙር ነፃ የአልትራሳውንድ ምርመራና ህክምና ሰጥቷል

Ogeessa yaala hammayyaattiin ;meeshaa yaala fiiziyooteeeraapiintajaajiloota  kenninu keessaa:1. Tajaajila gorsa yaalaa2....
22/01/2025

Ogeessa yaala hammayyaattiin ;meeshaa yaala fiiziyooteeeraapiin
tajaajiloota kenninu keessaa:
1. Tajaajila gorsa yaalaa
2. Dadhabbiina erga dhiigni sammuu keessatti dhangala’ee booda
3. Dhukkubbii dugdaaf
4. Dhukkubbii dugdaa sababa sigigaachuu diskii irraan kan ka'e dhufuuf
5. Dhukkubbii mormaatiif
6. Dhukkubbii gateettiif
7. Dhukkubbii jilbaatiif
8. Dhukkubbii qilleef
9. Maashaalee fuula gama tokkoo dabaniif
10. Dadhabbii qaamaa ykn ajajamuu diduu daa'immanii
11. Dhukkubbii dugdaa yeroo ulfaa fi erga ulfaa boodaaf
12. dadhabuu Harkaa fi miilaaf
በሰለጠነ ሙያተኛና በዘመናዊ መሳሪያዎች የታገዘ የፊዚዮቴራፒ ህክምና
የምንሰጣቸው አገልግሎቶች
1.የህክምና ማማከር አገልግሎት
2.ከስትሮክ በኋላ ለሚከሰት የሰውነት መድከም
3.የጀርባ ህመም
4.በዲስክ መዛባት ምክንያት ለሚከሰት የጀርባ ህመም
5.ለአንገት ህመም
6.ለትከሻ ህመም
7.ለጉልበት ህመም
8.ለቁርጭምጭሚት ህመም
9.ለተጣመመ የፊት ጡንቻ
10.የህጻናት አካላዊ መድከም ወይም አለመታዘዝ
11.በእርግዝና ወቅት እና ከእርግዝና በኋላ ለሚከሰት የጀርባ ህመም
12.በእጅ እና በእግር ላይ ለሚደርስ መደንዘዝ

Baga ayyannaa cuuphaatiin nagaan  isin gahee.እንኳን ለጥምቀት በዓል በሰላም አደረሳችሁ፡፡
19/01/2025

Baga ayyannaa cuuphaatiin nagaan isin gahee.
እንኳን ለጥምቀት በዓል በሰላም አደረሳችሁ፡፡

Baga jalaa bultii ayyannaa cuuphaatin nagaan isin gahee.እንኳን ለከተራ በዓል በሰላም አደረሳችሁ::
18/01/2025

Baga jalaa bultii ayyannaa cuuphaatin nagaan isin gahee.
እንኳን ለከተራ በዓል በሰላም አደረሳችሁ::

16/01/2025

Hospitaala Walii Galaa Saamaa Sanbat Mojoo tajaajila walansa fi hordoffi dhibee kesso
• Harifachisaa
• Dadebi’anii
• Ciisanii
1. Walansa fi qorannoo dhukuba kalee
2. Qorannoo fi walansa Dhibewwwan onne
3. Walansa Dhibe marimaan fi tiruu
4. Qorannoo fi hordoffi dhibe sukkaaraa fi dhiibbaa dhiigaa
5. Walansa Dhibe somba fi sirna hargansu
6. Walansa fi hordoffi dhibewwan sammu fi narvi
7. Qorannoo fi walansa dhibewwan namara nameti dadarbani
8. Walansa Dhukuba jilbaa fi dugdaa
9. Qorannoo hormonii
• Qorannoo vitaminii D
• Qorannoo uccubaa /kunkuu
በሆስፒታላችን በጠቅላላ የውስጥ ደዌ ህክምና ክፍል የሚሰጡ አገልግሎቶች
• በተኝቶ መታከም
• በተመላላሽ ህክምና
• በድንገተኛ ህክምና
1. የኩላሊት ህመም ምርመራና ህክምና
2. የልብ ምርመራ እና ህክምና
3. የአንጀት እና የጉበት በሽታ ምርመራና ህክምና
4.የስኳር በሽታ እና የደም ግፊት ምርመራና ክትትል
5. የሳምባና መተንፈሻ ክፍል በሽታዎች ህክምና
6. የጭንቅላት ውስጥ እና የነርቭ ህክምናና ክትትል
7.ተላላፊ በሽታዎች ምርመራና ህክምና
7. የመገጣጠሚያና የወገብ ህመም ህክምና
9. የሆርሞን ምርመራ
• የቫይታሚን ዲ ምርመራ
• የእንቅርት ምርመራ

Address

Mojo

Telephone

+251925222200

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Yohannes Fantaye Memorial General Hospital posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram

Category